#๐๐ฐ๐ฐ๐ณ๐ฐ๐ฒ๐ท๐ธ๐ธ๐๐ฐ
#Ayyaamal_Biid
#ุฃูุงู _ุงูุจูุถ
Namoota Ayyaamal_Biid soomuu barbaaddan hundaaf guyyaa boruu
โพ#Harbaa (Oct 20/10/2021 yookiin 10/2/2014), โพ#kamisa(oct21/10/2021yookiin11/2/2014),
โพ#Jimaata (oct22/10/2021ykn 12/2/2014).
โBaatii hundarraa guyyaa 3 soomuu Rasuulli keenya (SAW) nu yaadachiisaniiru.
Isaanis: Barii guyyaa 13ffaa, 14ffaa fi 15ffaati.
โSooma waggaatti namaa qixxaata.
Join๐@tafak_or

#Salaata_Subhii
Salaanni subhii akka fakkeenya #dirree_waraanaati;
โพDhiira qofatu dhaqee keessatti hirmaata.
โพNamni ishee jama'aadhaan salaate tika Rabbii keessa oola.
โพSunnaan isii qofti Duniyaa fi waan duniyaa keessa jiru hunda caalti.
โพQaraatii isii malaa'ikatu irratti hirmaata.
Join๐https://t.me/tafak_or
#yaadachiisa :Yeroo post gootan linkii keennas wajjumaan godhaa, irraa hin kutinaa

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Yaadachiisa
Yeroon Azkaara ganama itti eegalan Salaata Subhii booda eegala.
Yeroon Azkaara galgalaa itti eegalan immoo Salaata Asraa booda.
๐#Hin_dagatinaa.
https://t.me/tafak_or

#Yaadachiisa_hirribaan_duratti :
โWuduu'a goota,
โSalaata witrii salaatta,
โSuuratul-mulkiin qaraata,
โTasbiihaa fi Istigfaara jabeeysi,
โNama si miidhee irra kutiif,
โZikrii hirribaa akka hin daganne,
โFiraasha kee seeraan qulqulleeffadhu,
โSalaata Fajriif Alaarmii irratti deeffadhu.
#Halkan_gaarii
โ Anaa keessan @Ibroo
Follow ๐

Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi wabarakaatuh....Obboleewwan islaamaa, hordoftoota Tafakkur
โKaayyoon keenya guddaan hordoftoota baayโee horachuu fi ergaan keenya namoota baay'ee bira gahuu osoo hin taane,....Dalagaan teenna dalagaa Iklaasaa nuuf taatee hordoftoota caalaa fayyadamtoonni heddummaachuudha.
โNiyyaa kankee Qulqulleessi kaayyoon tantee galma siif geessii....๐น
โ@Ibroo

#Fataawaa
#Gaafataa :๐
โZakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?
โ#Deebii :๐
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐

Tafakkur family
Mana kitaaba islaamaaa
#Yaadachiisa
ุงูุณูุงู ุนูููู ูุฑุญู ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
โKabajamtoota hordoftoota chaanaalii #Tafakkur, akkuma beekkamu guyyaan lameen kunniin guyyaa gaafii fi deebii/Fatwaawaa haala yeroo irratti hundaa'eedha. Kanaafuu warroonni gaafii qabdan gaafii keessan gaafataa, kan gaafattan immoo deebii keessan laallataa akka nu hordoftan kabajaadhaan isin beeksifna.
Gaafii yoo qabaattan๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐
https://t.me/tafak_or
ุงูุณูุงู ุนูููู ูุฑุญู ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
โKabajamtoota hordoftoota chaanaalii #Tafakkur, akkuma beekkamu guyyaan lameen kunniin guyyaa gaafii fi deebii/Fatwaawaa haala yeroo irratti hundaa'eedha. Kanaafuu warroonni gaafii qabdan gaafii keessan gaafataa, kan gaafattan immoo deebii keessan laallataa akka nu hordoftan kabajaadhaan isin beeksifna.
Gaafii yoo qabaattan๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Ulfaataa
โJechi ulfaataa/ Saqiil jedhu Qurโaana keessatti bakka 2 qofatti dubbatame. Isaanis:
[ูุฑุฏุช ููู ุฉ (ุซูููุงู) ูู ุงููุฑุขู ู ุฑูุชูู ููุท:]
โโโโ
1) (Guyyaa ulfaataa) bakka kanatti guyyaa qiyaamaa sana itti baaname.
๐ด(ููู ุงู ุซูููุงู) ุงูู ูุตูุฏ ุจู ููู ุงูููุงู ุฉ.
2) (Jecha ulfaataa ) bakka kanatti immoo Qurโaana kabajamaa itti baaname.
๐ด(ูููุงู ุซูููุงู) ุงูู ูุตูุฏ ุจู ุงููุฑุขู ุงููุฑูู .
๐บ#Yaadachiisa : Namni guyyaa ulfaataa kana jalaa naga bahuu barbaade, Qurโaana ulfaataa/ kabajamaa kana jabeeffatee haa qabatuu.
๐บู ู ุฃุฑุงุฏ ุงููุฌุงุฉ ู ู ุงูููู ุงูุซูููุ ูููุชู ุณูู ุจุงูููู ุงูุซููู.๐๐ธ
Share๐
@tafak_or

#Akkamitti_gaddita!๐ค
โOsoo Rabbiin Islaamummaa bareedduu tana si badhaasee haarkaa qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu Rabbiin dhiisee mukaaf sujuudaa jira!.
โ Rabbii badii tantee hunda siif dhokse osoo qabdu akkamitti gaddita, nama meeqa Rabbiin ganda isaa keessatti isa saaxile!.
โ Rabbiin qananii guddaa sitti oolee, waan nyaattuu fi waan dhugdu, akkasuma iddoo diriirfattee gadi ciistu qabaachuu kee wajjiin akkamitti gaddita!,....nama meeqatu waan garaan jiifatu dhabeera, nama meeqatu qorraa fi aduun gogaa irraa quuncisaa jira!.
โ harkaa fi miilli kee, ijaa fi gurri kee, Walumaa galatti qaamoleen miiraa kankee guutuun fayyaa qabaachuu wajjiin akkamitti dhiphatta!...nama meeqa Rabbiin qaama kenneef irraa fudhate!.
โDiriirfattee cinaacha guutuudhaan, galgala hanga ganamaa hirriba gaarii rafaa akkamitti gaddita!...., nama meeqatu dhibee fi yaada irraa kan ka'e halkan guutuu gursaa bulee jira!.
โHaadha manaa fi ijoollee gaarii Rabbiin siif kennee osoo qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu tanaa dhabee yaadaan cinqamaa jira!.
#Yaadachiisa: ani maal dhabe? Jettee waan hin qabne barbaaduun duratti, "ani maal qaba" jedhii waan qabdu hunda toohadhu!.
Warra Rabbiin akkana jedheen saan keessa akka hin oolle :
[ููููู ู ู ุนุจุงุฏู ุงูุดููุฑ]
#Share godhaa Obboleewwan keessaniifis
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โOsoo Rabbiin Islaamummaa bareedduu tana si badhaasee haarkaa qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu Rabbiin dhiisee mukaaf sujuudaa jira!.
โ Rabbii badii tantee hunda siif dhokse osoo qabdu akkamitti gaddita, nama meeqa Rabbiin ganda isaa keessatti isa saaxile!.
โ Rabbiin qananii guddaa sitti oolee, waan nyaattuu fi waan dhugdu, akkasuma iddoo diriirfattee gadi ciistu qabaachuu kee wajjiin akkamitti gaddita!,....nama meeqatu waan garaan jiifatu dhabeera, nama meeqatu qorraa fi aduun gogaa irraa quuncisaa jira!.
โ harkaa fi miilli kee, ijaa fi gurri kee, Walumaa galatti qaamoleen miiraa kankee guutuun fayyaa qabaachuu wajjiin akkamitti dhiphatta!...nama meeqa Rabbiin qaama kenneef irraa fudhate!.
โDiriirfattee cinaacha guutuudhaan, galgala hanga ganamaa hirriba gaarii rafaa akkamitti gaddita!...., nama meeqatu dhibee fi yaada irraa kan ka'e halkan guutuu gursaa bulee jira!.
โHaadha manaa fi ijoollee gaarii Rabbiin siif kennee osoo qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu tanaa dhabee yaadaan cinqamaa jira!.
#Yaadachiisa: ani maal dhabe? Jettee waan hin qabne barbaaduun duratti, "ani maal qaba" jedhii waan qabdu hunda toohadhu!.
Warra Rabbiin akkana jedheen saan keessa akka hin oolle :
[ููููู ู ู ุนุจุงุฏู ุงูุดููุฑ]
#Share godhaa Obboleewwan keessaniifis
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Dubartootaaf
โ Hayyuun guddaan #Ibnu_Qudaamaa jedhaman tokko (Rahimahullaah).
โ ูุงู #ุงุจู_ูุฏุงู ุฉ ุฑุญู ู ุงููู :
โ Wantoota baay'ee dubartoota keenya gidduutti argaman keessaa inni tokko, bareedumaan uf dhaaduudha.
Dubartoonni keenya bareedumaan uf dhaaduun, gara walxiqqeessuu, wal hamachuu fi maqaa walitti baasuutti isaan geessuu danda'a.
" ูุงูุชูุจูุฑ ุจุงูุฌู ุงู ุฃูุซุฑ ู ุง ููุฌุฑู ุจูู ุงููุณุงุกุ ููุฏุนููู ุฅูู ุงูุชูููุต ูุงูุบูุจุฉ ูุฐูุฑ ุงูุนููุจ ".
#Yaadachiisa: Kanaafuu warri fuula kanas taatu waa wayyaa qabdan, warra kaan eeggadhaa๐ง
maddi isaa๐
๐ ู ููุงุฌ ุงููุงุตุฏูู ูขูฃู
kitaaba (#Minhaajulqaasidiin: 230)
share๐

#Yaadachiisa....
โ Warroonni mallattoo adda addaa commentii fi barreeffama keessan keessatti fayyadamtan, mallattoo ( โจ) kana hin fayyadamina!....โ
โ Mallattoon kuni mallattoo ummata kiristaanaa, isaannnan Rabbiin 3 jedhan fayyadaman saniidha.
โ Mallattoon kuni Rabbiin sadi waan jedhu ergaa uf keessaa qaba.
๐ซ ๐ซKan hundaa ol dhoorgaadhaa...mallattoo onnee kana (๐)..Mallattoon kuni amantiin suni/Sillaaseen onnee kiyya keessa jira jechuu ibsa.

โ Guyyaan ni jabaata, ba'aan ni ulfaata, dhibeen garmalee hawaasa keessa faffaca'utti jira. Nageenyi biyyaa baay'ee sodaachisa...kanaan wajjiinuu galgallii fi dukkanni qabrii garmalee nama sodaachisa.
Islaamummaan abbaa dhabdee jirti. Akka namoonni hedduun hubatanitti duuti waan dullummaa qofarratti galmeeffamte fakkaatti.
โ Rabbiin Qur'aana keessatti akkana nuun jedha :
ููุง ุชุบุฑููููู ุงูุญูุงุฉ ุงูุฏููุง....
"Jiruun Duniyaa tuni akka isin hin dagne...."
Addunyaan hanga feete dheerattus, keessi isii gabaabduudha. Hanga feete guddattus isiin xiqqoma san. Hanga feete nutti tolus isiin gantuudha. Hanga feete babbareechifattus isiin fokkattudha wlh. Galaanni Duniyaa akka isin hin fudhanne jabeessaa uf eegaa.
Carraa kanatti fayyadamuudhaan, hundi keenyaa gaafii nuuf qophaa'ee dhihaatuttii jiruuf deebii akka qopheeffannu isin yaadachiisa.
Share๐
https://t.me/tafak_or
โ Guyyaan ni jabaata, ba'aan ni ulfaata, dhibeen garmalee hawaasa keessa faffaca'utti jira. Nageenyi biyyaa baay'ee sodaachisa...kanaan wajjiinuu galgallii fi dukkanni qabrii garmalee nama sodaachisa.
Islaamummaan abbaa dhabdee jirti. Akka namoonni hedduun hubatanitti duuti waan dullummaa qofarratti galmeeffamte fakkaatti.
โ Rabbiin Qur'aana keessatti akkana nuun jedha :
ููุง ุชุบุฑููููู ุงูุญูุงุฉ ุงูุฏููุง....
"Jiruun Duniyaa tuni akka isin hin dagne...."
Addunyaan hanga feete dheerattus, keessi isii gabaabduudha. Hanga feete guddattus isiin xiqqoma san. Hanga feete nutti tolus isiin gantuudha. Hanga feete babbareechifattus isiin fokkattudha wlh. Galaanni Duniyaa akka isin hin fudhanne jabeessaa uf eegaa.
Carraa kanatti fayyadamuudhaan, hundi keenyaa gaafii nuuf qophaa'ee dhihaatuttii jiruuf deebii akka qopheeffannu isin yaadachiisa.
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Yaadachiisa...
โ Salaata fajrii salaattee.... salaata zuhrii sirratti salaatamuunis ni mala. uf hun dagatin.... ๐ค
Nama meeqatu ganama duniyaa tanarratti bariisifatee... galgala aakiratti itti dhiite....!

