๐น๐kuta-24ffยชยช๐๐
โGaaffii fi Deebii โ
๐Musiliimoota๐
----------------------------
โ Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
โ #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..โ
โ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....โjedhuu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duโu
โฉKiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
๐Ragaa kitaaba
โต=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?โ jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: โisin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
โถ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: โ #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.โ
โท=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, โNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: โIfni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.โKiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, โYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?โ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
โIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.โ
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
โธ=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โน=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
โบ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
โป=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
โIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.

๐ kutaa-97-ffยชยช ๐๐
โปgaafi Deebi Musiliimota
โYohaannis 1:13
isaan #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii #dhiiraa irraa hin dhalanne.
๐gaaffii isaanii Namni akkamitti dhigaa ykn fedhii fooni ykn fedhii dhira malee dhalchuu danda'a jedhuu..โ
โฌโฌโฌโฌ
๐ท Deebii keenyaa.
#Gaafi keenya immoo nuuf Deebisa yaa Musiliimota Adaami dhiga male ykn fedhii fooni malee ykn fedhii dhira malee Hin Uumamnee moo..โ
โgara yaada keenya yaa Deebinuu " Namni kamiyyuu foonii Adaami sana,qaba foonii nama gosummaa tokko.
1Qorontos 15:39
Foon hundinuu tokko miti; #Namni_foon_gosa_tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
๐ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐จ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐๐๐
1.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐
Namni maqaa Kiristoositti Amanuu jedhe malee namaa hunda hin jennee.
โโงYohaannis 1:12-13
warra isa simatan #hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee Waaqayyoo akka taสผaniif Aangoo isaaniif kenne Isaan Waaqayyo irraa #dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.
โHoji-Duka.buota 2:21
Namni #maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya
โRoome 10:13
Namni maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya.
โFarfannaa 9:10
Warri #maqaa kee beekan sitti #amanamu; Yaa waaqayyo ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.
โRaji-Isayaas 50:10
isin gidduudhaa waqayo kan sodaatu, Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaสผu eenyu? Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu? inni #maqaa_waaqayyotti haa #Amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.
โYohaannis 20:31
Wantoonni kun kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka amantaniif, #amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ _๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ข ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ #๐ค๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ก๐,๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ก๐.
2.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐.
Namni foonii fi dhiga irraa hin dhalannee jedhun nama,hafuuraa jechuudha ยซSababiin isaa afuurri dhiga fi foonii hin qabuu wani taefi ยป
โLuqaas 24:39
Anuma taสผuu koo beekuuf, harka koo fi miila koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa; uumamni #hafuuraa akka ana irratti argitan kana #foonii fi lafee hin qabu.โ
โMaatewos 16:17
Yeroo kanatti Iyyaasuus โYaa Simoon ilma Yoonaas, kana kan siif ibse #foonii fi #dhiiga utuu hin taสผin, Abbaa koo isa samii waan taสผeef gammadi.
๐Tolee nama hafuuraa jechuun kani hojii hafuuraa kani hojjatu wani taโef ,namni foonii fi dhiiga immoo hojuma foonii dhiiga hojjata jechudha.
โพYohaannis 4:24
#Waaqayyo_hafuura #warri isa waaqeffatanis #hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โฟRoome 8:5
warri akka #fooniitti jiraatan, yaadni isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata; warri akka #hafuuraatti jiraatan garuu, yaadni isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.
โโRoome 8:9
Dhuguma hafuurri Waaqayyoo yoo isin keessa jiraate garuu, fedha #foonii wajjin utuu hin taสผin, fedha hafuuraa wajjin tokkummaa qabaattu. Taสผus, namni tokko #hafuura Kiristoos hin qabu taanaan, namni kun kan isaa miti.
โฌโฌโฌโฌ
๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐ ๐๐ข๐ข๐ค๐ค.
โ๐ฃ๐๐ข๐ฃ๐ ๐๐ ๐ ๐ ๐ ๐๐ฉ๐๐๐ ๐ฆ๐ช๐ก๐ฆ๐ช๐ก๐ก๐ช๐ฉ๐ฉ๐ ๐ ๐๐ก๐ก๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฃ ๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐.
โตโป1 Pheexiroos 1:23
isin karaa #dubbii Waaqayyoo isa jiraataa taสผee fi yeroo hunda jiraatuun, haaraa kan #dhalattan, sanyii baduun utuu hin taสผin sanyii hin badneen ture.
โถโปYaaqoob 1:18
Kun fedhii isaa waan taสผeef, nuti uumamawwan isaa keessaa warra jalqabaa akka taanuuf, inni dubbii dhugaatiin nu #dhalche.
โทโป1Yohaannis 5:1
Namni Iyyaasus dhuguma Kiristoos taสผuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa #dhalateera; namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata.