AL-RISALA HUMANITY CENTER
2.91K subscribers
1.36K photos
32 videos
23 files
892 links
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Download Telegram
​​Hawaasni Muslimaa Biyya Keenyaa Magaalaa Naayiroobii jiraatu milkaa’ina qabsoo hawaasa muslimaa biyya keessatti argame sababeeffachuun sagantaa galateeffanna geggeesse

Odeeffannoo waytaawaa
May 5, 2019

Sagantaan kun sab qunnamtii Oromo Muslim Media jedhamuun kan qophaa’e yoo ta’u, gaaffiin mirgaa hawaasni muslimaa waggaa dheeraaf gaafataa ture deebisaa argachuu isaatiif gammachuu ibsatuuf, akkasumas qaamota gaaffiin hawaasa muslimaa kun deebisaa akka argatu deeggarsa kennan hunda galateefachuuf tahuu beekameera.

Sagantaa kana irratti Ulamaa’onni gurguddoon , Ustaazonni fi hawaasni muslima biyya keenyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatu irratti argamuun qooda fudhatee jira.

Ulamaa’otaa fi keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Sheikh Ahmad Najjaash
Sheikh Alii Jimmaa
Sheikh Tamaam Qaasim
Sheikh Muhiddiin Ahmad
Dr Muhammad Sa'id Loloo
Sheikh Abdurrahmaan Shariif fi kanneen birootis ni jiru.

#Sagantaa_galateeffannaa #Naayiroobii
Mashaa allah #Sagantaa_guddaa_TV_Nuuralhudaa Godina baalee magaalaa _Roobee stadioemi Madda walaabuti adolessa 7 taasifamaa oleera,

sagantaa kun ​​Sagantaa Eebba fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaati

sagantaa kana irratti Daayrektara olaanaa TV Nuuralhudaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen dabalatee keeysummoonni iddoo gara garaa irraa affeeramuun argamaniiru.

Hawaasni Muslimaa Magaalaa Roobee Baalee fi Naannawa isiitis sagantaa seena qabeessa kana irratti argamuun qooda akka fudhataniiru.


Keeysummoota Sagantaa kana irratti ni argaman.

Itti anaa iantiibaa magaalaa Roobee Obbo seyfaddiin
Ustaaz Abdurrahmaan Huseen(Xaalibuu Ridallaah)
Sheikh Mas'uud Nuuraa
Sheikh Abdallaah Idriis
Sheikh Adam Hasan
Sheikh Abdallah Hajii
Sheikh Huseen Ahmad
Sheikh Xahaa Turee
Sheikh Abdusalam Khadiir
Sheikh Abdusalam Xahiir
Sheikh Abdurahman Adam
Munshid Abdurrahmaan Huseen
Munshid Kamaal Heebboo
Munshid Abduljawaad Ibrahiim fi keeysummoonni birootis ni argamu jedhamee eeggama.
Hawaasni Muslimaa Godina baaleefi naannawa saanii baga gammadan.
Koree qindeessituu Tumsa TV Nuuralhudaa Magaalaa Roobee Baalee irraa..
@Alrisala1
@Alrisala1
#Sagantaa_Baazaarii_Baalee

Yuunivarsiitii International Baalee Erga Hundaa'ee Waggaa Kudhan Lakkoofsise Rakkoo Fi Shira Garagaraa tiin Gufataa Guyyaa Har'aa Kana Gahe Galanni ka Rabbiiti !!!
Yuunivarsiitii Kan Kan Addunyaatti Nama Hundatu Keessatti Barata , Waa Hundatu Keessatti Baratama .

Akka Afrikaatti Sadarkaa 3ffaa Qabatee Jira .@Alrisala1
Beekkumsa Duniyaaf Aakiraattu Keessatti Baratama.
Abbaa Dhuunfaa Hin Qabu Jedhan Hundeessaan Yuunivarsiitii Kanaa Dr.Jeylaan .
Sagantaa Deeggarsaa Kana Irratti Beektota Baaleef Arsiin Qabdu Heddutu Hirmaate .
Deeggarsi Haala Gaarii Ta'een Taasifame : @Alrisala1
Roobe Qarshii Miliyeena 5 Sassaabde .
Aanaa Sinaanaa Walii Galaan Miliyeena 3 Fi Kuma 8 ol Gumaachite .
Gadab Asaasaa Qarshii Miliyeena 2 Dhufte.
Adaamaa _ 600,000 ol
Asallaa _ 200,000 ol

Biyyoota Heddutu Hirmaate Kan Hafe Hin Jiru .
Magaalaa Fi Aanoni Baalee Guutuun Gabaasa Gaggaarii Qabatanii Dhufaan .
Qarshii Miliyeena Heddutu Sassaabame ... Akkuma Nu Gaheen Isinii Gabaafna .

#Rabbi_Nuuf_Haa_Xummuru .
Namoonni Dhuunfatti Qarshii 100,000 Gumaachan Lakkoofsa Hin Qabu !
Gabaasatu Dheerataaf Irraa Gabaabsine .
#Haasaa_Baniinsaa Hundeessaa Yuunivarsiitii Kan Ta'an_Dr.Jeylaan_Haasa'an Yeroo Gabaabaa Boodan Isin Affeerra .

Nu Hordofaa : @Alrisala1
Maddi: T.me/Alrisala1
GUYYAA QUR'AANAA
SANBATA 18/10/2014
Baalee Roobee
Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2 f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan Gaafa Guyyaa #Sanbataa 18/10/2014 tti Magaalaa Roobee Madjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Barattoota Ciccimoo Gahumsa Addaa Horatan Kan Barsiisaa Ture Firii Hojii Isaa Guyyaa kana Bakka Ulamaa'aan Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
#Sagantaa Guddaa Dhiheenya Kana Akka Addunyaatti Biyya Keenna Irratti Dabre Bu'uurri Isaa Asiin Waan ta'eef Kennaa Fi Dandeettii Addaa Barattoonni Kun Horatan Guyyaa Kana Irratti argamee Nama itti Gammadu Rabbi isin Haa Taasisu !
#Qur'aana kanaan Abbaa Fedhe Ol Fuudha Rabbiin .
#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata 18/10/2014 Baalee Roobee
https://t.me/Alrisala1
😊#DHIHOTTI
*** SANBATA DHUFU *** ISTEEDIYEEMII MADDA WALAABUTTI
30/6/2016

#SAGANTAA WAL DORGOMMII QUR'AANAA FI AZAANAA
🛑QUR'AANNI Kitaaba Jabaa Dinqii Fi Beekkumsaan Haayyota Addunyaa Injifatee dha .
🎑AZAANNI Sagalee Bareedduu Ol Baatee Bareedinaan Addunyaa Boojite .
🛑Bareedinaa fi Dinqii Kana 2n Isin Affeeruuf »»»
💎Sagantaa Addaa Miira Kabajaa Fi Guddinaa Biyya Keenyatti Horu Qopheessinee jirra .
♦️Sagantaa Guddaa Wal DORGOMMII QUR'AANAA FI AZAANAA jedhu Akka Baaletti Sanbata Dhufu Gaggeeffama .
😊#DHIHOTTI
*** SANBATA DHUFU *** ISTEEDIYEEMII MADDA WALAABUTTI
30/6/2016

#SAGANTAA WAL DORGOMMII QUR'AANAA FI AZAANAA
🛑QUR'AANNI Kitaaba Jabaa Dinqii Fi Beekkumsaan Haayyota Addunyaa Injifatee dha .
🎑AZAANNI Sagalee Bareedduu Ol Baatee Bareedinaan Addunyaa Boojite .
🛑Bareedinaa fi Dinqii Kana 2n Isin Affeeruuf »»»
💎Sagantaa Addaa Miira Kabajaa Fi Guddinaa Biyya Keenyatti Horu Qopheessinee jirra .
♦️Sagantaa Guddaa Wal DORGOMMII QUR'AANAA FI AZAANAA jedhu Akka Baaletti Sanbata Dhufu Gaggeeffama .
🎛Tolinaa Fi Bareedina Amantiin islaamaa Qabu Wal Taanee Mul'ifna .
🛑Islaamummaa Rasuulaaf Sahaabaan irratti Cabanii Nuun Gahan kana .
💎Nutis ... Dhaloonni Har'aa »»»
🛑قدم للإسلام بقدر ما تملك »»»»»»
♦️Waan Dandeettuun Islaamummaa Bira Dhaabadhu Jedhaa jirra .
💍Sagantaan Kun Shabaaba Masjida Nuuriin Durfamee Hawaasa Islaamaa Hunda Hirmaachisa .
📝 Kaleessaa Islaamummaa Shabaabatu Utube... Har'as Seenaan Sun Waan Deebi'aa jiru Fakkaata .
🛑Sochii Shabaabaa Haa Jabeessinu .
🎛Sagantaa Maqaa Fi Maqaama Keenna Tolchu .
#Share Godhi Ergaa Islaamummaa Babal'isi .
#Share #Share #Share