๐น๐ kutaa_19 ffยชยช ๐น
๐นGaaffii fi Deebi ๐
๐Musiliimoota๐
โ Yohaannis 7:34๐
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffii isaanii ๐
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......โ
๐kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Deebi keenya =laki
Kiristoos #fannifamee jira.
๐Ragaa kitaaba Qulqulluu
=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaโ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti #Yihudoonni, โManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaโโ
jedhaniin.
#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.
Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan; #Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
๐Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira
=2=Yohaannis 3:14
Akkuma #Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;
=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa #dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka #ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.
=4=matewoos 27:40
โAti yaa, isa mana
qulqullummaa #diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti #fannifamte irraa buiโ jedhu turan.
=5=Luqaas 18:31_33
barattoota #Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.
#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama
Erga isa #garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.
=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: โisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta #raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!
Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiโโ
Achiis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.
โโโโโโโโโโ โโ
๐นkanafuu isin na, #barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......โโโ
๐ฅ=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taโefi
โต=1ximotewos 6:14_16
hanga #Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. #Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
โถ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani #dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ isaaniin jedhe.
Achiis #Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataโโ jechuu jalqaban
#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
โ #isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin #addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa #miti.
โท=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti #Fariisonni tokko tokko dhufanii, โHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiโ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: โDhaqaatii #jeedala sanatti, โKunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraโ jedhaatii itti himaa.
โฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏ
๐นlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====

๐บ๐บkutaa _ 57 ffยชยช ๐บ๐ณ
โญโฌโฌโญโฌโญโญโฌโฌโญ
๐Gaafii fi Deebi
๐ Muslimoota๐
โ Yohaannis 13:21
Iyyaasus(kiristoos)) wantoota kana erga dubbatee booda, akka malee Afuura isaatiin #dhiphatee, โDhuguma dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kennaโ jedhee ifatti dubbate
แขแจแฑแต แญแ แ แฅแ #แ แแแแฑ_แณแแจ แแตแญแฎแแฆ แฅแแแต แฅแแแต แฅแแฝแแแแฅ แจแฅแแแฐ แ แแฑ แ แณแแ แญแฐแ แแแก แ แ
(แฎแแแต 13:21)
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐บGaaffii isaanii
1= Kiristoos osoo Waaqayyo taโe maalif dhiphatee jedhuu.
Waaqayyo dhiphachuu hin danda'u jedhu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณDeebi keenya
โ lakki Kiristoos Waaqayyo
Sababa Afurraan dhiphatee immoo dubbii rajoota akka rawwatamuuf.
๐1))= #Gaaffii nuu,isaanii gaafanu #muslimoota Kiristoos Afuurani dhiphatee jechuun lubbuu isaanii dhiphatee jechu mooโ
affuurra Qulqulluun dhiphatee jechuudha jene gaafana.โ
=deebi isaa lubbuudhaan jechudha (Mar 14:34)
โlakki Affuurra Qulqulluun dhiphatee yoo,jedhanii immoo
Kitaaba Qulqulluu keessa Afurri Qulqulluun ni dhiphata kan jedhuu gonkumaa hin jiruu.
๐ณKiristoos Waaqayyo ta'u
Ragaa kitaaba.
โต=โYohaannis 12:41
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
โฉakka dubbisaa kanati wa'ee Kiristoos kani dubbate Yohaannis akkasii jedhe ยซ isayaas ulfina isaa arge jedhee ยป
โ Raajii isayaas isaa immoo iddoo kaamitti ulfina isa argee yeroo jennu immoo
(isayaas 6:1) irraatti dha.
โถ=โ Raaji_Isaayaas 6:1
Bara Ooziyaan Mootichi
duetti, #Waaqayyo_teessoo
dheeraa fi olii ka'aa irra
taaee #nan_arge fiixeen uffata isaatiis mana Qulqullummaa
guutee ture.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Hiikaa jecha #lubbuu jedhuu fi #Afuura jedhuu tokko.akka dubbisa kitaaba kanatti
Lubbuu=hafuura/Affuura waliqixxee dha
โYeroo Tokkoo tokkoo hafuuraa jechuun
A)).Afuurra Qulqulluu
=Yoh 1:32
B)).Affuura nama ykn lubbuu
=lallabaa 3:21
C)).Affuurra Xuraawaa
=Matewoos10:1
D)).Affuura bineensota//bineeladoota//Allatiwwan//Qurxummii /....
=sera.Uum 7:15*lallabaa 12:7)
E)). Ergamooni Qulqulluun affuurra jedhamu
=Ibroota 1:14
Kanafu Kiristoos Afuuran dhiphatee yeroo jennuu lubbuun isaan dhiphatee jechuu keenya.
โท=Maaraqoos 14:34
Kiristoos akkask isaanii jedheโLubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa, dammaqaas!โ jedhen
โKiristoos Afuura isaan dhiphatee kan jedhuu lubbuu isa ibsa malee wanta bira.mitii
๐Afaani...lubbu๐....afuurra๐
#Ingiliffaan โsoul โspirit
#Giriikii dhan โฯฯ ฯฮฎ โฯฮฝฮตฯฮผฮฑ
#ibraayisxiittin โืึฐึญื ึทืคึฐืฉึดืื โ ืจึืึผืึท
โธ=kitaaba lallabaa 3:21
#Hafuurri_namootaa akka oli
bau, #hafuurri horii immoo
gara lafaatti akka gadi bu'u
dhugumaan kana kani beeku eenyu
โhaafura kani jedhamee lubbuu namoota ibsa
Ragaa dabalataa
((Lallabaa 12:7
iyyoobi 7:11)) *dubbisi
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
๐Amma gara #mataa_duree keenyatti deebina.
Sababa Kiristoos Affuurran dhiphateefi.
๐น=Dubbii Raajoota raawwachuuf.
โน=Farfannaa Daawit 6:3
#Lubbo koo baayee #dhiphateera Yaa Waaqayyo hamma yoomiitti itti fufaa?
แแแดแ แฅแ แ แณแแจแฝแค
แ แแฐแ แ แคแฑแฅ แฅแตแจ แแผ แตแจแต แแ?
(แแแแญ 6:3)
โบ=Farfannaa 42:5
Yaa #lubbuu ko, maaliif akkas #gadditee_dhiphatta? Maaliifis akkas ana keessatti gabii dhabda? Ati Waaqayyoon abdiidhaan eeggadhu! Anoo deebi'ee gargaarsa isa biraa anaaf dhufuuf, Waaqayyo koo ta'uu isaatiifis isa jajachuufan jira แแแด แแญแฅ แแแ แณแแแแฝ? แแแแต #แณแแชแแแฝ? แจแแดแ แแตแแแต แ แแแฌแ แ แแฐแแแ แแแต
แ แฅแแแ แฅแแญ แณแแ.(แแแแญ 42:5)
๐บ Kiristoos dubbii raajoota rawwachu qofaa yoo,taโe malee
Dhimma tokkof hin jennee.
Sababiin isaa inni wa'ee lubbuu isaa sodate mitii. Kiristoos dursee akkasii jedhee ยซ Ani lubbuu koo fi qaama koo nani kasa jedhee jiraยป
โป=Yohaannis 2:19
Iyyaasus(kiristoos)) deebisee, โMana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa #sadiitti deebisee nan kasa isaaniin jedhe.
๐บ Yookiin immoo lubbuu koo,Ani isiniif nan keena.jedhee erga akkasii jedhee maali sodate ree?,kanafuu dhugaan jiruu dubbii rajoota raawachuuf kan jedhee.
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
โฉlink waldaa keenyaa๐