๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
GAAFII HIRMAACHISAA #Soomni_Ramadaanaa_bara_kam_keessa_waajiba_godhame โ DEEBIIDHAAF
Hirmaattonni keenna hunduu baayโee isin galateeffanna, hirmaattota keessaa harki caalu deebii argataniiru.
#Deebii
Soomni Ramadaanaa kan waajiba godhame hijraa irraa waggaa #2ffaadha.
Ergamaan Rabbii (SAW) sooma #sagal erga soomanii booda gara ganda Aakiraa godaanan.
RABBIIN NAGAHAAN ITTIIN NU HAA GAHU
JOIN๐
@tafak_or

GAAFII HIRMAACHISAA โซ Nabiyyoota keessaa kan seenaan isaa Qurโaana keessatti hin dubbatamin nabiyyi kam ? A_Nabiyyallaahi #Iisaa (AS). B_Nabiyyallaahi #Suleeymaan (AS). C_Nabiyyallaahi #Idriis (AS). D_Deebii hin qabu. #Badhaasa_qaba
Kabajamtoota hordoftoota chaanaalii #TAFAKKUR hirmaannaan hanga ammaa isin godhaa turtan baayโee nu gammachiisee jira, hedduu galatoomaa isiniin jechaa, hirmaattota gaafii keenyaa keessaa harki caalu deebii akka argatan abdii qaba.
#Deebii
โซNabiyyoota keessaa nabiyyiin maqaa isaa malee seenaan isaa Qurโaana keessatti hin dubbatamin Nabiyyallaahi #Idriis Aleyhissalaam(C).
Join๐

Namni Baatii Ramadaanaa guutuu hin soomin/Qadaan irra jiru, osoo hin kafalin dura yoo #shawwaal soome #Ajrii_shawwaal sana argataa ?
๐#Deebii
โซNamni ajrii Shawwaal argachuu danda'u nama baatii Ramadaanaa guutuu soomee fixe qofa.
(#Sheek_Saalihal_Useymiin).
โซDursa wanti isarraa eeggama waajiba qadaa kafaluun eegaluu qaba, osoo jahan sunillee jala dabartee waajibatti ariifachuu qaba.
Waajibatu sunnaa durfama waan taโeef.
(#Sheek_Ibnu_Baaz) irraa

#Seenaa_Ajaa'ibaa
โพMagaalaa guddoo maqaan ishee addunyaa tanarraa haqame takka beektuu laata ?
โพMagaalaa mudannoon takkaa addunyaa tanarratti hin barraahin ishee mudate takka beektuu ?
โพmagaalaa guyyaa takka qofatti hayyuu fi dureessi islaamaa kumni 7000ol jalaa ajjeefame ?๐ญ
โพMagaalaan tuni eennu ? Eessatti argamti ? Maaltu ishee mudate ?
#Deebii_argachuuf
Join๐@tafak_or

Gaafilee hanga ammaa gaafatamaniif Deebiin akka armaan gadiitti isiniif dhihaata :
1ffaa:Dhiirri tokko shamarree takka jaalatee Nikaahaan dura dhimma jaalala isaan gidduu jiru wajjiin haasahuun danda'amaa___?
#Deebii
Gurbaan tokko fuudhuu yoo barbaade, karaa isheen quba hin qabneen laallatee yoo naaf taatii mirkaneeffate maatitti nama ergatee, karaa kanaan kadhata malee uf lamaanii waliif galuun waan shari'aa irraa fagaate. @Sh/Abdussalaam_Xaahir
2ffaa ; Dubartiin takka abbaa manaasiitiin yoo waldhabde nikaaha ofirraa buusuu dandeetti /hin dandeettu, yeroo akkamii dandeetti?
#Deebii :
Dubartiin takka abbaa warraan yoo waldhabde, yoo wajjiin jiraachuun goonkumaa kan hin danda'amne taate ;
1) yoo maddi jibbaa kan ishee taโe, mahrii ufiitiin kul'ii/ykn uf xalaaqqsifti.
(Mahrii abbaa waraatiif kennitee na xalaaqi jettiin ).
2) Yoo rakkinni gama lacheenuu jiraaate, mahrii ishee kenneefii ufirraa xalaaqa abbaan warraa.
3) Yoo inni xalaaquu didee dhiibbaa irratti godhe immoo , Qaadii shari'aa bira deemtee ufirraa buusuu dandeessi ykn Uf xalaaqxi(Faskii uf gooti).
Sheeka keenyaan Galatoomaa jennaan ๐๐
Share godhaa๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Gaafilee hanga ammaa gaafatamaniif Deebiin akka armaan gadiitti isiniif dhihaata : 1ffaa:Dhiirri tokko shamarree takka jaalatee Nikaahaan dura dhimma jaalala isaan gidduu jiru wajjiin haasahuun danda'amaa___? #Deebii Gurbaan tokko fuudhuu yoo barbaade, karaaโฆ
#Fataawaa
3ffaa : Namni tokko walirraa fagaatee baatii jaha yoo gahe nikaan ofiin bu'a jedhanii kun akkami dhugumaa____?
#Deebii
โJechi akkana jedhamu yoo jiraate dogoggora, Nikeenni yoo abbaan warraa buusee fi yookaa qaadiin buuse malee hanga fedhan turaniif hin bu'u.
4ffaan: Abbaan manaa haadha mana isaatiin wal dhabee Wallaahi billahi sadeenittuu si xalaaqe yoo jedheen. Nikeenni sun bu'e moo jira___?
๐#Deebii
Abbaan warraa tokko haadha manaa isaatiin si xalaaqe yo jedhe, xalaaqni argamee jira.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
3ffaa : Namni tokko walirraa fagaatee baatii jaha yoo gahe nikaan ofiin bu'a jedhanii kun akkami dhugumaa____?
#Deebii
โJechi akkana jedhamu yoo jiraate dogoggora, Nikeenni yoo abbaan warraa buusee fi yookaa qaadiin buuse malee hanga fedhan turaniif hin bu'u.
4ffaan: Abbaan manaa haadha mana isaatiin wal dhabee Wallaahi billahi sadeenittuu si xalaaqe yoo jedheen. Nikeenni sun bu'e moo jira___?
๐#Deebii
Abbaan warraa tokko haadha manaa isaatiin si xalaaqe yo jedhe, xalaaqni argamee jira.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Fataawaa
4ffaa : Jarsaafi jaartiin takka biyya biya yoo jiratanii Wal hiikan, dubartiin sun namaa biraatti heerumuuf iddaa hanga gefattu eguu qabdi____?
#Deebii ๐๐
โYoo jalqaba walitti dabalamanii jiraatan Iddaa eeggatuun dirqama. Yoo Nikaahuma qofa hidhatanii walitti hin dabalamin ykn Kalwaa wajjiin hin bahin Iddaan irra hin jiru.
Gaafii 5ffaa : Namni sooma uzrii takkaan maletti somaa waggaa 7 muluu hin soomin akkamitti kafala____?
#Deebii ๐
Towbaan wajjiin guutuu qadaa kafaluu qaba.
Fataawaan Dilbataa ustaaza keenya wajjiin akkuma itti fufetti jira...share gochuu hin dadhabinaa.
Ustaaza keenya kabajamaa fi jaalatamaan, Jazaakumullahu keeyran jennaan. Rabbiin ulamaa'ota keenya hafan wajjiin nu keessa haa tursiisu.
Follow me&Share๐

#Fataawaa Dilbataa
6ffaa : Abbaa qabeenyaa warshaa qabu tokko, yoo inni warshicha isaa sana kan mallaqa dhalaatiin sochoosu taate, warshaa sana keessa dalaguun danda'amaa_?
โ#Deebii :๐
โ Yoo qabeenyi isaa gariin dhalaan tahee, gariin halaala kan sicho'u tahe, waliin dalagachuun haraamummaa hin qabuu jedhan.
โ Yoo warshaan suni guutuun guutummaatti kan dhalaan socho'u taate wajjiin dalagachuun hin danda'amu jedhan.
Share&Follow ๐

โ#Gaafataa : Namni tokko jannata keessatti Huuraleynii meeqa fuudhuu danda'a___?
๐#Deebii ๐
Haguma dalagaan isaa geetteen fuudha.(Sh/#Abdussalaamxaahir).

โ#Gaafataa : Assalaamu aleykum warahnatullahi wabarakaatu. Gaafiin koo akkas jetti ; Mahrii intalaa kenname tokko warri nyachuun ni danida'amaa____?
โ#Deebii ๐
" Mahriin haqa isheeti waan ta'eefi, Yoo isiin fedha isheetiin kenniteef ni danda'ama".
(Sh/#AbdussalaamXaahiriin)
Follow me๐
@tafak_or
https://t.me/tef_akkur2

โ #Gaafattuu :๐
Yoo osoo Intalaan hin mari'atin warummaan kenneefi booda nikaaha godhaniifi turtii booda isiin nikaha narraa buusa yoo jettee akkami mee ni danda'amaa_?
โ#Deebii๐
Nikeenni ishee ni hidhamaa. Garuu Yoo jaalala ishee malee nikeenni godhame, Qaadii deemtee ufirraa buusuu ni dandeessi.(Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โ #Gaafattuu :๐
Yoo osoo Intalaan hin mari'atin warummaan kenneefi booda nikaaha godhaniifi turtii booda isiin nikaha narraa buusa yoo jettee akkami mee ni danda'amaa_?
โ#Deebii๐
Nikeenni ishee ni hidhamaa. Garuu Yoo jaalala ishee malee nikeenni godhame, Qaadii deemtee ufirraa buusuu ni dandeessi.(Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Fataawaa
#Gaafattuu :๐
Jaarsi obboleettii tiyyaa takka gaduma bahee osoo wal hin dhabin karaa deeme. Gara biyya Ameerikaa kana jira, daaima tokko walirraa qaban, waggaa sadi erga turee booda mesagedhan an si hiikee jiraa jedheen, isheen guyyaa sana booda yoo itti bilbiltullee jalaa dubbatuu dide nikaan sun hiikame moo akkam____?
โ#Deebii ๐
Waleykumussalaam waraahmatullaahi wabarakaatuhuu. Missagiin isarraa dhufuun qulqulleeffatamnaan xalaaqni argamee jira waan taheef, Iddaa eeggattee heerumuu ni dandeessi yoo barbaadde.
Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii keessan๐

โ#Gaafataa :๐
Yoo inni galfatu fedhee isin galuufi didde ho ? Innii hikuu irraa fedha hin qabu. Isiin naa hikki jeettin, inni immoo sin hikku naf gaalli jeโaani. Maharinis kul'ii uf godhi jeenan ni didde, isaan na hikki jetti. Falli gurbaa kanaa akkami jettu_?
โ#Hubachisa. Isiin galuus hin fetu, kul'iis of godhus hin fetu. garuu na hiiki isaan jetti. Inni galfachuu barbada. Hiikuus hin fedhu..mee tun hoo akkami____?
โ#Deebii ๐
Murtiin xalaaqa isaanii manguddoon laallatuudha, saniin dadhabaamu immoo Qaadii bira deemuudha. (Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐

โ#Gaafattuuu ;๐
As.w.w. gaafiin kiyya : Jaarsaafii jartiin hojjattoota mootummaa yoo taโanii qabenya walitti horan, booda akka tasaa yo waldhaban, qabenya san irra qodamu dandetti isiin__?
โ#Deebii๐
Waleykumussalaam, warahmatullaahi wabarakaatuh. Deebiin gaafii keetii akkana :

"Qabeenyi isiin hojjattee argamsiiste kama isiiti. Qabeenya sanii fi mahrii isheetis fudhachuu ni dandeessi.
"(Sh/#AbdussalaamXaahir)Gaafii gaafachuuf๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
Tafakkur family
Mana kitaaba islaamaaa
#Fala_naaf_himaa___โ
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
Gaafiin koo akkas jedha :
Intala kiristaanaa takka waliin baranna ture. Yeroo karaa deemnu waa'ee islaamummaa itti himaan ture, yeroo kanatti fayyadamee waan islaamummaa hunda ishee barsiise. amma amantaa islaamummaa kana ni fudhadhaa na fuutaa___? naan jette. Animoo ishii fuudhuu hin barbaadu. Ishiin yoon ani islaamummaa qabadhe maatiin ofirraa na ari'anii, dhiira taatee bakka fedhe deemuu waan hin dandeenyeef,kanaafuu ati nafuudhi. Yoo nan fuudhin namni kufrii keessatti na dhiise sihii, situ itti naa gaafatamaa naan jette.
Kanaafuu mee kun akkam ta'a naa hima__?
#Deebii๐
โNamni amanuu fedhe tokko amanuudhaaf ulaagaa namarra kaahachuu hin barbaachisu. Dursi nama nama san amansiisu/gara amantiitti yaamu irraa wanti eegamu, akka dhugaan namni kun amantii kana jaalatu gochuudha malee uf isa jaalachiisuu miti. Namni dhugaan amantii kana jaalate ulaagaa tokko malee ufumaan seena waan taheef.
โ#Hubachiisa : Jechi yoo ani amanuu dhabe situ itti gaafatama isheen siin jettu sun jecha dogoggoraati.
โWanti sirraa eeggamu hubachiisuudha malee, amantii qabachiisuu miti. Ati Walumaagalatti ittigaafatamummaa kee baatee jirta.
โ(#SheekAbdussalaamXaahir)
Ustaaza keenyaan hara nu baafachiisuu keessaniif galatoomaa jennaan.
๐น๐น๐น
Gaafii yoo qabaattan๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf ๐
https://t.me/tafak_or
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
Gaafiin koo akkas jedha :
Intala kiristaanaa takka waliin baranna ture. Yeroo karaa deemnu waa'ee islaamummaa itti himaan ture, yeroo kanatti fayyadamee waan islaamummaa hunda ishee barsiise. amma amantaa islaamummaa kana ni fudhadhaa na fuutaa___? naan jette. Animoo ishii fuudhuu hin barbaadu. Ishiin yoon ani islaamummaa qabadhe maatiin ofirraa na ari'anii, dhiira taatee bakka fedhe deemuu waan hin dandeenyeef,kanaafuu ati nafuudhi. Yoo nan fuudhin namni kufrii keessatti na dhiise sihii, situ itti naa gaafatamaa naan jette.
Kanaafuu mee kun akkam ta'a naa hima__?
#Deebii๐
โNamni amanuu fedhe tokko amanuudhaaf ulaagaa namarra kaahachuu hin barbaachisu. Dursi nama nama san amansiisu/gara amantiitti yaamu irraa wanti eegamu, akka dhugaan namni kun amantii kana jaalatu gochuudha malee uf isa jaalachiisuu miti. Namni dhugaan amantii kana jaalate ulaagaa tokko malee ufumaan seena waan taheef.
โ#Hubachiisa : Jechi yoo ani amanuu dhabe situ itti gaafatama isheen siin jettu sun jecha dogoggoraati.
โWanti sirraa eeggamu hubachiisuudha malee, amantii qabachiisuu miti. Ati Walumaagalatti ittigaafatamummaa kee baatee jirta.
โ(#SheekAbdussalaamXaahir)
Ustaaza keenyaan hara nu baafachiisuu keessaniif galatoomaa jennaan.
๐น๐น๐น
Gaafii yoo qabaattan๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf ๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Fataawaa
#Gaafataa :๐
โZakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?
โ#Deebii :๐
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐

#Fataawaa_Tafakkur
#Gaafataa๐
โDhugaatin Soofii jedhamuu haraama moo halaala____?
#Deebii๐
โWaan maqaa Biiraa dhahate hunda isaa dhuguun Haraama.
๐น๐น๐น
Nu hordofaa๐https://t.me/tafak_or
#Gaafataa๐
โDhugaatin Soofii jedhamuu haraama moo halaala____?
#Deebii๐
โWaan maqaa Biiraa dhahate hunda isaa dhuguun Haraama.
๐น๐น๐น
Nu hordofaa๐https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Fataawaa
(#Gaafii_garaa_nama_nyaattu)
As wr wb ngh fi kabajaa Rabbin irra isinif haa tahu jecha gafii koo wahe nikahaa irrati.
Dubartiin takka heerumtee, ergaa heerumtee bodaa abba manaa ishee ergaa mana ufitin gahe guyya 45 wajin jirate biraa biyya alaa kute. Turti wagga afurii bodaa Walitti debi'an yero alaa jiru sanis inni baay'ee hin qarqaru hadha fi abba isiittu qarqara ture, inni qarqaarsa baay'ee (gahaa mitii ). Isiin haqaa isaa egdee isa eegaa turte. Turtii wagga 4 boda wal gahanii ilmo walirraa argatan.
Inni kuni guyya nikaahaa san qubee harkaa fi mormaa akkasuma kan gurraa fi meshaa mana keessaa-isiin haadha ufii biraa demte dahuf- yoo isiin debitu hin jiru kun hundi.๐ญ meshanis haa taa'uu kana irratti dubbi sobaa fakkeessee hasaya,.... Ilmo san wolins isii gatee biraa demaa guyya barbade ni gaalaa...๐ญ Nama kana isiin hiikuuf yaltee irra hikuu dide. Amma ergaa garga bahani wagga lamaa f ji'a sadi. Nikeenni isaanii akkam taha____?
#Deebii: ๐
Duraan dursee abbootiin ijoollee kan haadha manaa keessan akkanatti azzabdan Rabbii keessan sodaadhaa. Rabbiin dubartii tana akka jabeessinu nuuf dhaamee jira. Rasuullis yeroo addunyaa tanarraa deeman waa'ee dubartii nuuf dhaamaa deeman.
โ Deebii kankeetiif immoo : Nikeenni isaanii ni jira. Yoo inni irraa buusee fi yoo qaadiin irraa buuse malee. Gargar fagaachuun isaanii Nikaaha hin buusu.

#Gaafii... 1) Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) Hajjii meeqa hajjan ? bara kam keessa ? hajjiin Suni maal jedhamti? 2) Rasuulli yeroo meeqa Umraa godhan ? Umraa sana yaamuu dandeessaa ? comment ๐
#Deebii
1) Rasuulli Sallallaahu aleyhi wasallam Muslimtootaan Hajjii takka qofa hajje, waggaa 10ffaa keessa... hajjiin suni hajjatal wadaa'i/Hajjii dhaamannaa jedhamti.
2) Rasuulli Umraa afur godhร n. isaanis:
A) Umraa hudeybiyyaa, waggaa 6ffaaa..
B) Umraa Qadaa'aa, waggaa 7ffaa keessa.
C) Umraa ji'iraanaa waggaa 8ffaa fi
D) Umraa hajjiin wajjiinii..
Sadan duraa baatii Zul-qa'adaa keessa ture.
Hedduun keessan yaaltanii jirtu
Share๐