๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12.2K subscribers
613 photos
25 videos
32 files
2.11K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Gaafilee hanga ammaa gaafatamaniif Deebiin akka armaan gadiitti isiniif dhihaata : 1ffaa:Dhiirri tokko shamarree takka jaalatee Nikaahaan dura dhimma jaalala isaan gidduu jiru wajjiin haasahuun danda'amaa___? #Deebii Gurbaan tokko fuudhuu yoo barbaade, karaaโ€ฆ
#Fataawaa

3ffaa : Namni tokko walirraa fagaatee baatii jaha yoo gahe nikaan ofiin bu'a jedhanii kun akkami dhugumaa____?
#Deebii
โž›Jechi akkana jedhamu yoo jiraate dogoggora, Nikeenni yoo abbaan warraa buusee fi yookaa qaadiin buuse malee hanga fedhan turaniif hin bu'u.
4ffaan: Abbaan manaa haadha mana isaatiin wal dhabee Wallaahi billahi sadeenittuu si xalaaqe yoo jedheen. Nikeenni sun bu'e moo jira___?
๐Ÿ‘‰#Deebii
Abbaan warraa tokko haadha manaa isaatiin si xalaaqe yo jedhe, xalaaqni argamee jira.
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

4ffaa : Jarsaafi jaartiin takka biyya biya yoo jiratanii Wal hiikan, dubartiin sun namaa biraatti heerumuuf iddaa hanga gefattu eguu qabdi____?
#Deebii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โž›Yoo jalqaba walitti dabalamanii jiraatan Iddaa eeggatuun dirqama. Yoo Nikaahuma qofa hidhatanii walitti hin dabalamin ykn Kalwaa wajjiin hin bahin Iddaan irra hin jiru.
Gaafii 5ffaa : Namni sooma uzrii takkaan maletti somaa waggaa 7 muluu hin soomin akkamitti kafala____?
#Deebii ๐Ÿ‘‡
Towbaan wajjiin guutuu qadaa kafaluu qaba.
Fataawaan Dilbataa ustaaza keenya wajjiin akkuma itti fufetti jira...share gochuu hin dadhabinaa.
Ustaaza keenya kabajamaa fi jaalatamaan, Jazaakumullahu keeyran jennaan. Rabbiin ulamaa'ota keenya hafan wajjiin nu keessa haa tursiisu.
Follow me&Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa Dilbataa

โž›7ffaa ; Fudhaa fi Herumaa keessatti intala biyya biraa gurban biyya biraa nikaayaa gochuun  ni dadayamaa moo akkami___?
#Deebii ๐Ÿ‘‡
Ulaagaa jiru guuttatee Nikaaha hidhachuu ni danda'a.
@tafak_or
#Fataawaa
โž› Gaafiin akkuma itti fufetti jira, namoonni carraan argatin itti fayyadamaa. Sheeka keenya jaalatamaa fi kabajamaa sheek #Abdussalaam_Xaahir wajjiin(Istaanbul keessa).
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafataa : Assalaamu aleykum warahnatullahi wabarakaatu. Gaafiin koo akkas jetti ; Mahrii intalaa kenname tokko warri nyachuun ni  danida'amaa____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
" Mahriin haqa isheeti waan ta'eefi, Yoo isiin fedha isheetiin kenniteef ni danda'ama".
(Sh/#AbdussalaamXaahiriin)
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tef_akkur2
#Fataawaa

#Gaafattuu :๐Ÿ‘‡
Jaarsi obboleettii tiyyaa takka gaduma bahee osoo wal hin dhabin karaa deeme. Gara biyya Ameerikaa kana jira, daaima tokko walirraa qaban, waggaa sadi erga turee booda mesagedhan an si hiikee jiraa jedheen, isheen guyyaa sana booda yoo itti bilbiltullee jalaa dubbatuu dide nikaan sun hiikame moo akkam____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam waraahmatullaahi wabarakaatuhuu. Missagiin isarraa dhufuun qulqulleeffatamnaan xalaaqni argamee jira waan taheef, Iddaa eeggattee heerumuu ni dandeessi yoo barbaadde.
Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii keessan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
Yoo inni galfatu fedhee isin galuufi didde ho ? Innii hikuu irraa fedha hin qabu. Isiin naa hikki jeettin, inni immoo sin hikku naf gaalli jeโ€™aani. Maharinis kul'ii uf godhi jeenan ni didde, isaan na hikki jetti.  Falli gurbaa kanaa akkami jettu_?
โž›#Hubachisa. Isiin galuus hin fetu, kul'iis of godhus hin fetu. garuu na hiiki isaan jetti. Inni galfachuu barbada.  Hiikuus hin fedhu..mee tun hoo akkami____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Murtiin xalaaqa isaanii manguddoon laallatuudha, saniin dadhabaamu immoo Qaadii bira deemuudha. (Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafattuuu ;๐Ÿ‘‡
As.w.w. gaafiin kiyya : Jaarsaafii jartiin  hojjattoota mootummaa yoo taโ€™anii qabenya walitti horan, booda akka tasaa yo waldhaban, qabenya san irra qodamu  dandetti isiin__?

โž›#Deebii๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam, warahmatullaahi wabarakaatuh. Deebiin gaafii keetii akkana : "Qabeenyi isiin hojjattee argamsiiste kama isiiti. Qabeenya sanii fi mahrii isheetis fudhachuu ni dandeessi. "(Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
โž›Zakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?

โž›#Deebii :๐Ÿ‘‡
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐Ÿ‘‰#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa
(#Gaafii_garaa_nama_nyaattu)

As wr wb ngh fi kabajaa Rabbin irra isinif haa tahu jecha gafii koo wahe nikahaa irrati.
Dubartiin takka heerumtee, ergaa heerumtee bodaa abba manaa ishee ergaa mana ufitin gahe guyya 45 wajin jirate biraa biyya alaa kute. Turti wagga afurii bodaa Walitti debi'an yero alaa jiru sanis inni baay'ee hin qarqaru hadha fi abba isiittu qarqara ture, inni qarqaarsa baay'ee (gahaa mitii ). Isiin haqaa isaa egdee isa eegaa turte. Turtii wagga 4 boda wal gahanii ilmo walirraa argatan.

Inni kuni guyya nikaahaa san qubee harkaa fi mormaa akkasuma kan gurraa fi meshaa mana keessaa-isiin haadha ufii biraa demte dahuf- yoo isiin debitu hin jiru kun hundi.๐Ÿ˜ญ meshanis haa taa'uu kana irratti dubbi sobaa fakkeessee hasaya,.... Ilmo san wolins isii gatee biraa demaa guyya barbade ni gaalaa...๐Ÿ˜ญ Nama kana isiin hiikuuf yaltee irra hikuu dide. Amma ergaa garga bahani wagga lamaa f ji'a sadi. Nikeenni isaanii akkam taha____?

#Deebii: ๐Ÿ‘‡
Duraan dursee abbootiin ijoollee kan haadha manaa keessan akkanatti azzabdan Rabbii keessan sodaadhaa. Rabbiin dubartii tana akka jabeessinu nuuf dhaamee jira. Rasuullis yeroo addunyaa tanarraa deeman waa'ee dubartii nuuf dhaamaa deeman.
โž› Deebii kankeetiif immoo : Nikeenni isaanii ni jira. Yoo inni irraa buusee fi yoo qaadiin irraa buuse malee. Gargar fagaachuun isaanii Nikaaha hin buusu.
Gaafii yoo qabaattan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’ซ Baatii Ramadaanaa keessa kaafirri tokko Islaamummaa yoo seene, daa'imni tokko yoo guyyaa keessa ballage, akkasuma maraattuun tokko yoo guyyaa keessa fayye..sa'aatima sanirraa Sooma eegaluu qaba.

@tafak_or