Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธ๐ผโผ๏ธ 9๐2Qor 4:10-11
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
jireenya #Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
๐kuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira
10๐ Ibr 2:14-17
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โจ๏ธKanaaf, โ #ijoolleenโ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;
โจ๏ธakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan #bilisa baasuufi
โจ๏ธSababiin isaas inni #sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
โจ๏ธ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti #luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin โ #obbolootaโ isaa fakkaachuu qaba ture..
โจ๏ธ Inni mataan isaa yeroo #qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa
๐ผ 1โงsababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame #Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
๐ผ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taโe ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
โจ๏ธKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
โงlubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee
๐ผ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa #lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu #Kiristoos Waaqayyo jechudha
โจ๏ธ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu #Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos
๐Kiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taโe, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha
๐ช๐ #gama hundumaatiin โ #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture
๐๐#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadha๐๐๐๐
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1โงobboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2โงobboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu
๐นakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo
1๐akka namatii nyaachuudhaan
2๐akka namatii kadhachuudhaan
3๐ akka namatii dadhabuudhan
4๐akka namatti soomuudhan
5๐akka namati rafuudhan
6๐akka namatti calisuudhan
7๐akka namatti gadi ofii qabudhan
8๐akka namatti adeemudhan
9๐akka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10๐ akka namatti ergama taโe
11๐akka namatii raaji taโe
12๐ Haataโu malee akka namoota jiratee garuu inni akka #nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne
11๐1Phex 2:21-25
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDhugaa dubbachuuf isin #jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
๐ inni #cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
๐นNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya #qaama isaatiin #fannoo irratti baate. โIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.โ Sababiin isaas isin
akka #hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
๐......๐๐ jalate dhiistee
๐......๐๐ murti Kiristoos
jala hin baatu

โ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โ แฅแแ แจแแแแ
แแขแ แต แจแแซแตแแแต
แจแฅแแแ แฅแแญ แ แ
=Yoh 1:29
=แฎแแแต 1:29
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo
๐ปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ jecha kana Kani
Dubbaate #Yohaannis
Cuuphaa turee
โhiika jechoota
=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โhoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โWaaqayyo kani
Jedhame #Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โผ๏ธโ ilaa #ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โkan biraa Affuurra
Qulqulluun jira โmoo hin jiruโ
โDeebiii Eeyyee jira
โAbbaan #Affuurra
(Yoh 4:24)
โKiristoos akkana jedhee #Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโe Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โHaataโu malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu
๐ป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ
๐ปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ
โhoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโe
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo #Maariyaami
Irraa Dhufe
โ Yoh 1:14
โ Mat 1:23-24
โLuq 2:7-11
โrajii isayaas 7:14
โraaji hose 11:1
โfar.Daawit 2:7
โ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐
โilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โKiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐
โLuq 15:4-6
โYohaannis 10:2
โraji-Ermiyaas 23:1-2
โraji-Hisqi'el 34:11-31
โraji-Hisqi'el 34:1-10
โraji-Zakaariyaas 11:6-17
โHaataโu malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โNuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโe
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna
โragaa kitaaba ๐
=1Qor 5:7๐
๐Akkuma amma
bukoo #haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera
โKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ1 Phex 1:18-19๐
๐ #bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga #hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐นKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera
โ Jechi #Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa
โ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa
โKiristoos kanaa Dhufe
Namoota #hundumaaf
Malee #Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa
๐นFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโe
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee
โ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni #barbaachisaa
Jechuu keenyaa
โjecha #cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ
โ 1Yoh 3:5 ๐
๐ inni kan #dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โแฅแญแฑแ แแขแ แตแ
แแซแตแแแต แฅแแฐ แฐแแแ
แณแแแแฝแ แ แฅแญแฑแ แแขแ แต
แจแแ =1 แฎแแแต 3:5
๐ป#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโe wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโผ๏ธ
โilaa #hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐ilaa #fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐ilaa #ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐ilaa #ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya
๐น=kutaa_3-ffaa
โyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐
ฐ kutaa-100-ffaa๐น
โปgaafi fi deebi Musiliimota
โYohannis 1:14
sagalichi #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1โงgaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu โ
๐Ragaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebi Keenyaโ
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98๐dubbisi
kutaa -99๐dubbisi
โamma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
๐นkuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka taโe ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
๐iddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee ยซ #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe ยป
๐Jechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
๐ inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa โdeebii isaa abbaa bira.
โโปYohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
โป kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
โปyeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee taโe dhufe foonii nama fudhatee
๐akkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
โโปMaatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaสผin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
โ Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. โ kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.โ.
โโปIbroota 2:14-15๐
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis duสผa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duสผa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duสผaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
โงjecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
โโปFiliphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
โปiddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
โปamma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
โฌโฌโฌโฌ
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
โงSababiin isaa ยซ jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu โ
โงinni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhuโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