Caffee Mooraa-Jimmaa
3.41K subscribers
345 photos
7 videos
42 files
395 links
Jaalala_Qabaadhu
Waaqayyoon jaaladhu; mootummaasaa jaaladhu; nama hundaa jaaladhu; jaalalli jaalala fida. Haa ta'uutii ati tajaajila kee akka hojiitti qofa, akka dirqamaatti, ykn kaayyoo ta'eef qofa akka ta'eetti kan ilaaltu yoo ta'e bu'aan kee maalinni?
Download Telegram
๐Ÿ™BAGA GEESSAN๐Ÿ™

โšœDu'aa Ka'umsaa fi Ol-Fudhatamuu Dubroo Maariyaamโšœ

โžปAbboonni keenya waa'ee Giiftiin keenya Dubroo Maariyaam eeyyama Ilma isheetiin du'a irraa ka'uu yeroo barsiisan ragaa isaan kitaaba qulqulluu keessaa dhiyeessan "Maaloo gara boqonnaa keetti ka'i; atii fi bultoon (taabonni) mana qulqullummaa kee" Faar. 131:8 kan jedhudha.

Bal'ina isaa link gadii 'INSTANT VIEW' ๐Ÿ‘‡ jedhu tuquun dubbisaa!

๐Ÿ™Ayyaana Gaarii๐Ÿ™

Miseensa ta'uuf๐Ÿ‘‡


โœโœ @Kalabhiyahuโœโœ


https://telegra.ph/Duaa-Kaumsaa-fi-Ol-Fudhatamuu-Dubroo-Maariyaam-08-20

#Share_Share_Share
โšœTaabota Kakuu Haaraaโšœ

โ“Taabota kakuu haaraa irratti hubannoowwan dogoggoraa hedduutu jiru! Isin hoo waa'ee taabota kakuu haaraa bubannoo akkamii qabdu laata?

Bal'ina isaa #link gadii๐Ÿ‘‡ "INSTANT VIEW" jedhu tuquun dubbisaa! Hiriyoota keessaniif #share gochuu hin dagatiinaa!

Yaada ykn gaaffiif - @lamtesh

Miseensa Chaanela keenyaa ta'uuf๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ๏ธโœ๏ธ @Kalabhiyahuโœโœ
โ˜๏ธโ˜๏ธ

#Share_Share_Dhare


https://telegra.ph/Taabota-Kakuu-Haaraa-Kutaa-2ffaa-08-23
KANA BEEKTUUโ“

โœ Gosoota Fannoo โœ

"Iddaa jalaa gara isaatti akka baqataniif, ati warra si sodaataniif #faajjii isaaniif kennite." ( Faar. 60: 4)

โœ๏ธManni Kiristaanaa keenyi bu'uura bu'uureffama ishee fi utubaa ishee kan ta'e jaalala Kiristoos afaan qofaan kan lallabdu osoo hin taane ofii ishees itti qabamtee kan jiraattudha. Kana waan ta'eef tajaajila kennitu kamirratti iyyuu dursitee mallattoo fannoodhaan eebbisuun ijoolleen ishee miila yaada isaaniin gara Qaraaniyoo akka deeman taasisti! Diinnii fi darboon diinaa immoo akka fashalaa'u gooti! Qulqulluun Daawitis, "faajjii isaaniif kennite" kan jedhe isa kanadha.

โœManni Kiristaanaa jaalalaa fi hidhata cimaa faajjii bilisummaa kana wajjin qabdu irraan kan ka'e ogummaa ajaa'ibsiisaa ta'een wantoota baay'ee #miidhagoo fi #qaalawaa ta'an irraa fannoo ni hojjetti! Keessumaa fannoowwan mana kiristaaanaa ortodoksii tawaahidoo Itoophiyaatiin hojjetaman immoo sadarkaa addunyaatti illee hamma dinqisiifaman fi daawwatamanitti gahaniiru. Wanti baay'ee nama ajaa'ibu immoo gosoonni fannoo hundi fakkeenya fi hiika afuurawaa mataa mataa isaaniin hojjetamuu isaaniiti! Osoo diinni mallattoo kana isheerratti jibbuu isheen garuu fayyadamuu bira dabartee hamma gosawwan garaagaraan hiika afuurawaa mataa isaanii qabanii hojjechuutti geesseetti! Mee isin hoo gosoota fannoo kana hammam beektuโ“

Gosoota fannoo hiikaa fi fakkii isaaniin argachuuf #link gadii๐Ÿ‘‡"INSTANT VIEW" jedhu tuquun dubbisaa; #share gochuu hin dagatiinaa!

