Tsegaye R Ararssa
15.9K subscribers
1.7K photos
254 videos
164 files
2.54K links
TA
Download Telegram
OromoCoalitionPressRelease31May2022F.pdf
222.3 KB
Share OromoCoalitionPressRelease31May2022F.pdf
Siyaasa jechuun kijibuu miti. Dhugaa fi haqa uummataa dabssuu ykn yeroo fi haala laallachaa dhugaa fi haqa sabaa irraa dabuu miti. Keessattuu, biyya dhugaan, haqni fi mirgi keenya nn jalaa awwalame jettee lubbuuf jireenya kee itti kennitee itti falmattu keessatti tooftaan kikkijibuu nama hin baasu. Biyya nagaa, haqa-qabeessa, fi dimokraatowa ta'e keessatti warri hojii siyaasa hojii idilee godhatee (ykn career/professional politician ta'e) kijibuullee baatan yeroo tokko tokko dhugaa dhodhoqsanii bira darbuu danda'u. Biyya akka keenyaa kan dhiigni wareegamtootaa hin qorriin keessatti gaaffii dhugaa fi haaqaa dhodhoksaniituma, ykn irraa dabaniituma, bira kutuun hin danda'amu.
---
ፖለቲካ ሸፍጥ አይደለም። መዋሸትም አይደለም። (የአብይ መሠረታዊው ችግር የራሱ አእምሮ እራሱ የማያስተውለውና የማይቆጣጠረው ውሸትን እያወራ ውሎ ማምሸቱ፣ አምሽቶም ማንጋቱ፣ በውሸት እሽክርክሪት ውስጥ መኖሩ ነው።)

እውነትን በማድበስበስ፣ ከእውነት አቅጣጫ በመታጠፍ (dodge በማድረግ)፣ ውሸትን በማሻሸት (massage በማድረግ) እውነት ለማስመሰል ጥረት ማድረግ፣ ወዘተ ለድል አያበቃም፣ ዘላቂ መፍትሔም አያመጣም። በተለይ የሕዝቦች እውነት፣ ሃቅ፣ እና ፍትሕ ተቀብሮ በመቆየቱ ምክንያት፣ ብዙ መስዋዕትነት ያስከፈለ ትንቅንቅ በሚደረግበት አውድ ውስጥ፣ ከእውነት እየሸሹ መተጣጠፍ ድልን አያጎናጽፍም፣ ፍትህን አያወርስም፣ ፍትሃዊና ዘላቂ ሰላም አያመጣም። ለመቀራረብ ሲባል፣ አቋምን ማቀራረብ ሊሞከር ይቻላል--ተቃራኒ እውነቶችን በማቻቻል (ወይም comprise በማድረግ)። ማቻቻል/ ማመቻመች ግን መዋሸትና መቅጠፍ አይደለም። እኔ ያለኝ እውነትና ሃቅ እንዲወሰዱ የሚጠይቃቸውን እርምጃዎች ሁሉ አሁኑኑ፣ ወይም ሙሉ በሙሉ ይወሰዱ ላለማለት ከባድ የውሳኔ ምርጫ ማድረግ እንጂ።

በደምሳሳው፣ "ፖለቲካ ሸፍጥ/ውሸት ነው" በሚል እሳቤ ላይ ተንተርሶ፣ ፖለቲከኞች ከእውነት እየታጠፉ፣ የፈለጉትን እርምጃ እንደተመቻቸው እየወሰዱ እንዲቀጥሉ ማድረግ፣ ሕዝቡ ተጠያቂነትን የማስገደድ ኃላፊነቱን ጥሎ፣ በሸፍጠኛ ግለሰባዊ አምባ-ገነን ሥርዓት ሥር እንዲኖር መፍቀድ ነው።

#Hanga_kijiba_xireeffannutti_bilisa_bahuuf_hin_deemnu!
The conversation I had with UMD's Getachew Assefa. Some of the issues we explored include:

1.What is the State of Play in Oromia? How is the war on Oromia unfolding?

2. How do we understand Jawar's first post-prison interview?

3. What is the difference between OFC, OLF, and OLA-OLF? Is it a divergence of visions or a mere difference of strategies and tactics?

