Wabii Sanyii
6.75K subscribers
854 photos
26 videos
55 files
961 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Kabajamtoota hordoftoota
#Telegiramii koo hundaaf

#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha

Kayyoon #Chaanaalii kan Telegiramii  @segnigudeta Kan irratti #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa.

#Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baay’ee na gaafachaa turtanii kanfaltii gidduu galeessa ta'een isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa.

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa