Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#GUFUULEE_MILKAA'INAAβ
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekkamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu
7. Hanqina karoora/qarshii
8. Itti gaafatamummaa maatii
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu
12. Humna ofii ol yaaduu
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu
15. Obsa dhabuu
16. Filannoo beekkama ykn qabatamaa dhabuu
Waliif #Share godha Galatoomaa!π

Audio
#Namni kamiyyuu Share gochuun ijoolleen keenya waan akkasii irraa of eeggannoo akka godhanni aadara. Hattuun tooftaalee adda addaa fayyadamuu namoota irraa qarshii gurraa jirruu.
Walii dubbii.
Wiixtata ganama sa'a 2:30 Irratti Boolee Airport irraa siif bilbila meeshalee biyyaa ala dhufe jirra akka fuudhatu, Eessaa akkamitti eenyuu erge gaafii koo ture.
UK irraa siif ergaame qarshii ittiin Delivers ta'ee qarshii 20,000 dursaa kanfaltee fuudhachuu dandeessa jette. Aja'ibaa kootuu nyaata jedhe abbaa laataa...?
Odeeffannoo guutuu bilbila, Account, teessoo isaanii qamaa #Seeraa dabrsee keene jirraa namonni akkasii irratti tarkaanfii seeraa fuudhatamuu qaba.

"Abdii hin kutatiin" Jack Maa"
Nan milkaaβa jedhee yaadee hin beeku!
Sooressa beekamaa biyya Chaayinaatti 1ffaa Jack Maβ Ani maatii homaa hin qabne, hiyyeessa; harka qalleessa irraan dhaladhe.
Carraan gaarii na mudatee hin beeku
οΆ Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 1ffaa (primary School) siβa 2n kufe.
οΆ Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 2ffaa (High School) siβa 3n kufe.
οΆ Qormaata biyyoolessaa qophaaβinaa (Preparatory School) siβa 2n kufe.
οΆ Harvard Yuunivarsiitii seenuu barbaade qormaata seensaa siβa 10n kufe.
Hojiifis ulaagaa guutee hin beeku
ο Hojii humnaas taβe dhaabbata hojjechuuf wanta ani hin yaaliin hin jiru.
ο Induustirii garagaraa 30 ol taβan keessatti qacaramuuf dorgomeera, hundi isaanii iyyuu ulaagaa hin guuttu jedhanii na deebisu. Keessa baβanii kan na arrabsan, natti dheekkamaniifi na tuffatanis jiru.
ο Kaan dhiisaati Pooliisii biyyaa taβu barbaade dorgomeera, garuu naaf hin taanee. Yeroo tokko nama shaniif baasanii jennaan shan taanee dorgomne, nama afur fudhatanii anan ulaagaa hin guuttu jedhanii na hambisan.
Walumaagala anaan namni dhuunfaas taβee gareen, dhaabbanni mootummaas taβe miti mootummaa kan ani keessatti fudhatame hin jiru. "Dorgommiin tokko nama 24 barbaada yoo taβe; 23 fudhatanii anaan kuffisu.
β’ Dorgommiin tokko nama 10 barbaada yoo taβe; 9 fudhatanii anaan kuffisu
Kana irraa kan kaβe:
o Ani nama carra dhabeessa
o Nama abdii hin qabne
o Nama ulaagaa hin guunne
o Nama tuffatamaaf gatamaa
o Nama milkaaβinaaf hin uumamnedha jedheen of yaada ture. "Garuu akkas miti: "Harβa yeroon taaβee yaaduu kufaatiin koo yeroo sanaa milkaaβina koo harβaf sababa taβeera!. "Ulaagaa guutuu dhabuun koo, tuffatamuuf salphachuun koo gaafasii harβa kabajaan na gaβeera!."Milkaaβinni harki caalu kufaatii keessa darba! Ani harβa: Sooressa beekamaa (1ffaa) Biyya Chaayinaati.
"Kaleessa dhaabbata namaa keessa hojjechuuf jedhee carraan dhabe, harβa geggeessaa Kaampaanii Alibaba.com ti. Jack Ma.
Seenaa kan irraa maal baranna..
Yaada keessan nu barreessaa
Badhaasa Kaardii Abbaa 100 namoota 5f. Uulaagalee liinkii armaan gadii kara fuula barruu/Fb/ koo irratti Walaloo Abdii hin kutatiin jedhu barreessuun Comment irratti, hiryoota keessan mention itti godha. Namoonni like baay'ee argaate 1ffaa hangaa 5ffaa Kaardii argattu hangaa galgalaa sa'aa 24:00 qofaf tura. Carraa gaarii
https://www.facebook.com/100070669717820/posts/378758197823168/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj

Mucaa jabaa barreessaa Kitaaba Xiin-sammuu ICCIITII KEESSOO Balaay Mootummaa. Waliin Finfinneet.
Kitaaba Xiin-sammuu kan kennaa waan naf kenniteef hedduu sii dinqisiifadhaa. Anaaf kennaan kennaa caalu kitaaba keessattuu kitaabaan Mul'ata, abjuu, kayyoo fi karoora koo keessatti of ilaaluu waan ta'eef guddaa galatoomi.
Mucaa kana ilaaleen, Situ barreessee? jedheen gaafadhe. ''Eeyyee!'' nan jedhe. tole jedheen kitaabasaa fudhee gale. kitaaba sana dubbiseen hedduu raajeffadhe! waantonni kitaabicha keessa jiran dhugumaa dhoksaa 'Keessoo' keenyaati!
1. Yaadotni lamatu jiru. Isaanis: yaada dhaabbataa fi yaada guddinaati. Yaada dhaabbataa keessatti namoonni dandeettii fi kennaan isaanii dhaabbataa akka ta'eetti amanu. Qaroomina, kennaa fi kalaqa hamma murtaaβe qabatanii akka dhalatan, sana jijjiiruuf wanti isaan gochuu dandaβan akka hin jirreetti amanu. Yaada guddinaa keessatti namoonni kennaa fi dandeettiin isaanii guddachuu akka dandaβutti amanu. Ciminaan hojjachuu fi carraaqqii gochuun caalaatti qaroo, kennaa kan qabanii fi kalaqa kan qaban akka ta'uu dandaβanitti amanu.
2. Yaadni dhaabbataan yaada daanga'aadha. Dandeettii namootaa daangeessa akkasumas galma isaanii akka galmaan hin geenye dhorka. Namoonni yaada dhaabbataa qaban qormaata ni sodaatu, sababiin isaas kufaatii waan sodaataniif. Qeeqas ni sodaatu, sababni isaas akka gaarii hin taaneetti itti murtaa'uu waan sodaataniif.
3. Yaadni guddinaa yaada dandeessisuudha. Namoonni dandeettii isaanii guutuu bira akka ga'an taasisa. Namoonni yaada guddinaa qaban qormaata hin sodaatan, sababiin isaas qormaata akka carraa barachuu fi guddachuutti ilaalu. Qeeqas hin sodaatan, sababni isaas qeeqa akka yaada fooyyaβiinsaaf isaan gargaaruutti ilaalu.
4. Yaadni guddinaa yaada dhaabbataa caalaa kan madaquudha. Addunyaa yeroo hunda jijjiiramaa jiru keessatti dandeettiin barachuu fi madaquu milkaaβinaaf barbaachisaadha. Namoonni yaada guddinaa qaban jijjiiramatti caalaatti madaqu, sababiin isaas qormaata haaraa hin sodaatan.
5. Yaadni guddinaa hariiroof caalaatti faayidaa qaba. Namoonni yaada guddinaa qaban namoota biroo deggeruu fi jajjabeessuuf carraan isaanii guddaadha. Akkasumas yaada kennuudhaaf banaa taβu akkasumas dogoggora isaanii irraa barachuu dandaβu.
6. Yaadni guddinaa fayyaa fi nageenyaaf caalaatti faayidaa qaba. Namoonni yaada guddinaa qaban, buβaa baβii mudatu keessatti dandamachuu dandaβu. Akkasumas fayyaa qaamaa fi sammuu isaanii kunuunsuuf carraan isaanii guddaadha.
7. Yaada guddinaa barachuun ni dandaβama. Yaada kee dhaabbataa irraa gara guddinaatti jijjiiruuf yeroon isaa hin darbine.
8. Yaadni guddinaa furtuu milkaaβinaati. Kaayyoo kee galmaan gahuu fi jireenya gammachiisaa jiraachuu yoo barbaadde yaada guddinaa horachuu qabda. Kallattii jireenyaa hundaan milkaaβinaaf furtuudha.
9. Yaadni guddinaa namoota dhuunfaa qofaaf miti. Dhaabbilee irrattis hojiirra oolchuun ni dandaβama. Dhaabbileen yaada guddinaa qaban carraa kalaqaa fi milkaaβinaa guddaa qabu.
10. Yaadni guddinaa egereedha. Addunyaa yeroo hunda jijjiiramaa jirtu keessatti dandeettiin barachuu fi madaquu milkaaβinaaf barbaachisaadha. Yaadni guddinaa jaarraa 21ffaa keessatti furtuu milkaaβinaati.
Kitaaba kun imala milkaa'inaa keetiif akka si gargaaru abdiin qaba. Dhugumayyuu mucaan kun nama abdii boruuti kitaaba kana dubbisaa itti jijjiiramaa! Mucaa qaxalee kanas jajjabeessaa! Bilbila 0993487583

#Congratulations
Deemsi itti fufaππ»ββοΈππ»ββοΈππ»ββοΈ
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa
Deemsi itti fufaππ»ββοΈππ»ββοΈππ»ββοΈ
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
DUUDHAALEE JIREENYAA
Principles of Life
α¨α ααα΅ αααα½ β’
1. Of Fudhachuu (simachuu)
π Self Acceptance
α«α΅α ααα α
2. Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
π Living for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
3. Dorgommii irraa fagaachuu
π Avoiding competition
α¨αα΅α΅α αα«α
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
π Positive Thinking
αα αα°α₯
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
π Being willing to learn
αααα ααα°α ααα
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
π Walking with wisdom
α α₯α α₯ ααααα΅
7. Gamna (qaxalee) Ta'uu
π Being Intelligent
α₯αα ααα
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
π Taking no offence easily
α ααα α αααα¨α
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
π Leading a life with gratitude
α¨αα΅αα α ααα΅ ααα
10. Waan gaariidhaaf (Fooyya'aadhaaf) deemuu
π Going for the best
ααα‘α αααα
11. Yeroo hubachuu
π Understand the timing
αααα ααα
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
π Accept what you can't change
αααα₯ α¨ααα½αα΅α ααα α
13. Waraana kee filadhu
π Chose your Wars
α¨αααα΅α α¦ααα΅ ααα¨α₯
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
π Forgiving all and avoiding vengeance
ααα αα α ααα΅α α ααα αα°α
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
π Preserve in suffering
α αα¨α« αα΅α₯ αα αα΅
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
π Pure joy and rest
ααα α°α΅α³α α₯α¨αα΅
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
π Value inner beauty
ααα΅α₯ αα α΅ αα αα΅α α΅
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
π Being humble and not despising others
α΅αα΅ αααα ααα½α α αααα
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
π Being disciplined in life
α α΅α α΅αα α΅ ααα
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
π Giving and receiving
αα΅α α΅α ααα α
21. Onnee kee hordofi!
π Follow your heart (Instinct)
αα₯α αα¨α°α
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu!
π Give due honor
αα₯α αααα£α αα₯α αα΅α α΅
23. Cimanii kadhachuun!
π Pray seriously
α°ααΆ αααα
24. Seenaa hojjechuu! yaadannoo (ashaaraa) kaa'anii darbuu
π Make history, leave legacy
α³αͺα αα΅α«α΅ α α»α« αα°α viv Getu

#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso
Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo Sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba, guyyaa ati milkaaβuu eegaltu moo........!
Gaafa waan haaraa eegaltu..!.
Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.

#Sammuun Akka Iddoo #Biqiltuuti πͺ΄|
β Mul'ata kee namoota Ijaarama sammuu guddataa/#GrowthMindset fi qajeelaa qabaniif qoodi malee namoota sammuu Ego fi ijaarama sammuu dhaabbataa/#FixedMindset qabaniif hin qoodin!
Β» Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraan miidhagaa, namatti kan tolu ija godhachuuf kan daraaru ta'a. Garuu yoo tuffatte margi hin barbaachifnee fi qoraattiin bakka isaa biqiluu danda'a.
Β» Yaadni kee akka sanyii ati facaaftu ti. Yaada gaarii yoo facaafte buβaa gaarii argatta. Garuu yaada gadhee yoo facaafte, waan hamaa qofa haammatta. Filannoon kan keeti.
Β» Gammachuun waan ariβamu yookiin horachuu dandaβan miti. Duraan si keessa jira.
Β» Milkaaβinni dhugaa, qabeenya yookiin aangoo kuufachuu osoo hin taane, jireenya hiika qabu kan ofis, namoota biroos fayyadu jiraachuudha.
Β» Of beekuun guddina dhuunfaa fi jijjiirama dhuunfaaf furtuudha. Yaada, miiraa fi amala keenya caalaatti yommuu hubannu, jireenya keenya irratti jijjiirama gaarii gochuu jalqabuu dandeenya.

Yaadadhu | Dubbiilee Hayyootaa β’
β. Abrahaam Liinken
β Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
β Waan feete ta'i; garuu itti cimi!
β Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
β Kufaatii keef dhimma hin qabu; kanan dhimmu ka'uu keef!
β. Beenjaamiin Firaankiliin
β Namni obsa qabaachuu dandaβu waan barbaadu argachuu dandaβa.
β Qophaa 'uu yoo dadhabde kufaatiif qophoofta.
β Yookiin waan dubbifamuuf malu barreessi!
β Yookiin waan barreeffamuuf malu hojjedhu!
β Investimentiin beekumsa irratti ta'u dhala hunda caalu namaaf kaffala.
β Foddaan mana kee fuullee yoo qabaate, ollaa keetti dhagaa hin darbatin!
β. Guutamaa Budihaa
β Kan nuti taanee jirru bu'aa wanta nuti yaadneeti.
β Namni ogummaadhaan jiraatu du'ayyuu hin sodaatu.
β Yoo waa dubbachuu feete yeroo hundumaa dubbiin sun dhugaa, barbaachisaa fi gaarii ta'uu of gaafadhu!
β Okkoteen copha cophaan guutti!
β Gammachuun keessa keetii dhufa, alaa hin eegiin!
β Rakkoon kee maali seete? Yeroo qaba jettee yaadda.
β. Maatamaa Gaandii
β Namni dadhabaan dhiifama hin godhu. Dhiifama gochuun amala nama jabaati.
β Gammachuun yeroo waan ati yaaddu, waan ati dubbattuu fi waan ati hojjettu tokko ta'aniidha.
β Namni gaariin michuu uumama hundumaati.
β Namni bu'aa yaadota isaati, waan yaadu ta'a.
β. Maartiin Luuter Kiing
β Umurii qofaa lakkaa'uu dhaan dheerina yeroon namaa nyaatame caalaa kan nama gaddisiisu hin jiru.
β Humni diina ofi irratti jijjiiruu dandaβu tokkichi jaalaladha.
β Namni dhiifama gochuuf humna dhabe, jaalachuuf humna hin qabu.
β Urjoota arguu kan dandeessu dukkana keessatti qofaadha.
β Fincilli sagalee warra hin dhaga'amneeti.
β. Maazar Tereezaa
β Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaalachuuf yeroo hin qabaattu.
β Jechoonni gaggaariin gabaaboo fi salphoo ta'uu dandaβu, sagaleen isaanii garuu dhuma hin qabu.
β Namoota dhibba nyaachisuu yoo dadhabde tokko qofa nyaachisi!
β Hojiin jaalala hin qabne garbummaadha.
β Jireenyi namoota kaaniif hin jiraatamin jireenya miti. via leadership @segnigudeta @segnigudeta

Soorata Sammuu
β Namni guyyaattis ta'u torbeetti hangam qaamni isaa akka dabale ilaaluuf hangaa fi dheerina isaa ni safara.
Magaalaa keessa yeroo deemtan iddoo hedduutti waan ittiin hanga ofii safaran argattu. Namuu itti goree of ilaala. Keessattuu dargaggeessi hangam akka qaamni isaa dabale ilaaluuf yeroo hedduu hanga isaa safara. Kana biraan immoo boca qaama isaa eeguu fi jabaa ta'ee of arguuf sochii
qaamaa hojjeta.
βͺ Kana qofa miti qaama isaa guddisuuf nyaata illee hanga humni isaa dandeessise filatee nyaata.
βͺ Xiyyeeffannoon kun hunduu qaamaan guddaa fi boca gaarii qabaatanii guddina barbaadan argachuufi.
β’ Akka saayinsiin jedhutti ilmi namaa guddate (developed) ta'e jechuuf qaama biratti yaadaan, miiraan, hawwaasummaa fi dandeettii sammuun guddachuu qaba jedha. Sirriidha.
β’ Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu #sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba. Barnoonni sirriin soorata sammuuti.
β’ Barnoota sirrii yoo jennu barnoonni dhugaan kan waa'ee dhala namaa, addunyaa, ardiif samii akkasumas kan waa'ee uumamaa fi uumaa dhugaa qabatamaan jiruun barsiisu jechuudha.
β’ Barnoonni sirriin dhugaa qabatamaa lafarra jiru waliin wal simee sammuu dhala namaa misoomsuu qaba.
β’ Sammuun dhala namaa barnoota sirriin gabbatee jiruu fi jireenya namaa jijjiiruu qaba. Kana irraa maqnaan jireenyi dhala namaas milkii irraa maquun, guddinaaf gumaata dhiisee gufuu ta'a.
β’ Maarree guddinni dhala namaa sirrii akka ta'uuf, sammuun barnoota sirriin misoomee dagaaguu qaba.
β’ Hamma kana hin argannetti garuu dhamaatii gatiif hiika hin qabne, jireenya furtuu malee gad dhiisii ta'ee fi yaada hin hogganamneen raafamuudhaaf saaxilamna.
β’ Dandeettii ofii mirkaneessuun, cimina jajjabeessuu fi hanqina ofii irraa barachuun of guddisuuf mala jalqabaa ta'a. @personaldevelopmenforselfgrowh

Kabajamtoota hordoftoota chaanaalii telegiramii soorata sammuu
Kayyoon Chaanaalii kan.
π Barreefamoota Xiin-sammuu
π Jechoota kaka'umsaa
π Gorsa jireenyaa
πJeechoota Onnachiiftuu
π Soorata sammuu
π Muuxannoo jireenya namoota milkaa'ini irraa argaatu π Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! Itti fayyadami
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
Kayyoon Chaanaalii kan.
π Barreefamoota Xiin-sammuu
π Jechoota kaka'umsaa
π Gorsa jireenyaa
πJeechoota Onnachiiftuu
π Soorata sammuu
π Muuxannoo jireenya namoota milkaa'ini irraa argaatu π Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! Itti fayyadami
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Tilmaamaa, BadhaafamaaβΌοΈ
#Liverpool VS #Arsenal
#NB. Yaada barreesitan ββeditββ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. @segnigudeta
Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 5ffaa carraa gaarii hundaaf.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
#Liverpool VS #Arsenal
#NB. Yaada barreesitan ββeditββ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. @segnigudeta
Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 5ffaa carraa gaarii hundaaf.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
#Yeroodhiyooti #telegramlivestreaming irratti Muuxannoo jireenya ishee akka nu qooduuf
#Seenaa koo kanneen yeroon kaasu hiriyoota koof fakkeenya ta'uuf malee of himuuf akka hin taane himuun barbaada. Si'achi jireenya rakkisaa akkasii jiraachuu dhiisuu waanan danda'uuf! #BirqeeGassee
"#Gowwaan of irraa ilaalee bara; #gamni garuu nama biraa irraa ilaalee bara," akka jedhu Oromoon, waantoonni ani olitti barreesse kunneen anaaf #seenaadha, #obboloota baay'ee na duubaan dhufaa jiraniif garuu barnoota, gorsa akkasumas muuxannoo ta'uu danda'a jedhee waanan yaadeefan seenaa jireenyaa koo muraasa isiniif qooduu barbaade.
ERGAA
Dhalli namaa hundi gaafa dhalatu jireenya addunyaa wal fakkaataatti hin dhalatu. Kanaaf gaarii haa taatuu hamtuu hunduu hiree hiree isaa jiraachuuf dirqama. Jireenya mo'atanii milkaa'uun immoo injifannoodha.
https://t.me/sooratasammuua

β‘οΈMisooma #sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
βοΈHojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha. Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha. Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!"
Misooma sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
βοΈMul'anni kee baay'ee gati jabeessadha
Jireenya kee kessatti mul'anni ati baastee ittin hin hojjenne addunyaaf bu'aa hin qabu. Dhaloota kana fayyadu isa ati baastee ittiin hojjette qofadha.
Kanaafuu, mul'anni keessa kee jiru akkuma jirutti gaaf tokko si waliin akka hin duune, dammaqxee irratti hojachuu si irraa eegama. Isa ta'uuf yaadamtee uumamte akka taatu, rakkoo murta'aa furuuf gara addunyaa kanaa dhuftes kan si taasisu mul'ata keeti.
βοΈUmurii lakkooftee qofa akka dabartuuf miti jireenyi kan siif kenname. Galma gahinsa mul'ata keef hojjedhuu jireenya kee Jireenya lakkaa'amu, jireenya du'a kee boodaa ille dhaloonni yaadatu taasisi. Namoonni milkaaβinoo hojii jaallatu, hojiitti amanus, humna qaban hundaan yeroo qaban hundatti hojii hojjechuudhan beekamu. Iccitiin milkaaβinaa inni guddaan hojii akka ta'e haalaan waan beekaniif, hojii barabaachiisaadha jedhanii itti amanan kamuu ni hojjetu.
βοΈMul'anni kee kunuunsa guddaa barabaada Namonii baye'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'ee hafa!.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
π β€ π¨οΈ βοΈ
ππππ πππππ πππππππ πππππ

#MaatamaGaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
β΅. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
βΆ. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
β·. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
βΈ. Daldala hamilee malee (business without morality)
βΉ. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
βΊ. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
β». Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
βΌ. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
β½. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
βΎ. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).

Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin Isan)
π΄Gadaa Bank SCπ΄π©For Fresh & Exp
βͺοΈ1 - Trainee Banker
βͺοΈ2 - IT Trainee
βͺοΈ3 - Management Trainee
βͺοΈ4 - Branch Manager I
βͺοΈ5 - Branch Manager I (IFB Full-fledged Branch)
βͺοΈ6 - Accountant (IFB Full-fledged Branch)
βͺοΈ7 - Senior Cashier (IFB Full-fledged Branch)
βͺοΈ8 - Senior Accountant
βͺοΈ9 - Senior Merchant and Agent Banking Operation Officer
βͺοΈ10 - Senior Mobile and Internet Banking Officer
βͺοΈ11 - Cheif, Resource Management Officer
βͺοΈFor detail information please visit the below link
π§π§π§π§π§
https://elelanajobs.com/job/gadaa-bank-sc-dec-25-23/
βͺοΈDeadline: Dec 30/2023

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Selfdevelopment
1. Self-awareness: Start by understanding yourself, your strengths, weaknesses, values, and beliefs. Self-awareness is the foundation of personal development.
2. Set Clear Goals: Define specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals for different areas of your life.
3. Continuous Learning: Make learning a lifelong habit.
4. Embrace Change: Be open to change and adaptability.
5. Time Management: Effective time management is crucial.
6. Positive Thinking: Cultivate a positive mindset.
8. Resilience: Understand that setbacks and failures are part of the personal growth journey.
9. Health and Well-being: Take care of your physical and mental health through regular exercise
10. Relationships: Nurture positive, meaningful relationships with others.
12. Reflection: Regularly reflect on your progress and adjust your strategies as needed.
13. Persistence: Personal development is a long-term journey.