Wabii Sanyii
6.81K subscribers
852 photos
25 videos
55 files
960 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Kayyoon koo.
#Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf,#leenjisuuf #fakkeenya ta'e #jiraachuu dha.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Dhaloonni kun hanga garagarummaa #ilaalchaatti hanga hin amanetti eessa iyyuu hinga'u. Waan irratti waliif gallu irratti waliif gallee dabarra. Waan irratti waliif hingalle ammoo akka irratti waliif hingalle waliif gallee ilaalcha walii waliif kabajnee waliin jiraanna! Ilaalchi dhuunfaa kiyya kanuma kiyyaa; keetis akkasuma.

Garuu osoo ani ilaalcha kee siif kabajuu ati kan koo yoo tuffatte ani kan kee nin tuffadha beekii..dursee kan kee siif kabajuun koo garuu kan kee waan naa caaleef osoo hin taanee yaadaafi hubannoon sii amansiisuuf fedhii koo obsaan waan dangeesseef.

Ilaalchi keef kiyya wal dhiibuun anaaf ati wal dhabuu hinta'u. Garuu; "Ilaalcha koo qofaatu sirriidha, waanan dubbadhu qofaatu haqa, akkanatti yaadi, akkanatti jiraadhuu,!....." jedhanii ilaalcha dhuunfaa ofii nama biroo irratti fe'uuf yaaluun wallaalummaadhas, wal garboomsuudha.

"Garaagarummaa ilaalchaa waliif kabajuunis dirqama ta'uu hubannee garaagarummaa ilaalchaa keenya moggaatti dhiisnee wal kabajnee jaalalaan waliin haa jiraannuu!
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha..


Chaanalii Telegiramii dhuunfaa koo @segnigudeta Kan irratti  beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, Odeeffannoo wayitawaa maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa. ergaa kana waliif #qooda
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Kabajamtoota hordoftoota
#Telegiramii koo hundaaf

#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha

Kayyoon #Chaanaalii kan Telegiramii  @segnigudeta Kan irratti #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa.

#Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baay’ee na gaafachaa turtanii kanfaltii gidduu galeessa ta'een isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa.

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Loading 137,000 subscribe

Kayyoon #Chaanaalii kan Telegiramii  @segnigudeta Kan irratti #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa hiryoota keessan afferraa Galatoomaa.


#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Kabajamtoota hordoftoota
#Telegiramii koo hundaaf

#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha

Kayyoon Chaanaalii @segnigudeta #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan kara keessa naf erga waliin taane waliif taanaa.

#HUBACHIISA. Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii, omishaa fi tajaajila fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baay’ee na gaafachaa turtanii kanfaltii gidduu galeessa ta'een isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa.

Galatoomaa/ThankYou
#SanyiiGuddataa