4. Where is Ethiopia heading? Is there a reason to be optimistic? Is the prospect of redemption still alive. Is redemption possible? Is it even desirable? Is it probable?

&

5. Personal views about the prospect of constitutional redemption in Ethiopia...

https://youtu.be/PdkkyW1SqjA
Bara Odeessee-bulaan waa dalagee hin beekne, warra bara baraan uummata irraa maallaqa guuruu malee qabatamaan sabaaf waa hojjatee bu'aa takka agarsiisee hin beeknetu, har'a sagaleesaa ol kaasee, warra lafa irratti waa dalagee uummata gargaaree agarsiisaa jiruun, "mee maal dalagdan?" jedhee gaafachuutti dhufne!
"ካድሬና ወሬ አያሳጣህ!" jette jedhan warri ollaa!#Ugum! #wal_dhiisuf_teenya_hin_see'in!
Waan fedheefuu, ammaa achi, Oromoon maqaa Oromootin Abiyyi 2ffaa (OPDO-ODP-OPP kan birraa) ofirratti aangessuf hin deemu. Maqaa jijjiiramaatin, maqaa ‘bilisummaa’ sobaatin, faayidaa fi feedhii Oromoo tiksuu irraa goranii faayidaa fi feedhii nafxanyootaa kunuunsuun hin danda’amu, hin hayyamamu. #lama_nan_suufanii_jette_jedhan!
#Liqimsi
Tsegaye R Ararssa pinned «Waan fedheefuu, ammaa achi, Oromoon maqaa Oromootin Abiyyi 2ffaa (OPDO-ODP-OPP kan birraa) ofirratti aangessuf hin deemu. Maqaa jijjiiramaatin, maqaa ‘bilisummaa’ sobaatin, faayidaa fi feedhii Oromoo tiksuu irraa goranii faayidaa fi feedhii nafxanyootaa kunuunsuun…»
ለፖለቲካ ብለንነው?!?
================
ፖለቲካ ሸፍጥ አይደለም። መዋሸትም አይደለም። (የአብይም መሠረታዊው ችግር እኮ: የራሱ አእምሮ እንኳን የማያስተውለውና የማይቆጣጠረው ውሸትን እያወራ ውሎ ማምሸቱ፣ አምሽቶም ማንጋቱ፣ በውሸት እሽክርክሪት ውስጥ መኖሩ ነው።)

እውነትን በማድበስበስ፣ ከእውነት አቅጣጫ በመታጠፍ (dodge በማድረግ)፣ ውሸትን በማሻሸት (massage በማድረግ) እውነት ለማስመሰል ጥረት ማድረግ፣ ወዘተ ለድል አያበቃም፣ ዘላቂ መፍትሔም አያመጣም። በተለይ የሕዝቦች እውነት፣ ሃቅ፣ እና ፍትሕ ተቀብሮ በመቆየቱ ምክንያት፣ ብዙ መስዋዕትነት ያስከፈለ ትንቅንቅ በሚደረግበት አውድ ውስጥ፣ ከእውነት እየሸሹ መተጣጠፍ ድልን አያጎናጽፍም፣ ፍትህን አያወርስም፣ ፍትሃዊና ዘላቂ ሰላም አያመጣም። ለመቀራረብ ሲባል፣ አቋምን ማቀራረብ ሊሞከር ይቻላል--ተቃራኒ እውነቶችን በማቻቻል (ወይም compromise በማድረግ)። ማቻቻል/ ማመቻመች (Compromise) ግን መዋሸትና መቅጠፍ አይደለም። እኔ ያለኝ እውነትና ሃቅ እንዲወሰዱ የሚጠይቃቸውን እርምጃዎች ሁሉ አሁኑኑ፣ ወይም ሙሉ በሙሉ ይወሰዱ ላለማለት ሲባል: ከባድ የውሳኔ ምርጫ ማድረግ እንጂ።

በደምሳሳው፣ "ፖለቲካ ሸፍጥ/ውሸት ነው" በሚል እሳቤ ላይ ተንተርሶ፣ ፖለቲከኞች ከእውነት እየታጠፉ፣ የፈለጉትን እርምጃ እንደተመቻቸው እየወሰዱ እንዲቀጥሉ ማድረግ፣ ሕዝቡ ተጠያቂነትን የማስገደድ ኃላፊነቱን ጥሎ፣ በሸፍጠኛ ግለሰባዊ አምባ-ገነን ሥርዓት ሥር እንዲኖር መፍቀድ ነው።

ትግላችን ለፍትሕ ከሆነ: "ለፖለቲካ ሲባል" ብለን የምንሸፋፍነውና እያስመሰልን የምንታገልለት: ድብቅ የሆነ ወይም የምናፍርበት: አንዳች ሃቅ የለንም: አይኖረንም!!

