๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป kutaa-79-ffaa ๐ŸŒป
  โ–ฃโž› gaaffii fi deebii
  โ–ฃโž› Muslimoota
  โ–ฃโž› skakitota bira irraa
โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰
๐Ÿชน Gaafii isaanii
๐Ÿ‘‰โ isaa kami sirriidha
jedhuu โž โ“โ“
Iyyaasus Kiristoos barattoota isaa wajjin iddoo kami dhaqee jedhuu. Kitaabani wangeelaa walitti bu'ee jedhuu
#A)).Maatewos irratti akkasii jeche ~Getesemaanee
โœMaatewos 26:36๐Ÿ‘‡
Sana booda Iyyaasus kiristoos
#isaanii wajjin gara bakka #Getesemaanee jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, โ€œHamma ani achi dhaqee kadhadhutti isin asuma taaสผaaโ€ jedhe.

#B )).Luqaas irratti akkasii jedhee ~Tulluu Ejersa jedhee
โœLuqaas 22:39๐Ÿ‘‡
Achii baสผees akkuma amala isaa gara
#Gaara_Ejersaa deeme; barattoonni isaas isa duukaa buสผan.

#C)).Yohaannis irratti immoo akkasii jedhee ~ sululaa Qedroon jedhee
โœYohaannis 18:1๐Ÿ‘‡
Iyyaasus Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda,
#barattoota isaa wajjin bakka #ashaakiltii_Sulula_Qedroon gama jiru tokkoo dhaqe; innii fi barattoonni isaas achi keessa seenan.
=================
โš› Deebii keenyaa.
๐Ÿ‘‰hundi isaanii siriidhaa
Akkuma Kiristoos dubbate.
๐Ÿชบ Maatewos 22:29
Iyyaasus Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe:  " isin
#Kitaabota_Qulqulluus taสผe #humna_Waaqayyoo waan hin beekneef ni #dogoggortu.โŒ

๐Ÿ“gara mataa duree keenya yeroo deebinuu.
Kitaabni sadan isaan iyyuu tartiiba iddoo kuni itti argamuu ibsuuf
Fakkeenyaaf daandii tokko irratti iddoon wanti tokko argaman ibsuuf
๐Ÿ‘‰fakki kana ilala๐Ÿ‘‡
Ejersaโž›Getesamaneโž›Qedroon

๐ŸŒฒ kanaafu
#Luqaas Kiristoos iddoo inni jalqabaa(-1ffยชยช) dhaqee Tulluu ejersaa jedhe

๐ŸŒฒ
#Maatewoos immoo iddoo inni lamaffaa(-2ffยชยช) dhaqee ibsee ,geetesemaanii jedhe

๐ŸŒฒ
#Yohaannis immoo iddoo sadaffa(-3ffยชยช) ibse Kiristoos Tulluu ejersaa keessa darbee ,ammaa getesemaani keessa darbee ,sulula Qedroon dhaqee jedhe.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐Ÿ…พ hiika jechoota ilaala

๐Ÿฅ€
#Tuluu_Ejersaa๐Ÿฅ€
๐Ÿ‘‰
#Tulluu jechuun lafa oli ka'a ,jechudha Afaan Giriikiitiin
Oros jedhama(แฝ„ฯฮฟฯ‚).
Ejersaa jechuun muka Ejersaa kani lafa biqiluu dha afaanii Giriikiitiin immoo Eliwoon jedhama (แผ˜ฮปฮฑฮนแฟถฮฝ)
โž›Afaanii Ingiliffaatiin immoo
Olive tree jedhama
Fakkeenyaaf jedha
#olive jedhuu kana irraa qubee -ve yoo irraa kune jecha #oli jedhamuu argana.
๐Ÿ“jechi oli jedhuu immoo zayitii jechudha.
โž›kanafi Tulluu Ejersaa jechuun Tulluu zayitii jechudha.
๐Ÿ‘‰ yookiin immoo afaani Giriikiitiin
Ejersaa jechunโž›
#แผ˜ฮปฮฑฮนแฟถฮฝ
zayiti jechunโž›
#แผ”ฮปฮฑฮนฮฟฮฝ
Qubee๐Ÿ‘‰ แฟถโž›ฮฟ๐Ÿ‘ˆ
Qubee โ แฟถโž yoo itti galchitee jecha ejersaa jedhuu argata
Qubee โฮฟโž kana yoo itti galchite immo zayitii argata.
๐Ÿ“Jechi zayitii jechuu immoo jalqabaa jecha
#Ibraayisxiitti irraa argamee shamani(ืฉึถืืžึถืŸ)  kani jedhuu irra
๐ŸŒนragaa kitaaba Qulqulluu
โถ.Luqaas 22:39
โท.Luqaas 16:6
โธ.seera.Bau 29:40

๐Ÿฅ€
#Geetesemaanii ๐Ÿ‚
Geetesemaani jechuun immoo
Afaanii Aramiki//
Ibraayisxiitti irraa argamee innis #gete fi #shamani kani jedhuu irraa " Hiikni isaa immoo zayitii cufamaa  jechudha.
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin โ
Oli pressโž  jedhama
โž›iddoon argama geetesemaanii immoo Tulluu ejersaa fi sulula Qedron gidduutti argamatti.
โน.Maatewos 26:36
โบ.Maarqoos 14:32
โป.Seera.lewwi 2:7

๐Ÿฅ€
#Qedron ๐Ÿฅ€
Qedron jechuun immoo.
Afaanii
Ibraayisxiitti irraa argame innis keedrooni kani jedhuu irraa. Hiikni isaa immoo qedroon jechuun wanta maka qabuu(bora'ee jiru ) fakkeenya bishaanii fi biyyee walitti yoo ,Bulbulaamee
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin (turbid) isaa jedhamuu dha.
โผ.Yohaannis 18:1

๐Ÿ…พ Walumaagalatti Tulluu ejersaa ,Geetesemaanii, sulula qedroon, sadan isaanii iyyuu cinaa yookiin naannoo iyarusalemitti argamu.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Link waldaa kana argachuu yoo,barbade kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰
๐Ÿณ Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
โœ๐š–๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ ๐š™๐š‘๐šŽ๐šŽ๐šก๐š’๐š›๐š˜๐šœ
#๐šœ๐šŠ๐š๐šŠ๐š—
โถโžปpheexiros-
#ฮ ฮญฯ„ฯฮฟฯ‚
kunis jecha
#Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
โทโžปkeefa-
#ฮšฮทฯ†แพถฯ‚-
kunis jecha
#Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
โธโžปSimoon -ืฉึดืืžึฐืขึฝื•ึนืŸ# 
kuni jecha
#Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.

  โœ๐š–๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ ๐š™๐š‘๐šŠ๐š ๐šž๐š•๐š˜๐šœ
#๐š•๐šŠ๐š–๐šŠ๐š—
โถโžปPhaawuloos
#ฮ ฮฑแฟฆฮปฮฟฯ‚
kunis afaanii
#Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
โทโžปsaool-  ืฉึธืืื•ึผืœึ™#
kunis afaanii
#Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿณ ๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ๐šŠ ๐š’๐š๐š๐š’ ๐š‹๐š˜๐šš๐š˜๐š๐šŠ๐šŠ๐š—๐š—๐š’ ๐š•๐šŠ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š’๐šข๐šข๐šž๐šž ๐š‹๐šŽ๐šŽ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐š’๐š›๐šž.
   ๐Ÿณแด‹แด€ษดษช 
#แด˜สœแด‡แด‡xษชส€แดs
1 ๐š™๐š‘๐šŽ๐šก 2:14
akkuma
#Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.

๐Ÿณแด‹แด€ษดษช
#แด˜สœแด€แดกแดœสŸแดs.
2 ๐‘ฅ๐‘–๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘œ๐‘  4:8
Ammaa jalqabee
#gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taสผe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaสผeera; taสผus warra mulสผachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœEebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haataโ€™u

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐–Œ๐–†๐–—๐–† T๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0
๐Ÿ‡kutaa-9-ffaa:-
๐Ÿ“Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š"ยซ #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa mooโ“barattoota isaa wajjiin jedhuu โ“
๐™ง๐™–๐™œ๐™–๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š.
โžŠโž›Maarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaสผeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=โž›iddoo kanatti jechii ยซ#Deeman ยป jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.

โž‹โž›Luqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buสผe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=โž›iddoo kanatti jechi ยซ#inniยป jedhu #Kiristoos qofa ibsa.

๐Ÿ•น๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โœ jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii taโ€™u " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.

โœganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos  jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.

๐Ÿ’ž jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama.   โ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii

โ“ตโž›Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baสผaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaสผee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=โž›eenyudha Kiristoositti kan himme barattoota ๐Ÿ’ฏ


โ“ถโž›Luqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baสผee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=โž›eenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota๐Ÿ’ฏ.

๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘ข๐‘š๐‘Ž ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘–๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘Ž๐‘Ž, ยซ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘› ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ค๐‘Ž๐‘—๐‘—๐‘–๐‘› ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘ก๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘› ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž, ๐‘–๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘ข ๐‘ค๐‘Ž๐‘—๐‘—๐‘—๐‘› ๐‘ž๐‘–๐‘“๐‘–๐‘Ÿ๐‘›๐‘Ž๐‘Žโ„Ž๐‘œ๐‘š ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž.

Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a. 

โ“ทโž›Yohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.

โ“ธโž›Yohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf  #iddoo gaสผu qabdu hin seสผu.


๐Ÿ’ฏ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha