๐ป Kitaabni kaaku haara
lallabaa qabxii tokko
Hanga torba kan jirudha
โ1Qor 15:13-14๐
Duaa kauun warra
duanii hin jiru taanaan
Kiristoos du'aa
hin kaane jechuu dha
Kiristoos duaa hin kane
yoo tae immoo
#lallabni keenya gatii
hin qabu #amantiin
keessanis gatii hin
qabu jechuu dha
๐ปKuni kan ibsuu
Adeemsa du'a ka'utti
Du'uf immoo dhalchuu
Dirqama ta'a.....,isaa booda
Addeema 1-6 ifaa godha
โข #faayidaan du'a ka'u
kiristoos Immoo
=1=murteesisufi
=2=jireenya keenudha
Dhala namatiif
โขyeroo kana immoo
Isaa lakkoofsa 7 irraa
Jiru ibsa
=kanafuu kutaa
Lallaba kan jedhamnin
Isaan kana
Isaan kan hundumaa
Immoo seeraa jeena
Kanaafuu wajjoo jechuu
Barumsa kan ofii keessa
Qaba, wa'ee fannoos ni
Ibsa.
โmatewoos 16:24๐
#Iyyaasus sana booda #barattoota isaatiin
akkana jedhe
Namni ana duukaa buuu barbaadu hundi of haa
ganu
fannoo koo baatees
yeroo hunda ana
duukaa haa buu
โMat 10:38
โLuq 14:27
โluq 9:23
โMar 8:34
๐ป Erga Galaatiyaa 6:14๐
#Ani garuu Fannoo
Gooftaa keenya
Iyyaasus Kiristoos
isa akka ilaalcha kootti #addunyaan
anaaf duee fi isa akka
ilaalcha isaatti immoo
ani addunyaadhaaf due
irraa kan hafe
matumaa wanta
kan biraatiin
hin boonu
=Kuni immoo dirqama
Gara fannoo sii,geessa
Akkamit ati fannoo
Bonnu dandeessa
Mee,morma kee,irratti
Hidhate wa'ee isaa
Dubbacha tti malee
โขfakkeenya bira
Waaqayyo Museef
ulee keenne turee
Ulee sana bishaanii
addan Kutani
=ser.Bahu 14:21-22
โข fannoo kiristoos
immoo hangama #ulee
Musee haa,caalu reโ
โขakkuma Musee
Ulee isaa #harkatti
Qabte diina jala ittiin
Bahee fannoo Kiristoos
#Morma keenya fi
#Lubboonni keenya
Harkati qabatanii
Dinaa jala ittin nuu
Basuu mitti reeโ
โMuse fakkeenya
lubboota (Mat 17:1-5)
โขfakkeenya biraa
Uffaanni Kiristoos
Inni dhiga hin qabnee
Dubarti waggaa 12
Dukkubsate yeroo
Xuqi qofaan fayyite
โขMar 5:25-29?
#dubartiin dhiigni
ishii waggaa 12f dhangalaaa ture tokko jirti turte
ishiin #ogeeyyii fayyaa
#hedduu bira dhaquudhaan
baayee kan dhiphattee fi
wanta qabdu hundumaa
kan fixxe taus
#dhukkubni ishii ittuma
#caalaa deeme malee
itti hin wayyoofne
ishiin waaee Kiristoos
yommuu dhageessu
namoota hedduu
gidduudhaan duuba isaatiin dhuftee #uffata isaa #tuqxe
sababiin isaas ishiin
โAni uffata isaa qofa illee
yoon tuqe nan #fayyaโ
jettee yaaddi turte
Dhiigni ishii dhangalaaa
tures battaluma sanatti
ni dhaabate
dhukkuba ishii isa ishii
dhiphisu irraa akka
fayyites #qaama
ishii keessatti itti
beekame
โข qoricha goggeesa
Meeqa Ishe fayyisuu
Hin dandeenye
Garuu uffata Kiristoos
Yero tokko qofa xuqate
Fayyite
=Haaluma kan fannoo
Kiristoos immoo
Yoo,xuqane qaamni
Keenya akkamitti
Hin fayyine reeโ
โMat 18:20๐
#lama yookiin sadii
taanii bakka maqaa
kootiin walitti qabamanitti
ani isaan gidduutti
nan argama
=Haaluma kana
lubbooni Keenya
fannoo isaa qabatanii
Yoo,nuu,biraatti argaman
Lama fi isa oli tanaa
Inni immoo Waaqani
keenya Nuu,gidduutti
argama...................
๐คฒ Filiphisiiyus 3:18๐
Namoonni faanno
Kiristoosiif #diinota taanii #deddeebian jiru; kanaan
dura waaee isaanii
irra deddeebiee
dubbachaan ture
garuu, ammas
#imimmaaniin waaee
isaanii nan dubbadha
#Dhumni isaanii #badiisa #waaqni isaanii
garaa isaanii ti
#ulfinni isaanii
salphina isaanii ti
#sammuun isaanii
wantoota lafaa irratti
kan xiyyeeffate dha.
#Nuti garuu lammiilee
samii ti
#fayyisaa isa achii
dhufu jechuunis
Gooftaa Iyyaasuus
Kiristoosiin #hawwii
guddaadhaan eegganna
๐พแฅแ แฐแแฝ แแญแญแตแถแต
#แแตแแ แ แแถแน แแแ
แญแแแแณแแ แฅแ แแ แตแ แฅแแญแฑ แ แแแฝแ แ แแแ แฅแแณ #แฅแซแแแตแ แฅแแแ
=แแแตแตแฉแต 3 :18
๐ปseenaa fannoo
Argamu isaa isaa
Media hedduun darbaa
Wajjin jiruu hordofa
โ #Kutaa_7-ffaan
kanuman xumura
โขGalani Waaqayyof
โขHaadha Waaqayyoofis
โขQulqulluu fannoo isaf
โขErgamootaa Qulqulluuf
โขQulqullota hundumaaf
Haataโu Ameen.
โYaada yoo qabatanii๐
#Gutema123
โ kan channeel ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====

๐นseena kan irraa
Maali hubbatan... โ
โ Achiis #Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: โNamni #sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.
โ Kanaaf, namichi isa waamee, โWanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessiโ jedheen
โ Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: โGooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.
โYommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na #simataniif waanan godhu anuu beeka.
โAchiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, โGooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?โ jedheen. Namichis deebisee,
#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, โ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessiโ jedheen
โItti aansees isa tokkoon,
โAti hoo hammamtu si irra jira?โ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100โ jedhe
Innis, โWaraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessiโ jedheen
โ Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu, #ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.
โโAnis isiniin nan jedha, yommuu #qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa
โNamni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta #xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau
โ Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?
โ Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan, #badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?
#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.โ
โ Yeroo kanatti #Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban
โKanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
โ #isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(โLuqaas 16:1-15)
โแแแต 16:15
แฅแแฒแ แ แ แแธแแก
#แซแณแฝแแ แ แฐแ แแต แจแแณแธแตแ แฅแแแฐ แแฝแ
แแแญ แแ #แฅแแแ แฅแแญ_แแฃแฝแแ แซแแแแค แ แฐแ แแแต แจแจแ แจ แ แฅแแแ แฅแแญ แแต #แญแตแฐแต แแแ
๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโ

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
โก๏ธ๐
ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ๏ธ
โจ๏ธGaaffii fi Deebiiโจ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐ผ
โYohaannis 11:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti affuurran gadde, ni #jeeqames.
แขแจแฑแตแ แฅแญแตแ แตแณแแ แต แจแฅแญแตแแ แแญ แจแแกแต แ แญแแต แฒแซแแ แฑ แ แญแถ แ แแแแฑ แ แแแก แ แซแฑแ แณแแจ
((แฎแแแต 11:33)).
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค Gaaffii isaanii
1= Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโโ
2= Kiristoos Erga Waaqayyo taโe akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
๐Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa #dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf
Ragaa kitaaba
โต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin #tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa
๐ซฑkanafuu Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.
โถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera
โท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya #Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.
+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee. #Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.
โธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ #Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ jedhe.
โก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โโโโโโโโโโโ