#አርነት_በእውነት_እንጂ_በሸፍጥ_አይመጣም!
Siyaasaf Jenneetii?!?
================
Siyaasa jechuun kijibuu miti. Dhugaa fi haqa uummataa dabssuu ykn yeroo fi haala laallachaa dhugaa fi haqa sabaa irraa dabuu miti. Keessattuu, biyya dhugaan, haqni fi mirgi keenya nn jalaa awwalame jettee lubbuuf jireenya kee itti kennitee itti falmattu keessatti tooftaan kikkijibuu nama hin baasu. Biyya nagaa, haqa-qabeessa, fi dimokraatowa ta'e keessatti warri hojii siyaasa hojii idilee godhatee (ykn career/professional politician ta'e) kijibuullee baatan yeroo tokko tokko dhugaa dhodhoqsanii bira darbuu danda'u. Biyya akka keenyaa kan dhiigni wareegamtootaa hin qorriin keessatti gaaffii dhugaa fi haaqaa dhodhoksaniituma, ykn irraa dabaniituma, bira kutuun hin danda'amu.

Akka waan siyaasni kijiba ta’eetti fudhachuu dhan, “Siyaasaf jenneet tokko dubbannee, kaan dhoksinee; tokko murteessinee kaan dhiisnee,” jechuun sirrii miti. Haqa dhoksinu of-harkaa hin qabnu. Dhugaa itti qaanofnu of-harkaa hin qabnu. Alagaa sossobuuns yoo barbaachisee feedhii fi faayidaa qabsoo Oromoo dhoksuu dhan hin ta’u.

#Hanga_kijiba_xireeffannutti_yoomillee_bilisa_bahuuf_hin_deemnu!
Kajeellaa kursii mana Minilik hin qabnu. San dhiisii kursii biyya tolte keessa jiruf hin rifannu. (Biyya Toltec sabaaf toltu ta’innaa jenneet itti dhamana malee kursiin biyya sanaas kursii nuun madaaltu miti; siyaasni biyya sanaas siyaasa nama hawwachiisu mitii. Inumaayyu sadarkaa siyaasa jedhamu irra waan gaye miti. Yoom achii gayee!?!?

Akkasumatti dharraa beekkamtii (harka-rukuttaa diasforaas) hin qabnu. Sana hunda ofirraa darbanneet, tuffannee, dhiisnee keessaa yaanee dhufne. Namoonni tokko tokko garuu tuffii ofiif qaban irraa ka’anii waan xixiqqaa nuyi tuffanneee of dubatti dhisneen nu komatanii nama salphisuuf yaalu. Ayiii nama keenya. Of xiqqessuun kana caalu jiraaree??

#Waan_falminuuf_beekna! #Galma_gahuun_dirqama!
#No_thank_you_to_kursii_sirna _nama _nyaataa!
Ethiopia Cable i84 20220601.pdf
462.3 KB
Share Ethiopia Cable i84 20220601.pdf
It is done! It is done!! It is done!!! Now is not the time to lower the bar. It’s not the time to scale down ambitions! #we_shall_overcome!
An Afaan-Oromo speaking Ethiopianist is still an Ethiopianist—just like OPDO, ODP, OPP, ODF, or the more conspicuous Ethio-Amhara political parties. And their political vision and strategy has been tested numerous times over and have been found wanting.

Their vision is only the same old vision seen, this time by Afaan-Oromo speaking bodies, from the same (imperial) vantage point. And their strategy—having been similarly tried, failed, exhausted, and now found wanting—is completely devoid of solutions for the protracted problems of Ethiopia.
#Move_on_or_perish!
OSA Annual Conference CFP (2022) (final).pdf
9 MB
Share OSA Annual Conference CFP (2022) (final).pdf
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ኢንተርቪው ያመለጣቹ