Cooperative Bank of Oromia
81.8K subscribers
1.67K photos
58 videos
20 files
346 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mala saffisaan boba’aa guuttadhaa!
Sirni kaffaltii dijitaalaa keenya (Kooppeey Iibirri) kaffaltii boba'aa kaffaluuf mala salphaa fi saffisaadha.

በፈጣን አማራጭ ነዳጅ ይሙሉ!
የኛ ዲጂታል የክፍያ ስርዓት (ኮፔይ ኢብር) ለነዳጅ ክፍያ በጣም ፈጣን እና ቀላሉ መንገድ ነው።
#Coopbank #DigitalPayment #Ethiopia
Kooppeey-Iibirri - Filannoo Kaffaltii Dijitaalaa Si’ataa!

Kooppeey-Iibirri konkolaachistootas ta'e abbootii qabeenyaa buufata boba’aaf kaffaltii boba’aa raawwachuuf mala si’ataa fi mijataadha. Appilikeeshinii isaa ‘App Store’ ykn ‘Google Play’ irraa buufachuun itti fayyadamaa.
*841# bilbiluun ofiin of galmeessuun ammoo tajaajilicha isiniif salphisa.
Gaaffii yookaan yaada yoo qabaattan, karaa lakkoofsa bilbilaa keenya kaffaltii irraa bilisa ta’e 609 nu qunnamuu dandeessu!

ኮፔይ-ኢብር - ፈጣን ዲጂታል የክፍያ አማራጭ!

ኮፔይ-ኢብር ለአሽከርካሪዎችም ሆነ የነዳጅ ማደያ ባለቤቶች ፈጣንና ምቹ የክፍያ አማራጭ ነው፤ አፕልኬሽኑን ከአፕ እስቶር ወይም ከጎግል ፕሌይ በማውረድ ይጠቀሙ።
*841# ላይ በመደወል በራስዎ መመዝገብ አገልግሎቱን ቀላል ያደርገዋል።
ለማንኛውም ጥያቄ ወይም አስተያየት በ609 ነፃ የስልክ መስመራችን ያገኙናል!
Download: https://coopbankoromia.com.et/coopay-ebirr/
#Coopbank #DigitalPayment #Ethiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Adeemsasaa ogeeyyii buufata boba'aaf salphaa taasisuun keenya kaffaltii keessan saffisaan akka raawwattan isin dandeessisa!
Maaf hiriirtu ? 🤔 Kooppey Iibirrii filadhaa!

ሂደቱን ለነዳጅ ማደያ ባለሞያዎች ቀላል ማድረጋችን ክፍያዎን በፍጥነት እንዲፈጽሙ ያሰችልዎታል!
ለምን ይሰለፋሉ? ኮፔይ ኢብርን ይምረጡ!

We've made it easy for fuel attendants, resulting in faster transaction for you!
Why queue? Choose COOPay Ebirr!
Download: https://bit.ly/3nOL64O
#Coopbank #DigitalPayment #Ethiopia
Yeroon keessan hammam qaalii akka ta’e sirriitti hubanna. Adeemsa saffisaa fi mijataa ta’e, Kooppeey-Iibirriin boba'aa guuttachuun, yeroo keessan osoo hin qisaasessin gara imala keessaniitti deebi'aa!

ጊዜዎ ምን ያህል ውድ እንደሆነ በትክክል እንረዳለን። ፈጣን እና ምቹ በሆነው ኮፔይ-ኢብር ነዳጅ በመሙላት፣ ምንም ጊዜ ሳያባክኑ ጉዞዎን ይቀጥሉ!

We understand the value of your time. Coopay-Ebirr ensures a fast and efficient fueling process, so you can get back to your journey in no time!

https://bit.ly/3nOL64O
#Coopbank #DigitalPayment #Ethiopia
Kooppey Iibirri kaffaltii boba’aa keessan ariifachiisee, imala keessanitti battaluma isin deebisa!
ኮፔይ ኢብር የነዳጅ ግብይትዎን በማቀላጠፍ ወደ ጉዞዎ ይመልስዎታል!
#Coopbank #Digitalpayment #Ethiopia
With COOPay Ebirr, you can fuel up quickly, leaving you with more precious moments to cherish with the ones who matter most. Make the most of your weekend!
#Coopbank #Digitalpayment #Ethiopia
Kaffaltii bishaanii magaalaa Duukam karaa Kooppey Iibirri raawwachuu dandeessisuuf Waajjira Bishaaniifi Dhangala'aa magaalattii waliin waliigaltee mallatteessinee jirra.

የዱከም ከተማን የውሃ ክፍያን በኮፔይ ኢብር መፈፅም ለማስቻል ከከተማው ውሃና ፍሳሽ ጽህፈት ቤት ጋር ስምምነት መፈራረም ችለናል።

We have signed MoU with Dukem Water and Sewerage Authority to ease bill payment via COOPay Ebirr.
#Coopbank #Digitalpayment #Ethiopia
Kooppey Iibirri fayyadamuun kaffaltii bishaanii magaalaa Duukam haala salphaan raawwatamuu eegalee jira.
Magaalota armaan gadii keessattis kaffaltiin bishaanii Kooppey Iibirriin raawwatamaa jira.

Jimmaa
Shaashamannee
Lakkuu
Shaakkisoo
Kuulaa
Bu’ii
Boruu
Adaabbaa
Gobbaa
Tajii
Gooroo
Abboomsaa
Bishaan Gurraacha
Gimbii
Dalloo Mannaa
Nageellee Booranaa

Yeroo gabaabaa keessatti eegaluuf jiran:
1. Magaalaa Adaamaa
2. Magaalaa Bishooftuu
3. Magaalaa Sandaafaa
4. Kutaa magaalaa Buraayyuu
5. Kutaa magaalaa Laga Xaafoo

በዱካም የሚኖሩ ከሆኑ ኮፔይ ኢብርን በመጠቀም የውሃ ክፍያዎን በቀላሉ መፈፅም ይችላሉ።
በሚከተሉት ከተሞችም የውሃ ክፍያ በኮፔይ ኢብር እየተከፈለ ነው።
ጅማ
ሻሸመኔ
ለኩ
ሻኪሶ
ኩላ
ቡኢ
ቦሩ
አዳባ
ጎባ
ተጂ
ጎሮ
አቦምሳ
ቢሻን ጉራቻ
ጊምቢ
ደሎ መና
ነገሌ ቦረና

በቅርቡ የሚጀምሩ
1. አዳማ ከተማ
2. ቢሾፍቱ ከተማ
2. ሰንዳፋ ከተማ
3. ለገ ጣፎ ክ/ከተማ
4. ቡራዩ ክ/ከተማ

Download: https://bit.ly/45f71CP
#Coopbank #Digitalpayment #Ethiopia
Kaffaltii bishaanii magaalaa Adaamaa karaa Kooppey Iibirri raawwachuu dandeessisuuf Waajjira Bishaaniifi Dhangala'aa magaalattii waliin waliigaltee mallatteessinee jirra. Jiraattonni magaalaa Adaamaa guyyaa har'aa irraa jalqabanii kaffaltii tajaajila bishaan dhugaatii haala salphaan karaa Kooppey Iibirri raawwachuu danda'u.

የአዳማ ከተማ የውሃ ክፍያን በኮፔይ ኢብር መፈፅም ለማስቻል ከከተማው ውሃና ፍሳሽ ጽህፈት ቤት ጋር ስምምነት መፈራረም ችለናል። የአዳማ ከተማ ነዋሪዎች ከዛሬ ጀምሮ የውሃ አገልግሎት ክፍያቸውን በኩፔይ ኢብር መፈፀም ይችላሉ።

We have signed an agreement with Adama Water and Sewerage Authority to ease bill payment via COOPay Ebirr.
Residents of Adama can pay their water service bills through COOPay Ebirr as of today.
Download: https://bit.ly/45f71CP
#DigitalBanking #DigitalPayment
Kooppey Ibbiriin boba’aa guuttadhaa;guyyaa boqonnaa keessanii gammachuun dabarsaa!

ኮፔይ ኢብርን ተጠቅመው የነዳጅ ክፍያዎን በቀላሉ በመፈፀም፣ የእረፍት ጊዜዎን በደስታ ያሳልፉ።

Fuel up with Coopay Ebirr; get the most out of the weekend!
#Coopbank #DigitalPayment #Fuel_Up #Ethiopia
Taphoonni gurguddoon bara kanaa eegaluufi!
Dirree bashannanaa irraa hin fagaatinaa!
Kaffaltii DSTV keessan Kooppey Ibirriin raawwadhaa!

የዓመቱ ትልልቅ ግጥሚያዎች እነሆ ሊጀመሩ ነው!
ከመዝናኛው ዓለም አይራቁ!
የ DSTV ክፍያዎን በኮፔይ ኢብር ይክፈሉ።

The big matches for the season are almost here.
Stay connected with the world of entertainment!
Pay your DSTV subscription with Coopay Ebirr.

#CoopayEbirr #DigitalPayment #Coopbank #Ethiopia
Download: http://onelink.to/fwbb3k
Faayidaa hedduu kan qabu, appilikeeshinii Kooppeey I-birri mobaayila keessanitti qabattanii wayita imaltan, milkiin tolaa, boba’aanis guutuudha.
Appilikeeshinii Kooppeey I-birriin boba’aa guuttadhaa!

ጥቅመ ብዙ የሆነውን ኮፔይ ኢ-ብር ዲጂታል መተግበሪያችንን በሞባይልዎ ይዘው ሲጓዙ ቀኑ ብቻ ሳይሆን፣ ነዳጁም ሙሉ ነው።
በኮፔይ ኢ-ብር መተግበሪያ ነዳጅዎን ይሙሉ!

#Coopbank #DigitalPayment #FuelPayment #Convenience