@Guyyaa_gaarii
โ Dubbiin gaggaariin ati dubbattu ykn barreessitu dhiibbaa guddaa qaba....!
โ Dhiifamni atin nama gaafattu gatii guddaa qaba...!
โ Nama hubachuun kankee naamusa ati qabdu garsiisa...!
โ Dogoggora namni sitti dogoggore, akka nama hin garreetti Irra kutuun bilchinna Kee muldhisa....!!
โ Miira namaa eeguun, miira namaa cabsuu dhabuun qarummaa kee muldhisa...!
โ Jaalala tiksuun mataan isaatuu jaalala...!
โ Wanti ati nama biraatiif gumaachitu,... deemee simatti deebi'a...!
โ Hariiroon gaariin ati nama wajjiin jiraattu sun, bu'aa isaaniif buusu caala simaaf bu'aa buusa...!
โ Wanti Normaalli ati dalagaa ooltu kamuu... maalummaa kankee ibsa...!
#Yaadachiisa; Bareedinna qabdu namarraa hin dondhoomin... ufillee qullaa haftaa....!
Hiriyyaa keetiif... ๐

#Yaadachiisa.
โ Yeroo uffata Iidaa ijoollee teetii fi jaartii teetiif bituuf gabaa baatu... ishee/isa yeroo Iidaa hunda uffata siif bitaa turte/ture sanis hin dagatin kaa....!

#Yaadachiisa:
โ Akka tasaa kaleessa osoo garee Tafakkur jalatti nama seensisu... nama maqaan isaa "Allah is my best friend" jedhu arge.
Amma garuu keessaan dubbisa jedhee barbaadee dhabe.
inshallah asumaanuu isaafis namoota biraatiifis gorsa haa tahuufan barreesse. jechoota akkanaa hedduu kan nuti dogoggora tahuu isaa hin beekne, moggaafataa oollu fi itti fayyadamaa oollu heddutu jira.
#Cuunfaan_dubbii: jechoota akka
" Hiriyyaan muslimtootaa Rabbiin qofa, Rabbii koo malee hiriyyaa fi jaalalleehis hin qabu; Rabbii keetitti waahiloomi ykn hiriyyoomi... " jechoonni jedhaman dogongora guddaadha....
wanti Aqiidaan wal qabata waan taheef uf haa eeggannuu isiniin jedha.
Galatoomaa๐
https://t.me/tafak_or
โ Akka tasaa kaleessa osoo garee Tafakkur jalatti nama seensisu... nama maqaan isaa "Allah is my best friend" jedhu arge.
Amma garuu keessaan dubbisa jedhee barbaadee dhabe.
inshallah asumaanuu isaafis namoota biraatiifis gorsa haa tahuufan barreesse. jechoota akkanaa hedduu kan nuti dogoggora tahuu isaa hin beekne, moggaafataa oollu fi itti fayyadamaa oollu heddutu jira.
#Cuunfaan_dubbii: jechoota akka
" Hiriyyaan muslimtootaa Rabbiin qofa, Rabbii koo malee hiriyyaa fi jaalalleehis hin qabu; Rabbii keetitti waahiloomi ykn hiriyyoomi... " jechoonni jedhaman dogongora guddaadha....
wanti Aqiidaan wal qabata waan taheef uf haa eeggannuu isiniin jedha.
Galatoomaa๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Yaadachiisa warroota Tafakkur family jala jirtaniif....
โ Warroonni waan barbaaddan group gubbatti post gootan... ani altokko isin jalaa haqee jennaan... gareen Bot mataa isaa qaba... Botichi immoo Moderatora warroota barreeffama keessan check godhan qaba... nama ani takka jalaa haqe.... hanga sadarkaa Block Isa gochuutti tarkaanfii fudhata...
Kanaaf yoo waan hin taane Post gootanii ykn barreesaitanii Botin isin baase deebitanii akka nan gaafanne...
Kanaafuu hamma dandeettaniin uf qusadhaa wantoota akkanaa kanneen irraa....!
๐
It really doesnโt matter what you send, as long as the receivers find it unwelcome. It could have been a photo, an invite link or a chain letter. Please only send messages when you are sure people wonโt mind getting them.
As a general rule, people donโt like receiving unsolicited advertisements, links, invite links to groups or channels, random photos and, above all, anything related to commerce or promotion of any kind.
Our moderators check all reports, so if you send annoying content to strangers you will be blocked.
Galatoomaa...

Warroota profile keessan suuraa keessan irra godhattaniifโฆ.
Suuraa kankee qofaan falfaala ykn Sihrii akka sirratti dalagamuu dandaโu qaba qabdaaโฆ.
Kun haasaa afaanii osoo hin taane qabatamaan waan argameedhaโฆ.
Rabbiin isin haa eeguโฆ.ergaa tana share waliif godhaaโฆ.!!
Share๐๐ป

Kitaaba argachuu barbaaddan hundaa naaf barreessaaโฆ ๐๐ป
#Yaadachiisa
Amma booda kitaabonni isin gaafattan hunduu garee qofarratti ergamaโฆ
Hanga ammaatti kitaabota isin gaafattan hundaa ergaa jirraโฆkitaaba barbaaddan qofa maqaa fi abbaa kitaabaa nuuf barreessaa