Yaada ykn gaaffiif - @lamtesh

Miseensa chaanela keenyaa ta'uuf๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœโœ @Kalabhiyahu โœโœ
โ˜๏ธโ˜๏ธ

https://telegra.ph/Gosoota-Fannoo-08-27

#Share_Share_Share
#Isin_Hindarbiin

๐Ÿ‘‰Barruu Faaruu Xoofoo Sillaasee kan jedhu, Miseensa kutaa Faaruu Xoofoo Sillaasee Mooraa Guddichaan waggaa lamaan dura kan isiniif Qophaa'ee #Amma immoo Warreen ogummaa Teekinooloojii qabaniin gara #Applicationitti jijjiruun salphaatti bilbila harkaatti qabattanii deemu akka dandeessaniin isiniif qophaa'ee jira.

Marree #Linkii gadiin seena Instal taasifadhaa!

#Share gochuun hunda biraan haa geenyu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.barruufaarfannaa


https://t.me/DooniiNoh
#Oduu_Aagaa

Tajaajila keenya fuula Telegramii fi Facebookiin ture amma immoo gama #Youtube #DooniiNoh jedhuun dhufnee jirra. Dhaabbilee barnoota olaanoo Magaalaa Jimmaatti argamuun kan gaggeeffamu Caffeen Mooraa Jimmaa, sagantaalee yaa'iilee mooraa jahaniin sagantaa isiniif dabarsuuf Youtube banamedha.

Maarree isiniis gaheen keenya maalii jechuu dandeessu?

Eyyeen ammuma deemaatii #subscribe, #Like #share nuuf taasisaa, nus hordofaa.

Fuula Youtube kana irratti

#Barumsoota mana Kiristaanaa
#Faaruuwwan
#Yeedaaloowwan (Misbaakii) Afaan Oromoon
#Ogbarruuwwan afuuraa garagaraa fi
#Sagantaalee Ayyaanaafi deemsa garagaraa irraa kan waraabame irratti isiniif dhiyeessina.

@DooniiNoh
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://youtu.be/MTlQ_54dZ8U
โšœKiristaana Hundaaf Salphaa Itti Hin Fakkaatiin โšœ

[#Hub: Dheeratus waa'ee Dubroo hubannoo sirrii qabaachuuf obsaan dubbisi; #share gochuu hin dagatiin]

โœ๏ธ #Kutaa_1ffaa โœ๏ธ

โžฒNuyi Ortodooksotaaf waa'ee Dubroo Maariyaam barsiisuun baay'ee kan nu gammachiisu, maqaan ishii waamamuunis dhimma laphee keenya gammachuudhaan guutudha.

โžฒNamoota tokko tokkoof garuu waa'ee Dubroo Maariyaam barsiisuun wangeela haguuguu, Kiristoosiin dhoksuu fakkaatee isaanitti dhagahama. "Isin waa'ee Gooftaa fudhachuu maaliif hin lallabdan; maaliif wangeela hin barsiistan? Duuka bu'oonni waa'ee Kiristoos malee waa'ee Dubroo Maariyaam yoom lallaban? Isaan yoom bakka kennaniif? Kitaaba Qulqulluu keessatti, 'Dubroon Maariyaam dubroo bara baraati; haadha waaqaati; nuuf kadhatti' jedhee kan barreesse duuka bu'aa isa kami? Phaawuloos ergaa isaa sana hunduma keessatti waa'ee Dubroo Maariyaam yoom dubbate? Phaawuloos waa'ee ishee yoo hin barsiisne isin maal gochuuf barsiistu?" Jedhanii ni falmu. Dhugumayyuu gaaffii kanaaf deebiin keenya maalidha? Guutuu isaa dubbisuuf link gadii๐Ÿ‘‡ "INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa!


Yaada ykn gaaffiif โž› @lamtesh


Miseensa chaanela #GODOLIYAAS ta'uuf๐Ÿ‘‡

โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€|: โ•โ•โ•ฎ
            @Kalabhiyahu
            @Kalabhiyahu
โ•ฐโ•โ•โ€ขเณ‹โ€ขโœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€ข  โ•โ•

https://telegra.ph/Kiristaana-Hundaaf-Salphaa-Itti-Hin-Fakkaatiin-12-19
โšœKiristaana Hundaaf Salphaa Itti Hin Fakkaatiinโšœ

#Kutaa_2ffaa (xumura)

[Hub: Dheeratus waa'ee Dubroo hubannoo sirrii qabaachuuf obsaan dubbisi; #share gochuu hin dagatiin]

โ—๏ธWaa'een Kiristoos Erga Lallabamee Waa'ee Haadha Isaa Barsiisuun Faayidaan isaa Maalidhaโ“

โžฒDhimma lallaba duuka bu'ootaa akka kutaa jalqabaa keessatti barreeffametti erga gudunfineetii gara gaaffiiwwan, "Waaโ€™een Kiristoos lallabamnaan hin ga'uu moo ree? Kiristaanotaaf waaโ€™ee Dubroo Maariyaamii barsiisuun maaliif barbaachisa? Kiristaanni tokko yoo Waa'ee Maariyaamii dhaga'uudhaa baate maaltu itti hir'ata? jedhutti haa dhufnu. Manni Kiristaanaa keenya warqii taate kun, "Kiristaanota hundaaf raajii Giiftii keenyaa dhaggeeffachuun salphaa isinitti hin fakkaatiin , kabajama guddaadhaatii" kan jettu, waa'ee Maariyaamii kan isheen barsiistu waa'ee kabajaa Dubroo sana qofa dubbachuuf jettee miti. Dubbii Maariyaamii barachuun barumsawwan bu'uuraa kiristaanummaa hubachuudhaaf baay'ee murteessaa waan ta'eefidha. Kanas akka gadiitti ilaalla : -

Guutuu isaa dubbisuuf link gadii๐Ÿ‘‡ "INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa!

Yaada ykn gaaffiif โž› @lamtesh

Miseensa chaanela #GODOLIYAAS ta'uuf๐Ÿ‘‡

โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€|: โ•โ•โ•ฎ
            @Kalabhiyahu
            @Kalabhiyahu
โ•ฐโ•โ•โ€ขเณ‹โ€ขโœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€ข  โ•โ•

#Please_Share_Share

https://telegra.ph/Kiristaana-Hundaaf-Salphaa-Itti-Hin-Fakkaatiin--Kutaa--2ffaa-12-21
#WAA_KUDHANIIF_NUTTI_TOLEERA_JEDHAANII!
(yoo akka koo sinitti tole...#share!)

1. Duraanuu isin beekna ture; amma immoo sirriitti waan isin barreef nutti toleera.

2. Osoo akkana gochuu baattanii xiqqoo garaa hirra ture; akka nuti garaa laafuu dhiisnee cichinee murteeffannuuf waan nu gargaartaniif nutti toleera.

3. Tibbana ijoolleen keessan isinitti booโ€™aa turan. Nuti kan jaarraa digdama boonye osoo hin dhagahin ilmaan keessan warra guyyaa lama booโ€™an waan dhageessaniif gammadneerra. Kunimmoo nu waliin firummaa akka isin hin qabne agarsiisa waan taโ€™eef nutti toleera.

4. Osoo akkana taโ€™uu baatee โ€œ#waan_Waaqni_fideโ€ jennee callisna ture; amma garuu โ€˜#waan_namootni_godhanโ€™ akka taโ€™e hubanneerra waan taโ€™eef nutti toleera.

5. Lafuma Oromoo kanarraa Oromoo abaartanii balleessuuf hamma kana dhamaโ€™uu keessaniin #Isin_ijoollee_abbootii_keessanii taโ€™uu keessan waan hubanneef baayyee nutti toleera.

6. Osoo yaaโ€™ii Sinoodoosii hin taaโ€™in โ€œ#Afuura_Qulqulluutu_nu_gaggeesseโ€ jettanii barruu Dilbatarraa eegalee #maabara_qiddusaaniidhaan barreeffame nuuf anabbabdanii waan adda baataniif baayyee nutti toleera.

7. Gumbii mana keessanii isa jaalalli keessaa dhumee jalโ€™atee dhaabbataa ture #gadi_gombistanii waan nutti agarsiiftaniif gammadneerra. Silaa โ€œHarcaatuun jaalalaa jiraattii laata?โ€ jennee gara keessan ilaaluun keenya hin hafu ture; amma akka isin irraa garagarru waan nutti himtaniif baayyee nutti toleera.

8. Ibsa ejjennoo Afaan Amaaraan barreeffame malee kan Afaan Oromootiin barreeffame dubbisuus dhaggeeffachuus akka isin hin barbaanne waan hubanneef ammas nutti toleera.

9. Jaalala kiristaanummaa fi birmadummaa mana kiristaanaa irra gorsaa fi ibsa ejjennoo #paartiilee_siyaasaa keessan caalchifattanii abboota keenya (#obboloota_keessan) waan abaartanii footaniif nutti toleera.

10. Abbootni keenya osoo isin waliin tokkoomanii silaa uummata keenyaaf waan barbaachisu fiduu dhiisuu malu; akka isaan walabummaan hojjetaniif karaa keessaniin waan haala nuuf mijeessitaniif daran nutti toleera.
#Museefi_Namoota_Musee_wajjiin_turan.

#Share

Musee garbummaa jalaa saba sana baasuuf yeroo dhimmutti warreen humna saba sanaa ergachuu baran garuu lakkii, gadi hin lakkisnu jedhanii Musee irratti ka'an. Caalaattuu uummanni sun gidiraa hamaan akka irra ga'u taasisaan.

Fara'oon ummata kana gadi dhiisuu kan jibbeef bara baraan garboonfatee bulchuu waan barbaadeef ture. Museen garuu ummanni kun gidiraafi dhiphina kanaan akka jiraatan waan hin barbaanneef Waaqayyoon gaggeeffamee ummata sana garbummaa jalaa fuudhee bahe. Mootiin kaleessa humna uummata kanaa fayyadamuu bare, gaafa uummanni sun biyyicha gad lakkisanii bahan loltoota isaan, isaan qabuuf hanga galaanaan liqimsamanitti isaan hordofsiise.

Museen uummata kana gaafa fuudhee qajeelu qormaatota isa mudate keessaa Uummanni inni fuudhee deemaa ture harki caalu garbummaa Fara'oon hawwu ture. Kanaaf Musee irratti akkas jedhanii gungumuu eegalan "Biyya Gibxii keessa iddoon awwaalaa waan hin jirreef, as lafa onaatti akka dhumnuuf nu fiddee? Inni ati biyya Gibxii nu baafte kun maal nu irratti hojjechuu keeti? Wanti nuyi, 'Koottu nu dhiisi, warra Gibxiif garba taanee in hojjenna!' jennee, Gibxi keessatti sitti himne isuma kana mitii ree? Nuyi lafa onaa keessatti dhumuu irra, warra Gibxiif hojjechuu nuuf wayya ture" jedhan.

๐Ÿ‘‰ Museen immoo saba sanaan, tasgabbiin akkas ittin jedhe "Warra Gibxii warra har'a argitan kana deebitanii akka kanatti lammaffaa waan hin argineef, hin sodaatinaa, jabaadhaa dhaabadhaatii har'a gocha Waaqayyo isin fayyisuudhaaf raawwatu ilaalaa! Amma Waaqayyo isiniif in lola, isin gabii argadhaa!" jedhe.

#Haa_qalbeeffannu.

Waggoota kana hundaa garbummaa amantaa jala turre. Mirga bilisaa mana kiristaanaa keessatti hin qabnu. Akka lammii lammaffaatti lakkaaโ€™amaa jiraachaa turre. Afaan keenya barachuu, afaan keenya galateeffachuu hawwaa guddanne. Kitaabas afaan keenyaan dubbisuuf hedduu dheebochaa jiraanne. Gaaffii hedduu gaafannee deebii dhabne. Iyyanni keenya bakka hin qabu akkuma dhaqeen darbatamee gatama.

Uummanni meeqa mana amantaa gadi dhiisee bahee, manni kiristaanaa heddutu cufate, namni inni keessatti hafes immoo isa ofitti amanummaa dhabee qaana'aa, nama of irra ilaalaa mana kiristaanaa deemudha. Amantaa saba biraa waan itti fakkaatuuf wanti kansaa kansaa jedhe itti urgaa'u waan keessa hin jirreef of ceephaa jiraata.

Kanaafi abboonni keenya har'a murtoo kanatti kan seenan. Murtoo Musee! Amma yoomiitti osoo uummanni baduu callisuu dhugaayyuu. Amma yoomiittis mana amantaa cufame lakkaa'uu?. Isaan murtoo kana akka fudhatan kan isaan taasise rakkina uummata keenyaadha. Warrii murtee kana morman garuu warra amantaa da'eeffatanii uummata kana ergachuu barani, warra dantaa hafuurummaa caalaa dantaan foonii isaan dhibedha. Warra loojistikii siyaasaa ta'uu baranidha. Warra Aadaafi olaantummaa saba tokkoo lallabanidha. Carraa armaan booda kana hunda itti argatan waan hin qabneef boo'u. Kanaaf Abboota keenya abaaru. Afuura Qulqulluun osoo hin taane afuura foonummaan walitti qabaman.

#Qalbeeffadhu carraa argame kana bira haalaan dhaabbattee yoo hin milkeessitu ta'e rakkiin kee isaa duraa irra akka hammaatu hin dagatiin. Warri har'a garbummaa, dhiibbaa, arrabsoo, maqa-balleessii kaleessaa hawwitan inni kana booda dhufu isa duraa irra akka caalu isinittin hima. Musoota keenya yoo hin hordofne yoo hin dhaggeeffanne waan hedduu akka dhabuuf jirru hin dagatiin. Akka namoota Musee wajjin turanii warra garbummaa dharra'an hin ta'iin.

Simannaa #Abboota keenyaaf haa qophoofnu!
Guyyaa Dhalootaa Kabajachuun Kiristaanummaatiin Akkamitti Ilaalama?โ“

โž Baroota as dhiyoo kana immoo ayyaanonni nutti baay'achaa dhufaniiru. Baby shower day, Valentines day, birth day, aaniversary day, maalii day maalii day akkaa jedhan guyyoota jireenya keenya hunda ayyaana qofaa godhaniiru. Day day kan jedhu ergifata kan nutti dhufan malee duraan aadaa fi safuu hawaasa keenyaa keessa akka hin turre agarsiisa. Ergifachuun, irraa barachuun gaariidha; wanti hunduu walirraa baratamee yoona gaheera. Garuu akkamitti ergifatamuu, akkamitti baratamuu qaba wanti jedhu ammayyuu gaaffiidha. Keessumaa kiristaanonni waan akkasii xiyyeeffannoon ilaaluu qabu. Miidiyaan har'a addunyaa gara mandara tokkootti fiduuf yaalaa jiru kunis haalaan yoo hin qabamne kiristaanummaa keenyarratti rakkoo hamaa uumuu danda'a. Uumaas jira.


Guutuu isaaf liinkii gadii "INSTANT VIEW' jedhu tuquun qofa seenaa dubbisaa!

Yaada ykn gaaffiif โž› @lamtesh


Miseensa chaanela #GODOLIYAAS ta'uuf๐Ÿ‘‡

โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€|: โ•โ•โ•ฎ
            @Kalabhiyahu
            @Kalabhiyahu
โ•ฐโ•โ•โ€ขเณ‹โ€ขโœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€ข  โ•โ•

#Share_Share_Share!

https://telegra.ph/Guyyaa-Dhalootaa-Kabajachuun-Kiristaanumaatiin-Akkamitti-Ilaalama-03-09
Roobii Tulluu Ejersaa
Dn Naatinaa'eel
Roobii Torbee Tulluu Ejersaa

๐Ÿ‘‰ Kadhadhaa......

๐Ÿ‘‰ Roobii:Faar 102:18
Warreen eegan seera isaa
Kan yaadatan ajaja isaa raawwachuuf
Waaqayyoon qopheesse teessoo isaa samiiwwaniirratti

๐Ÿ‘‰ Halleeluyaa.....

๐Ÿ‘‰ Misbaakii Qiddaasee Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo

Yeedaleessan: Dn Naatnaa'eel Takkaalliny
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Kamisa Tulluu Ejersaa
Dn Naatinaa'eel
Kamisa Torbee Tulluu Ejersaa

๐Ÿ‘‰ Kadhadhaa......

๐Ÿ‘‰ Kamisa:Faar 94:1
Koottaa gammadaa waaqayyootti
Ni ililchinaa waaqayyoo gooftaa
Yaa dhiyaannu fuldura isaa amantiin

๐Ÿ‘‰ Halleeluyaa.....

๐Ÿ‘‰ Misbaakii Qiddaasee Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo

Yeedaleessan: Dn Naatnaa'eel Takkaalliny
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Jimaata Tulluu Ejersaa
Dn Naatinaa'eel
Jimaata Torbee Tulluu Ejersaa

๐Ÿ‘‰ Kadhadhaa......

