#Baga_geessan πππ
πΉIya 5:14 "#Ani amma #hangafa_loltuu #Waaqayyoo ta'een dhufe"
#Ergamaa_Qulqulluu_Mikaaeel #Iyyaasuu gargaruf yeroo dhufuu #jecha ittii dubbatedha .
#Kanaf #Ergamaa_Qulqulluu Mikaa'eel nama gargaruf Kan #ergamu dha
πΉ #Ummaata_isra'eelis galana yeroo ce'an Kan gargare #Ergamaa_Qulqulluu_Mikaaeel dha.
S.Ba'u. 13:21-22 "#Waaqayyo akka isaan #halkanii fi #guyyaa adeemuu danda'aniif, #guyyaa utubaa #duumessaatiin isaan dura adeemee #karaa isaanitti argisiise, #halkan immoo utubaa #ibiddaatiin isaaniif ibse; akkasitti isaan ni geggeesse.
πΉ#Guyyaa utubaan duumessaa, #halkan immoo utubaan #ibiddaa fuula jaraa duraa hin dhabamne ture.
#Ummaata isra'eelis Kan dures garbuuma Jala baase #Qulqulluu_Ergamaa_Mikaa'eel dha.
#Seera_Bahu 23:20_23 "#Kunoo, ani #karaa irratti akka si #eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si #geessuuf_ergamaa si dura nan erga.
#Atis_of_eeggadhu, dubbii isaa dhaggeeffadhu. #Maqaan koo isa keessa waan jiruuf, inni #irra-daddarbaa kee #siif hin dhiisu, ati isaan #mormitee irratti hin ka'in.
#Dubbii isaa ba'eessa gootee yoo #dhaggeeffatte, waan ani sitti dubbadhu hundumaas yoo #goote, ani #diina keetti #diina nan ta'a, #warra siin mormaniinis nan# morma.
#Ergamaan_koo si #dura ni #adeema
#Eyyee Wanta dhala #namaaf hin danda'amne #waaqayyoof salphadha wanta ta'eef galana #ertira ce'anii garbuuma Jala #bilisa bahan.
πΉ#Waaqayyoo har'as #biyyaa keenyaaf #Qulqulluu_Mikaa'eel nuf erge #nageenya akkaa nuf buusu #fedha Fi #jΓ alalaa isaa nuf haa ta'uu.
#Nutis_Ergamaa_Qulqulluu Mikaa'eel nu # gargaruf Waan #Ergamuuf yeroo hundaa isaa waamana.
#Yaa_Qulqulluu_Eragamaa Mikaa'el har'as #dafii Nuuf #Kootu....
πππππ#Yaa_waaqayyoo #Ergamoota Kee nuf ergiite #nageenya akkaa nuf keennitu Fi #Laphee_Ergamoota Kee waamatu akkaa nuf keennitu #fedhaf_jaalala Kee nuf Yaa ta'uu.
https://t.me/firiqulqulloota
"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."

Telegram
Firii Qulqulloota
π"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31