๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAkkuma #Museen
lafa onaa keessatti
bofa
#fannise
#ilmi namaas
#fannifamuu qaba
โžข kunis, isatti kan
amanu hundi jireenya
bara baraa akka
qabaatuuf

๐ŸŒป
#แˆ™แˆดแˆ แ‰ แˆแ‹ตแˆจ แ‰ แ‹ณ
#แŠฅแ‰ฃแ‰ฅแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆฐแ‰€แˆˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ
#แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• แˆแˆ‰ #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠ–แˆจแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŒ แ‹ #แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… #แ‹ญแˆฐแ‰€แˆ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแ‹‹แˆ
โžขYohaannis 3:14-15
โžขแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3 :14-15
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=
#kutaa_3-ffaa
โ—ˆ Duubi fannoo
โ—ˆakka eeyyema
Waaqayyottin
1โž›museen Maaliif bofa
fanisuu isaa barbaachise _โ“
2โž›Musee bofa meeqa
Fannise=____โ“
3โž›Museen bofaa lubbuu
Qabu dhisee, maalif bofaa.
#Siibila diimaa irraa tolche
Fannise=_________โ“

====||====||====
โ—ˆ jalqabaa dura
Jecha kan kan dubbate
#Waaqa keenyaa Kiristoos
โ—ˆiddoo kana irratti
Kiristoos fakkeenya
Musee kan dubbaate
Fannoon Kiristoos
Akkuma wanta salphaa
Osoo hin tanee karaa
Raajotan dubbatame itti
#fayyadama akka turan
ifa,Gochuuf

โ—ˆakka fakkeenyati
rajji Muse Qofa yaa
fudhannuu malee
Raajooni
#hundinuu
dubbatanii Jiru

โœraajoonni hundinuu
Akka wa'ee fannoo
dubbatan Kitaaba
#Qulqulluu raga qabna

โœYoh 5:39๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin
#Kitaabota #Qulqulluudhaan jireenya
bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif
kitaabota
sana
#qorattu
#kitaabonni kunis
#waaee dhuma koo
dhugaa bau

โ—ˆแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5 :39๐Ÿ‘‡
#แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แ‰ แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ต แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ
#แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• #แ‰ตแˆ˜แˆจแˆแˆซแˆ‹แ‰ฝแˆ #แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แˆตแˆˆ #แŠฅแŠ” #แ‹จแˆšแˆ˜แˆฐแŠญแˆฉ แŠ“แ‰ธแ‹

๐ŸŒนKanaafuu Kitaabni
hundinuu wa'e kiristoos
Ibsu Jedhuu isaatii

๐ŸŒป gara mataduree
Keenya yoo
deebinuu immo

๐ŸŒปfannoo Kiristoos
Raaji Muse akkamitti
ibsame kan jedhu ilaala

๐ŸŒปSer.lakkofsa21:4-9๐Ÿ‘‡
israa'eloonni naanna'anii
biyya
#Edoomi bira darbanii adeemuudhaaf tulluu Heromniii ka'anii karaa galaana #diimaa dhaquf ni deeman garuu karaa irratti baayye ni dadhaban
#Sababa Kanaafi Akkasi jedhan #Lafa onaatti akka dhumnuuf biyya #Gibxii keessaa nu baaftaniiโ“
โ—ˆ Buddeenni hin jiruโ“
โ—ˆ bishaan hin jiruโ“
โ—ˆ nus nyaata kan jibbineโ€ผ๏ธ jedhanii
#Waaqayyoo fi #Musee irratti in dubbatan
yeroo kanati Waaqayyo yommus
#bofoota isaan gidduutti in erge
bofoonni isaan
#iddan(cininan) isaan keessaa #namoonni baay'een in #du'an Kana irratti jarri #Musee bira dhufanii
Nuyi Waaqayyo irratti
si iraati cubbu hojjane
#bofoota kana nu irraa akka #deebisuuf Waaqayyoon nuuf #kadhadhu jedhan
Museenis jaraaf in kadhate Waaqayyo immoo Museedhaan "Bofa
#Nasaa irra tolchii
#Mukati fannisi
#Namni bofni #idde gara isaa yoo #ilaale in #fayya" jedhe. Museen ni hojjate namni bofni idde hundinuu, gara bofa #nasaa irraa tolfame sanaa yeroo ilaaletti in fayyanii

๐ŸŒนqabxii hubbachu qabnuu
Bofa
#lama jiraachuu isatti

=1=tokkoffan bofaa lubbuu
Qabu isaa Namoota hidee.
Ajjeesse.

=2=inni lamata bofa lubbuu
Hin qabnee isaa Naasa irraa
Hojjatame,namoota fayyise
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

โœFakkeenyaa bofaa
Lubbu qabuu isaa
qoricha
#Nama ajjeesuu

=1=โœbofti qoricha ofii
keessa.Qabu inni
nama ajjeesee
โž›fakkeenyi isaa
#Seexanaa
Ykn
#Daabiloos dha

โ—ˆ Mulโ€™ata Yoh 12:9๐Ÿ‘‡
#jawwee guddaan sun
jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadii darbatame; inni gara
lafaatti gad darbatame Ergamooni/maleekonni
isaas isaa wajjin gadi darbataman

=2=โœbofti lubbuu qabu
suni Qoricha nama ajjeesuu
Qoricha kan jedhame soba fi cubbudha

โ—ˆYoh 8:44๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin kan
#abbaa
keessan kan Diyaabilosi
fedha abbaa keessaniis
raawwachuu barbaaddu
inni jalqabumaa kaasee
kan
#nama_ajjeesu ture dhugaan isa keessa
waan hin jirreefis dhugaatti jabaatee hin dhaabanne
inni
#sobduu fi abbaa sobaa waan taeef, soba yommuu dubbatu ofii isaa keessaa baasee dubbata
=inni jalqabaa nama
Ajjeessa turee jechuun
Jalqaba Addaami kan
Dogogora soba itti
Dubate isaa Waani ta'ef (ser.Uum3:1-5)

=3=โœfakkeenyi biraa
bofti inni qoricha nama
ajjeesuu
#Adaami
=Maalif sababa Addaamiif
Namoota jiran hundi
#cubbuu
Isaan du'an yookiin
isatu sanyii isaa
ajjeesee (1 Qor 15:49)
====||===||====

โœ Yaada yoo qabatanii๐Ÿ‘‡
#Gutema123

โœ kan channeel ๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha

โœ
#kutaa_4-ffaa๐Ÿ‘‡
๐ŸŒนkutaa_ยณโถ ffยชยช๐ŸŒทdubbisa
๐Ÿ…ฑGaafi fi Deebi.
โฉMusiliimota๐Ÿ”ผ
โœYohaannis 10:28๐Ÿ‘‡
Ani
#jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
๐Ÿ”‰ "Kiristoos jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...โ“isaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.โš ๏ธ
๐Ÿ…ฑ Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf
#jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa
#argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
โžkanafuu akka yaada isaanitti jireenya jechuun kan turee jedhu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“šDeebii keenya๐Ÿ“Œ
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu jireenya bara baraa fida
โžก๏ธ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... ๐Ÿ›
โžiddoo kana irraatti Kiristoos
#dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka taโ€™e hooma hin ibsu.

๐Ÿ•‰ yaadaa Bira immoo namni jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.

โ“ต=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
โž=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
โ“ท=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
โ“ธ=Affuuri Qulqulluun jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸคŽ ยซ amma gara deebii keenyatti kootaโžง Kiristoos jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. โœ๏ธยป

๐Ÿ…พ Ragaa Kitaabaโ™ˆ๏ธ
โถ=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae
#jireenya
ture; jireenyi immoo
#ifa namootaa ture.
โท=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti
#bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan
#amanu
hundi
#jireenya bara baraa akka qabaatuuf
โธ=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee
#jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef jireenya ni kenna.
โน=Yohaannis 5:29
warri wanta
#gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
โžŽ=Yohaannis 5:39-40
โ€œIsin
Kitaabota Qulqulluudhaan #jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin jireenya
#argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โป=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa
#nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.โ€
โผ=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.

โฝ=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.โ€
โพ=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: โ€œ
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin
#jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti
#duaa
isa nan kaasa;

โฟ=Yohaannis 7:38
Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: โ€˜Lagni
#bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.โ€™

โ“ซ=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif
#barreessu, isin warri #maqaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒป kutaa-79-ffaa ๐ŸŒป
  โ–ฃโž› gaaffii fi deebii
  โ–ฃโž› Muslimoota
  โ–ฃโž› skakitota bira irraa
โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰
๐Ÿชน Gaafii isaanii
๐Ÿ‘‰โ isaa kami sirriidha
jedhuu โž โ“โ“
Iyyaasus Kiristoos barattoota isaa wajjin iddoo kami dhaqee jedhuu. Kitaabani wangeelaa walitti bu'ee jedhuu
#A)).Maatewos irratti akkasii jeche ~Getesemaanee
โœMaatewos 26:36๐Ÿ‘‡
Sana booda Iyyaasus kiristoos
#isaanii wajjin gara bakka #Getesemaanee jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, โ€œHamma ani achi dhaqee kadhadhutti isin asuma taaสผaaโ€ jedhe.

#B )).Luqaas irratti akkasii jedhee ~Tulluu Ejersa jedhee
โœLuqaas 22:39๐Ÿ‘‡
Achii baสผees akkuma amala isaa gara
#Gaara_Ejersaa deeme; barattoonni isaas isa duukaa buสผan.