๐Ÿ‘‰ Jimaata : Faar 106:1
Bitamaa waaqayyoof arjaadha
Bara baraaf dhiifamni isaa
Yaa dubbatan kan isaan fayyisee waaqayyoon

๐Ÿ‘‰ Halleeluyaa.....

๐Ÿ‘‰ Misbaakii Qiddaasee Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo

Yeedaleessan: Dn Naatnaa'eel Takkaalliny
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Sanbata Duraa Tulluu Ejersaa
Dn Naatinaa'eel
Qidaamee (Sanbata Duraa) Torbee Tulluu Ejersaa

๐Ÿ‘‰ Kadhadhaa......

๐Ÿ‘‰ Sanbata Duraa:Faar49:2
Waaqayyoon Garuu ifatti ni dhufa
Uumaan keenya hin callisuus
Abiddi ni bobaโ€™a fuldura isaattiin

๐Ÿ‘‰ Halleeluyaa.....

๐Ÿ‘‰ Misbaakii Qiddaasee Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo

Yeedaleessan: Dn Naatnaa'eel Takkaalliny
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Nutti Araaramii-Araarayi
Dn Fiqaaduu Girmaa
๐Ÿ‘‰ Kadhannaa fi sagada nutti araaramii (Yeedaloo Araarayi)
  ๐Ÿ“Œ Torbee Dhukkubbii

Nutti araarami! (4)

Nutti araarami!(2)
yaa waaqayyoo dhiifama nuuf godhi nutti araarami!

Yeedaleessan: Dn Fiqaaduu Girmaa
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Nutti Araarami-Izilii
Dn Fiqaaduu Girmaa
๐Ÿ‘‰ Kadhannaa fi sagada nutti araaramii (Yeedaloo Izilii)
๐Ÿ“Œ Torbee Dhukkubbii

Nutti araarami! (4)

Nutti araarami!(2)
yaa waaqayyoo dhiifama nuuf godhi nutti araarami!


Yeedaleessan: Dn Fiqaaduu Girmaa
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Waaqayyoof ni taโ€™a แˆˆแŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰!
Dn Fiqaaduu Girmaa
๐Ÿ‘‰ Kadhannaa Torbee Dhukkubbii๐Ÿ™๐Ÿ™
      ๐Ÿ“ŒAfaan Oromoon

Waaqayyoof ni taโ€™a !kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan !
แˆˆแŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹  แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆ แข


Yeedaleessan: Dn Fiqaaduu Girmaa
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Forwarded from Dagnachew Girma
๐Ÿ‘‰ Kadhannaa Torbee Dhukkubbii๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ“ŒAfaan Oromoon

Waaqayyoof ni taโ€™a !kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan !
แˆˆแŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆ แข
Sadummaaf ni taโ€™a ! kabajni fi ulfinni jabinni barabaraan!
แˆˆแˆฅแˆ‰แˆต แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆ แข

Jiraataaf ni taโ€™a!kabajni fi ulfinni,jabinnis barabaraan!
แˆˆแˆ›แˆ•แ‹จแ‹Š แ‹ญแ‹ตแˆ‰ แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Olaantummaasaaf ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!
แˆˆแ‹•แ‰ แ‹ฉ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Jabinasaaf ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!
แˆˆแ‹•แ‹˜แ‹™ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Mootummaasaaf ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!
แˆˆแˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ฑ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰ แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข
Iyyessuusiif ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!

แˆˆแŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Kiristoosiif ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!
แˆˆแŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Dhukkubbiisaaf ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!
แˆˆแˆ•แˆ›แˆ™ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰ แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Fannoosaaf ni taโ€™a! kabajni fi ulfinni jabinnis barabaraan!
แˆˆแˆ˜แˆตแ‰€แˆ‰ แ‹ญแ‹ฐแˆ‰! แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแˆตแ‰ฅแˆแ‰ต แ‹ˆแ‹•แ‹˜แ‹ แˆˆแ‹“แˆˆแˆ˜ แ‹“แˆˆแˆแข

Yeedaleessan: Dn Fiqaaduu Girmaa
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Forwarded from Dagnachew Girma
๐Ÿ‘‰Kadhannaa fi sagada nutti araaramii
๐Ÿ“Œ Afaan Oromoon Yeedaloo Araarayi fi Iziliin

Nutti araarami!nutti araarami! Nutti araarami!nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
yaa waaqayyoo dhiifama nuuf godhi nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
Yaa gooftaa dhiifama nuuf godhi Nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
Yaa masiihii dhiifama nuuf godhi! Nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
Yaa Iyyesuus dhiifama nuuf godhi! Nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
Yaa kiristoos dhiifama nuuf godhi! Nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
Yaa Amaanuโ€™eel dhiifama nuuf godhi! Nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami!
aa bulchaa garraamii dhiifama nuuf godhi! Nutti araarami!

Nutti araarami!nutti araarami! Nutti araarami! nutti araarami


แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠฅแ‰ฅแŠ–แ‹ฒ แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•! แ‰ณแ‹–แˆต แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•! แˆ›แˆตแ‹ซแˆต แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•! แŠ แˆ›แŠ‘แŠคแˆ แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แ‰ตแˆตแ‰กแŒฃ แŠ“แ‹ญแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•

แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•! !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ• !แŠชแˆญแ‹ซแˆ‹แ‹ญแˆถแŠ•!

Yeedaleessan: Dn Fiqaaduu Girmaa
Hiikaa: Dn Daanyaachoo Girmaa(Nama ta'i)
Qindeessaan: F/taa Koo'eel Shawaa

#Share gochuun tajaajilaa hunda biraan ga'aa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
๐Ÿ‘ BAGA GEESSAN๐Ÿ‘

โšœ Ayyaana Tulluu Taaborโšœ

#Dubbisa_Wangeela_Irraa๐Ÿ‘‡
[Maat 17:1; Maarq.9:2-8; Luq. 9:28]

โž "Guyyaa jaha booddee, Gooftaan keenya Iyyesuus Pheexiroos, Yaaqoob fi Yohannis obboleessa Yaaqoobis fudhatee, ol gara gaara dheeraa tokkootti kophaatti isaan baase. Innis bifa ulfina isaatiin isaanitti mul'ate, fuulli isaas akka biiftuu ibse; uffanni isaas akka ifaa addaatee balaqqise. Kunoo, Museen fi Eliyaas achitti isaanitti mul'atanii, isaa wajjin dudubbachaa turan. Pheexrosis deebisee Gooftaa keenya Iyyesuusiin, "Yaa Gooftaa! Asitti argamuun keenya attam gaarii dha; fedha kee yoo ta'e asitti godoo sadii, tokko siif, tokko Museedhaaf, tokkoos Eliyaasiif ni ijaarra" jedhe. Utuu inni kana dubbachaa jiruu, kunoo, duumessi ifa of keessaa qabu tokko isaaniitti uffise. Sagaleenis duumessicha keessaa dubbatee, " Kun Ilma koo isa ani jaalladhu, gammachuun koos isatti in raawwatama; isa dhaga'aa!" jedhe. Bartoonni immoo sagalee dhaga'anii adda isaaniitiin gombifaman, guddaas in sodaatan. Gooftaan keenya Iyyesuusis isaanitti dhihaatee harkaan isaan qabee, 'ka'aa hin sodaatinaa' isaaniin jedhe. Isaan yammuu ol ilaalan Iyyesuus duwwaa argan malee, nama biraa tokko iyyuu hin argine. Isaan gaaricha irraa utuu gad bu`uutti jiranii Gooftaan keenya Iyyesuus, "Ilmi namaa du'ee warra du'an keessaa hamma kaafamutti, mul'ata argitan kana nama tokkotti iyyuu hin himiinaa!" jedhee bartoota isaa abboome!.

๐Ÿ‘‰Barnoota ayyaanichi dubbii Waaqummaan wal qabatee, dubbii mana kiristaanaan walqabatee of keessaa qabu akkasuma sirna ayyaaneffannaa ayyaanichaa bal'inaan argachuuf link gadii๐Ÿ‘‡ "INSTANT VIEW" jedhu tuquun connectiinii tokko malee dubbisuu dandeessu!

#GODOLIYAAS join gochuuf ๐Ÿ‘‡
โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€|: โ•โ•โ•ฎ
            @Kalabhiyahu
            @Kalabhiyahu
โ•ฐโ•โ•โ€ขเณ‹โ€ขโœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€ข  โ•โ•

#Share_Share_Share

https://telegra.ph/Ayyaana-Tulluu-Taabor-08-18