Caffee Mooraa-Jimmaa
3.41K subscribers
345 photos
7 videos
42 files
395 links
Jaalala_Qabaadhu
Waaqayyoon jaaladhu; mootummaasaa jaaladhu; nama hundaa jaaladhu; jaalalli jaalala fida. Haa ta'uutii ati tajaajila kee akka hojiitti qofa, akka dirqamaatti, ykn kaayyoo ta'eef qofa akka ta'eetti kan ilaaltu yoo ta'e bu'aan kee maalinni?
Download Telegram
πŸ‘Miseensa 1000 ol WaliinπŸ‘

πŸ‘‰Chaanelli keessan "GODOLIYAAS" turtii ji'a lama hin guutne keessatti miseensota #800 ol horatee jira. Amma immoo bara haaraa fuldura keenya jiru miseensota #1000 ol waliin kabajuuf karoorfateera. Kana kan godhu immoo anumaaf fi si'idha! Kanaafuu dursii ofii #join godhi isa booda yoo xiqqaate hiriyyoota kee #sadiif qoodi!
Yoo wal dhageenye Waaqayyo nu dhagaha; yoo walcina dhaabbanne Waaqayyo nu wajjin ta'a!

πŸ‘‰Yeroo baay'ee wantoota nuti salphisnee ilaallu sababa fayyina keenyaa ta'uu danda'u waan ta'eef #ergaa obbolummaa kana salphistee hin ilaaliin obboleessa/eettii koo! Akkuma na dhageesse Waaqayyos si haa dhagahu; gatiin kee samiirraati!

Yaada ykn GaaffiifπŸ‘‰ @lamtesh

Miseensa ta'uuf link gadiiπŸ‘‡"VIEW CHANNEL" jedhu tuquun #join godhaa!

https://t.me/Kalabhiyahu
Forwarded from GODOLIYAAS (Lamessa Teshome)
#Ergaa

Maatiiwwan Chaanela Godoliyaas (@Kalabhiyahu) akkam jirtu? Baga torban eebbifamaa Torbee Dhukkubbiiwwaniin isin gahe! YouTube Miidiyaa nu tajaajiluuf dhufe, "Miidiyaa Sootiriyaa" kan guyyoota  muraasa booda sin tajaajiluu jalqabu kana #Subscribe gootaniittuu? Yoo hin goone ta'e kunoo link gadiin seenuun ammuma subscribe akka gootan jaalala obbolummaan sin gaafadha!

YouTube Miidiyaa SootiriyaaπŸ‘‡

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

Odeeffannoo dabalataafβ–Ί@lamtesh