🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻 iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
α‹¨αˆα‰³α‹©α‰΅αŠ• α‹¨αˆšα‹«α‹© α‹“α‹­αŠ–α‰½ α‰₯αα‹“αŠ• αŠ“α‰Έα‹
=Luq 10:23
=αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 10:23
β–³______________β–³
πŸ‘‰ πŸ‘πŸ‘ πŸ‘ˆ
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β›Ž= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee

β›Ž iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira

Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona

❖ yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
🌻 Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
β›ŽβžœSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
β›Žβžœ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.”

β›Žβžœ
#Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.”
(Yoh 8:56)

❖
#Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.

Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu
#Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.

isaan ofii isaanii
#tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)

✍ Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti
#keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan

❖ Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).

β›Žβž¨ Namoonni kun hundi sababii
#amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)

β›Ž ➨ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin
#afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna

❖ Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna

❖ wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas
#Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.

❖ Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf
#ija jabina qabna

❖
#ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna

❖ Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis
#maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️
♨️Galani Waaqayyof♨️
🌼 dubro Maariyaamiifi 🌼

♨️♨️Haata’u ♨️♨️
♨️Ameen♨️
β–³.......................β–³
Audio
🌹Mormi Ortodoksi fi phenxe jidduti ta’e.
➊➻Ortodoksi irra=Gutema
βž‹βž»phenxe irra=pasteri #Kuma
✍Mata Dure falmi« Ergamonni Waqayyo Goftaa ni jedhamu hin jedhamani kani jedhu irrati.
➻Nuti Ortodoksi ni jena raga kenya kitaba kaku Mofa fi hara irra
➊➻Sera.Uum 19:2.
βž‹βž»Raji Dani'el 10:16-19
➌➻Raji Zakariyas 4:4
➍➻kitaba murti 6:13
➎➻Mul’ata Yoh 7:14
➏➻Hoji.duka.buota 10:4
😜garu #pasterii kuni #Ergamonni_Goftaa hin jedhamu jedhe morme kitaba irraa raga tokko iyyu fidu hin dandenye.❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➻gaaffi tokko gafadhe gonkuma debii natti himu dide😁
Luqaas 12:8-9➧ Ani isinitti nan hima, nama namota duratti dhuga anaaf baΚΌu hundumatif, Ilmi nama immoo #maleekota Waqayyo duratti dhuga isaaf ni baΚΌa.  Namni namota durati na ganu kam iyyu garu maleekota Waqayyoo duratti ni ganama
=iddo kanatti Ergamoonni maalif barbachisani ❓❓
β–¬β–¬
#Kiristos  wanni kessa nama hin bekneef Ergamoni nama bira olu kanaf jedhe pasterii kuniπŸ˜‚πŸ˜πŸ˜‚

Kitabni immoo Kiristoos kessa nama sirriitti beka jedha
Yohanis 2:25
πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha