Wabii Sanyii
6.77K subscribers
853 photos
26 videos
55 files
961 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#MaatamaGaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!

⓵. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work) 

⓶. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)

⓷. Beekumsa sirna isaa hin hordofne   (knowledge without character)

⓸. Daldala hamilee malee (business without morality)

⓹. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)

⓺. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)

⓻. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)

⓼. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)

⓽. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)

⓾. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).

https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
👍               🗨️         ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