🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹seena kan irraa
Maali hubbatan... ❓

✍ Achiis
#Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: β€œNamni
#sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.

✍ Kanaaf, namichi isa waamee, β€˜Wanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessi’ jedheen

✍ Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: β€˜Gooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.

✍Yommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na
#simataniif waanan godhu anuu beeka.

✍Achiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, β€˜Gooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?’ jedheen. Namichis deebisee,

#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, β€˜ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessi’ jedheen

✍Itti aansees isa tokkoon,
β€˜Ati hoo hammamtu si irra jira?’ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100’ jedhe
Innis, β€˜Waraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessi’ jedheen

✍ Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu,
#ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.

βœβ€œAnis isiniin nan jedha, yommuu
#qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa

✍Namni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta
#xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau

✍ Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?

✍ Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan,
#badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?

#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.”

✍ Yeroo kanatti
#Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban

✍Kanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
β€œ
#isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(β—ˆLuqaas 16:1-15)



βœαˆ‰α‰ƒαˆ΅ 16:15

αŠ₯αŠ•α‹²αˆ…αˆ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α‘
#αˆ«αˆ³α‰½αˆαŠ• α‰ αˆ°α‹ αŠα‰΅ α‹¨αˆα‰³αŒΈα‹΅α‰ αŠ₯αŠ“αŠ•α‰° αŠ“α‰½αˆ
ነገር αŒαŠ•
#αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­_αˆα‰£α‰½αˆαŠ• α‹«α‹α‰ƒαˆα€ α‰ αˆ°α‹ α‹˜αŠ•α‹΅ α‹¨αŠ¨α‰ αˆ¨ α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠα‰΅ #αˆ­αŠ΅αˆ°α‰΅ αŠα‹αŠ“

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆ
✍✍✍✍✍✍✍
πŸ…Ύ kutaa-78-ffaa.🌺
     βž›gaafi fi deebi
     βž›Musiliimaa
     βž›pheenxee
✍ Yohaannis 17:15
β€œAni isa
#hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£
gaaffii isaanii
1βž›warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2βž›warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
πŸ‘‰deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
πŸ“Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta ❝hamma❞ irraa gahee ni kadhatuu turee.

βΆβž›Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaΚΌan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii
#Waaqayyoon_kadhatan: β€œYaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
βš› Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
✍ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa moo❓Kiristoos hoo ni dhorkaa laata ❓,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.

β·βž›1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna;
#inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaΚΌu.
β–£βž›iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos

βΈβž›2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
πŸ‘‰iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
πŸ“kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu
#Abbaa fi #ilma jechudha.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega ta’e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.❓
1βžͺDuubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
βΉβž›Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaΚΌes, namoota hedduu gidduutti gaΚΌee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duΚΌaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaΚΌameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate,
#Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2βžͺ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
βΊβž›Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: β€œ
#Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
β»βž›Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree
#lafa irratti #ulfina siif kenneera.  Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3βžͺnuuf fakkeenya ta'uf
βΌβž›Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
βž‘βž›Yohaannis 13:15
βžͺAkkuma
#Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taΚΌeera.
🌺 inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
βž’βž›Yohaannis 17:20-21
 β€œAni warra kanaaf
#qofa utuu hin taΚΌin, warra dubbii isaanii dhagaΚΌanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis
#tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
✍ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haata’u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo
#ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
βž“βž›Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taΚΌuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
πŸ…° Kutaa ~76~DubbisaaπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha