Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธ๐ผโผ๏ธ 9๐2Qor 4:10-11
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
jireenya #Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
๐kuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira
10๐ Ibr 2:14-17
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โจ๏ธKanaaf, โ #ijoolleenโ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;
โจ๏ธakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan #bilisa baasuufi
โจ๏ธSababiin isaas inni #sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
โจ๏ธ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti #luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin โ #obbolootaโ isaa fakkaachuu qaba ture..
โจ๏ธ Inni mataan isaa yeroo #qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa
๐ผ 1โงsababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame #Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
๐ผ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taโe ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
โจ๏ธKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
โงlubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee
๐ผ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa #lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu #Kiristoos Waaqayyo jechudha
โจ๏ธ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu #Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos
๐Kiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taโe, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha
๐ช๐ #gama hundumaatiin โ #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture
๐๐#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadha๐๐๐๐
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1โงobboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2โงobboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu
๐นakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo
1๐akka namatii nyaachuudhaan
2๐akka namatii kadhachuudhaan
3๐ akka namatii dadhabuudhan
4๐akka namatti soomuudhan
5๐akka namati rafuudhan
6๐akka namatti calisuudhan
7๐akka namatti gadi ofii qabudhan
8๐akka namatti adeemudhan
9๐akka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10๐ akka namatti ergama taโe
11๐akka namatii raaji taโe
12๐ Haataโu malee akka namoota jiratee garuu inni akka #nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne
11๐1Phex 2:21-25
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDhugaa dubbachuuf isin #jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
๐ inni #cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
๐นNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya #qaama isaatiin #fannoo irratti baate. โIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.โ Sababiin isaas isin
akka #hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
๐......๐๐ jalate dhiistee
๐......๐๐ murti Kiristoos
jala hin baatu

๐น๐kuta-24ffยชยช๐๐
โGaaffii fi Deebii โ
๐Musiliimoota๐
----------------------------
โ Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
โ #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..โ
โ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....โjedhuu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duโu
โฉKiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
๐Ragaa kitaaba
โต=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?โ jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: โisin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
โถ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: โ #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.โ
โท=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, โNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: โIfni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.โKiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, โYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?โ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
โIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.โ
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
โธ=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โน=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
โบ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
โป=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
โIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.

โก๏ธ๐
ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ๏ธ
โจ๏ธGaaffii fi Deebiiโจ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐ผ
โYohaannis 11:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti affuurran gadde, ni #jeeqames.
แขแจแฑแตแ แฅแญแตแ แตแณแแ แต แจแฅแญแตแแ แแญ แจแแกแต แ แญแแต แฒแซแแ แฑ แ แญแถ แ แแแแฑ แ แแแก แ แซแฑแ แณแแจ
((แฎแแแต 11:33)).
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค Gaaffii isaanii
1= Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโโ
2= Kiristoos Erga Waaqayyo taโe akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
๐Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa #dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf
Ragaa kitaaba
โต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin #tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa
๐ซฑkanafuu Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.
โถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera
โท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya #Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.
+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee. #Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.
โธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ #Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ jedhe.
โก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โโโโโโโโโโโ

๐ทkutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
โMaarqoos 1:15
innisโBarri sun gaสผeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiสผaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!โ jedhe
โ=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.โ
โ=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu โ
๐นDeebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba
โตโ2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.
โถโEfesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaสผaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taสผe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.
โทโ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulสผachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duสผan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:
๐ง๐๐๐๐๐๐๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐ โฃ
โinni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee โ jechi ยซ #bari ยป xumurame yookiin barri sun gaโee jedhe โ
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture
๐นDeebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.
๐ ฐ tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. ๐ค๐๐๐ก๐ ๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข ๐๐๐๐๐ก๐๐๐ก๐ ๐๐๐โ๐. ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ฏ
โธโYohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaสผan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.
โนโMaatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulสผifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.
โบโ1Yohaannis 1:1
Nu waaสผee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.
๐ ฑ inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.
โปโLuqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaสผanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.
๐ sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.
โผโYohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaสผu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.
โฝโYohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baสผu sun yommuu dhufutti waaสผee koo dhugaa baสผa.
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐ฉ๐
Kani ยซ #๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ยป lallabaa ture fi kani isaa dura taโe hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.๐ฏ๐ฏ๐ฏ
๐๐ข๐ก๐-6-๐๐ข๐๐๐๐ ๐ :๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฅ๐ข๐๐.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010
=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.