Wabii Sanyii
6.72K subscribers
857 photos
26 videos
55 files
962 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Naflet Hotel

Hoteela Bareedaa akkanaan Sadarkaa isaa eeggate, Magaalaa Oromoo Adaamaa keessaa qabaachuun keenya gammachuudha. Erga eebbifamee hojii eegalee yeroo muraasaa as ta’us maqaan isaanii fi tajaajilli akkasumas kunuunsi isaanii kan baay’ee namatti toluu fi Ajaa’ibsiisudha.

Egaan yeroo ammaa kana badhaasa[award🏆] Oromia Tourism Week-dhaan qophaa’e irratti kaadhimamamuun dorgomuu irratti argama. Egaan isinis hojii gaarii fi qulqullina qabu akkanaa jajjabeessuuf,

Geessituu[link] armaan gadii kana cuqaasuun damee Best Hospitality Service Hoteela Naflet filachuun fedha keessan haa tahu. 

https://www.oromiatourismweek.org/oromia-tourism-week-public-vote/

#NB. ammaa 2ffaa irraa jira

Dubbichi dubbii tajaajila kennuu qofa osoo hin taane, dubbii ol’adeemtota diinagdee Oromoo jajjabeessuu ti.

Haaluma kanaan, Hoteelli Naafleet dargaggoota ilmaan Oromoo Abbaa Warraa fi Haadha Warraa bu’aa ba’ii hedduu keessa darbanii, Mana Ciree Fala Jireenyaa jedhu irraa eegaluun har’a Hoteela Abbaa Urjii Afurii dha
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Tilmaamaa, Badhaafamaa‼️
#Liverpool VS #Arsenal

#NB. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. @segnigudeta

Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 5ffaa carraa gaarii hundaaf.

https://t.me/sooratasammuuargaachuuf