Caffee Mooraa-Jimmaa
3.29K subscribers
345 photos
7 videos
42 files
393 links
Jaalala_Qabaadhu
Waaqayyoon jaaladhu; mootummaasaa jaaladhu; nama hundaa jaaladhu; jaalalli jaalala fida. Haa ta'uutii ati tajaajila kee akka hojiitti qofa, akka dirqamaatti, ykn kaayyoo ta'eef qofa akka ta'eetti kan ilaaltu yoo ta'e bu'aan kee maalinni?
Download Telegram
βœ…Beeksisa chaanaalota afuuraa kan Ortodoksi Waloomaaβœ…

πŸ‘Faarfannoota haaraa seera mana amantaa Ortodoksi Waloomaa eeganii maxxanfaman kana ilaalaa, eebbifamaas. #Subscribe gochuun maamiloota ta'aa...

πŸ‹Dn F/taa Amaanu'eel Gammachuu - Waaqa Abboolii Kootii
🍏Dn F/taa Abdii Balaay - Jaalalli Kee
🍐 F/taa Taarikuu Jogoraa - Kottu Kottu
πŸ‡ F/taa Taarikuu Jogoraa - Buhee jedhaa
🍎 F/ttuu Fiqirtee Shimallis - Latiin jirma qaba
😱 Lakkoofsota Giizii hamma miiliyoona 100'tti - Dn Firaa'oliin - asirra cuqaasuun banaa ilaalaa

πŸ“Chaanaalii Yuutiyuubii kan Faaruu Daawit jedhu #Subscribe gochuun deggaruu yoo barbaaddan asirra cuqaasaa.

πŸ“Beeksisa afuuraa galmaa'uuf - Dn Firaol

πŸ“’Chaanaalota afuuraa kanneen afaan Oromoon uummata tajaajilaa jiran kana join taasisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

🍍 Dn F/taa Muluqan - Tawaahidoo keessattan uumame
😱 Lakkoofsota Giizii hamma miiliyoona 100'tti - Dn Firaa'oliin - asirra cuqaasuun banaa ilaalaa

πŸ“Chaanaalii Yuutiyuubii kan Faaruu Daawit jedhu #Subscribe gochuun deggaruu yoo barbaaddan asirra cuqaasaa.

πŸ“Beeksisa afuuraa galmaa'uuf - Dn Firaol

πŸ“’Chaanaalota afuuraa kanneen afaan Oromoon uummata tajaajilaa jiran kana join taasisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from Dn Firaol Promotion via @Firaol_bot
✝Beeksisa chaanaalota afuuraa kan Dn Firaol✝

πŸ”°Faaruu Daawit irraaπŸ”°
πŸ‹ Waaqa Abboolii Kootii
🍏 Jaalalli Kee
🍐 Kottu Kottu
πŸ‡ Buhee jedhaa
🍎 Latiin jirma qaba
🍍 Tawaahidoo keessattan uumame
😱 Lakkoofsota Giizii hamma miiliyoona 100'tti - Dn Firaa'oliin

πŸ“Chaanaalii Yuutiyuubii kan Faaruu Daawit jedhu #Subscribe gochuun deggaraa.

πŸ“Beeksisa chaanaalota afuuraa galmaa'uuf - Dn Firaol

πŸ—£βœDn Firaol PresentsπŸ—£βœ

πŸ“’Chaanaalotaa fi πŸ‘₯Gareewwan afuuraa kanneen afaan Oromoon uummata tajaajilaa jiran kana join taasisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

#Oduu_Aagaa

Tajaajila keenya fuula Telegramii fi Facebookiin ture amma immoo gama #Youtube #DooniiNoh jedhuun dhufnee jirra. Dhaabbilee barnoota olaanoo Magaalaa Jimmaatti argamuun kan gaggeeffamu Caffeen Mooraa Jimmaa, sagantaalee yaa'iilee mooraa jahaniin sagantaa isiniif dabarsuuf Youtube banamedha.

Maarree isiniis gaheen keenya maalii jechuu dandeessu?

Eyyeen ammuma deemaatii #subscribe, #Like #share nuuf taasisaa, nus hordofaa.

Fuula Youtube kana irratti

#Barumsoota mana Kiristaanaa
#Faaruuwwan
#Yeedaaloowwan (Misbaakii) Afaan Oromoon
#Ogbarruuwwan afuuraa garagaraa fi
#Sagantaalee Ayyaanaafi deemsa garagaraa irraa kan waraabame irratti isiniif dhiyeessina.

@DooniiNoh
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://youtu.be/MTlQ_54dZ8U
Forwarded from GODOLIYAAS (Lamessa Teshome)
#Ergaa

Maatiiwwan Chaanela Godoliyaas (@Kalabhiyahu) akkam jirtu? Baga torban eebbifamaa Torbee Dhukkubbiiwwaniin isin gahe! YouTube Miidiyaa nu tajaajiluuf dhufe, "Miidiyaa Sootiriyaa" kan guyyoota  muraasa booda sin tajaajiluu jalqabu kana #Subscribe gootaniittuu? Yoo hin goone ta'e kunoo link gadiin seenuun ammuma subscribe akka gootan jaalala obbolummaan sin gaafadha!

YouTube Miidiyaa SootiriyaaπŸ‘‡

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

Odeeffannoo dabalataafβ–Ί@lamtesh
Maatii Taatanii Jirtuu❓

➭Jaalatamaa/tuu obboleessa/eettii koo nageenyi Waaqayyoo siif haa baay'atu; waa si yaadachiisuu?! Tole! Bara keenya kanatti dhiibbaa miidiyaan hawaasaa fi ammayyummaa ana fi si'i dabalatee dhaloota irratti fidaa jiru hammam akka ta'e sitti hin himu, atiyyuu beekta waan ta'eef! Dhiibbaan kun guyyaa irraa gara guyyaatti dachaan dabalaa deemuun isaa immoo waan nama rifachiisuu fi sodaachisudha. Kanaan walqabatee manni kiristaanaa kee , haati kee ishee dhugaan baduu dhalootaa hin barbaadne kun osoo maal fa'a hojjette furmaatadha jetta? Tarii akkuma koo tajaajila afuurawaa qindaa'aa ta'ee fi bilchaataa ta'e  miidiyaalee hawaasaatiin tamsaasuun dhiibbaa jiru kana akka carraa gaariitti fayyadamuu qabdi jetta ta'a. Dhugaadha mana kiristaanaaf miidiyaaleen hawaasaa hedduun ishee barbaachisu; hedduu qofa osoo hin taane miidiyaa guddaatu isheef mala. Miidiyaa guddaan immoo kan jiraatu yoo anaaf si'i, obboloonni keenyi biroonis walirraa gargar faca'uu dhiisnee walitti dhufnee karaa dandeenyuun tumsa taasisnedha. Tumsa taasisuu barbaaddaaree?! Koottu kunoo miidiyaa mana kiristaanaa kan ta'e tokko  "Miidiyaa Sootiriyaa" #Subscribe #Follow #Like #Join gochuun maatii haa taanu; obboloota keenyas affeeruun tumsuma xiqqoo kana  irraa haa eegallu. Obboloota jaalattu qabda mitii?!; mee affeerraa kana ergiif!

Toora miidiyaalee hawaasaa Miidiyaa SootiriyaaπŸ‘‡

➭YouTubeβ–Ίhttps://youtube.com/@soteriamedia21

➭Telegram Channelβ–Ίhttps://t.me/Soteriamedia

➭Facebook Pageβ–Ίhttps://www.facebook.com/soteriamedia21