Firii Qulqulloota
1.63K subscribers
30 photos
1 video
95 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹#Baga_geessan 🌹

🌹"Ani Kiristoosiif Misiroodha"

🙏Guyyaan har'a guyyaa #Qulqulleeti #Arseeman Kiristoosiif ragaa Waan baatef mormaa ishee muraanii wareegamu ittii fudhatedha.

➡️#Qulqulleeti&Arseeman wareegamuma fudhachuu irraa ishee Kan duubati ishee deebiifne:-
#Qabeenya hedduun yeroo kennamuf ishee hin dogogorsine.

#Nuti Qabeenyaf jennee meeqa keenyatuu #ajjaaja waaqayyoo #diige laata
Mee of ilaalu🙊

#Bareedina&ishee
Kunis bareedinii Kee ni bada yeroo jedhamtu gara duubati hin deebine #amantaa isheen

#Ijaa Fi #ilkaan ishee Yeroo baasan ishee garuu caalatii cimtee #Kiristoosiif ragaa baha turte.

🙈Har'a garuu waa'een #bareedina keenya yoo kaafame of #waaqessuu caalaa meeqa keenyatuu akkaa #Arseema of irraatii murteesse #Kiristoosiif dabrse of keenna laata

#Gorsii_Namoota Kiristoosiif #amanamura gara boodati #ishee hin deebiifne

🙈Har'a garuu meeqa keenyadha #gorsaa namootan ykn dhiibbaa #hiriyyan ajjaaja waaqayyoo Kan #diiga jiruu
Mee dhabbanee of haa ilaaluu

#Umriin(27) isheen irraa jirtuu #fedha_Foonii isheef bakkaa hin lanee.

🙈 Har'a garuu #meeqa keenyadha Kan #umurii dardarguumatii jennee kaan sababa dhiiyyeessu Kan #dogogoraf Kara bana jira mitiiree

🆕 #Qulqulleeti_Arseeman_Kiristoosiif ragaa bahun ishee har'a nuf wabbii Fi ragaa teenyadha.

"#Namoota gara ajjaaja waaqayyoo akkaa eeganiti fi #mootumaa isaa akkaa dhalan taasisuun #Mana kiristaana ijaaru ni caalaa""

Mat. 10:32-33
"#Eenyu illee #namoota duratti eenyu akkan ta'e dhugaa ba'ee yoo mul'ise, anis #abbaa koo isa #Samii irra jiru duratti #dhugaa nan ba'aaf. #Eenyu illee #namoota duratti yoo na gane garuu, anis immoo abbaa koo isa Samii irra jiru duratti isa nan #gana"

#Yaa_Qulqulleeti&Arseeman waada #waaqayyoo sif galee jedhii #laphee Hanga dhumaatii #dhugaaf dhaabbate nuf kenniii.

🔔🔔🔔🔔🔔 #Waaqayyoo jaalala #Qulqulleeti_Arseemaf jedhee #Misiroota isaa akkaa tanu nu haa gargaruu. Ameen!!!

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu"

https://t.me/firiqulqulloota