#C)).Yohaannis irratti immoo akkasii jedhee ~ sululaa Qedroon jedhee
โœYohaannis 18:1๐Ÿ‘‡
Iyyaasus Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda,
#barattoota isaa wajjin bakka #ashaakiltii_Sulula_Qedroon gama jiru tokkoo dhaqe; innii fi barattoonni isaas achi keessa seenan.
=================
โš› Deebii keenyaa.
๐Ÿ‘‰hundi isaanii siriidhaa
Akkuma Kiristoos dubbate.
๐Ÿชบ Maatewos 22:29
Iyyaasus Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe:  " isin
#Kitaabota_Qulqulluus taสผe #humna_Waaqayyoo waan hin beekneef ni #dogoggortu.โŒ

๐Ÿ“gara mataa duree keenya yeroo deebinuu.
Kitaabni sadan isaan iyyuu tartiiba iddoo kuni itti argamuu ibsuuf
Fakkeenyaaf daandii tokko irratti iddoon wanti tokko argaman ibsuuf
๐Ÿ‘‰fakki kana ilala๐Ÿ‘‡
Ejersaโž›Getesamaneโž›Qedroon

๐ŸŒฒ kanaafu
#Luqaas Kiristoos iddoo inni jalqabaa(-1ffยชยช) dhaqee Tulluu ejersaa jedhe

๐ŸŒฒ
#Maatewoos immoo iddoo inni lamaffaa(-2ffยชยช) dhaqee ibsee ,geetesemaanii jedhe

๐ŸŒฒ
#Yohaannis immoo iddoo sadaffa(-3ffยชยช) ibse Kiristoos Tulluu ejersaa keessa darbee ,ammaa getesemaani keessa darbee ,sulula Qedroon dhaqee jedhe.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐Ÿ…พ hiika jechoota ilaala

๐Ÿฅ€
#Tuluu_Ejersaa๐Ÿฅ€
๐Ÿ‘‰
#Tulluu jechuun lafa oli ka'a ,jechudha Afaan Giriikiitiin
Oros jedhama(แฝ„ฯฮฟฯ‚).
Ejersaa jechuun muka Ejersaa kani lafa biqiluu dha afaanii Giriikiitiin immoo Eliwoon jedhama (แผ˜ฮปฮฑฮนแฟถฮฝ)
โž›Afaanii Ingiliffaatiin immoo
Olive tree jedhama
Fakkeenyaaf jedha
#olive jedhuu kana irraa qubee -ve yoo irraa kune jecha #oli jedhamuu argana.
๐Ÿ“jechi oli jedhuu immoo zayitii jechudha.
โž›kanafi Tulluu Ejersaa jechuun Tulluu zayitii jechudha.
๐Ÿ‘‰ yookiin immoo afaani Giriikiitiin
Ejersaa jechunโž›
#แผ˜ฮปฮฑฮนแฟถฮฝ
zayiti jechunโž›
#แผ”ฮปฮฑฮนฮฟฮฝ
Qubee๐Ÿ‘‰ แฟถโž›ฮฟ๐Ÿ‘ˆ
Qubee โ แฟถโž yoo itti galchitee jecha ejersaa jedhuu argata
Qubee โฮฟโž kana yoo itti galchite immo zayitii argata.
๐Ÿ“Jechi zayitii jechuu immoo jalqabaa jecha
#Ibraayisxiitti irraa argamee shamani(ืฉึถืืžึถืŸ)  kani jedhuu irra
๐ŸŒนragaa kitaaba Qulqulluu
โถ.Luqaas 22:39
โท.Luqaas 16:6
โธ.seera.Bau 29:40

๐Ÿฅ€
#Geetesemaanii ๐Ÿ‚
Geetesemaani jechuun immoo
Afaanii Aramiki// Ibraayisxiitti irraa argamee innis
#gete fi #shamani kani jedhuu irraa " Hiikni isaa immoo zayitii cufamaa  jechudha.
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin โ
Oli pressโž  jedhama
โž›iddoon argama geetesemaanii immoo Tulluu ejersaa fi sulula Qedron gidduutti argamatti.
โน.Maatewos 26:36
โบ.Maarqoos 14:32
โป.Seera.lewwi 2:7

๐Ÿฅ€
#Qedron ๐Ÿฅ€
Qedron jechuun immoo.
Afaanii Ibraayisxiitti irraa argame innis keedrooni kani jedhuu irraa. Hiikni isaa immoo qedroon jechuun wanta maka qabuu(bora'ee jiru ) fakkeenya bishaanii fi biyyee walitti yoo ,Bulbulaamee
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin (turbid) isaa jedhamuu dha.
โผ.Yohaannis 18:1

๐Ÿ…พ Walumaagalatti Tulluu ejersaa ,Geetesemaanii, sulula qedroon, sadan isaanii iyyuu cinaa yookiin naannoo iyarusalemitti argamu.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Link waldaa kana argachuu yoo,barbade kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