𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
10.7K subscribers
556 photos
21 videos
22 files
1.89K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Subhaanallah, Namichi yahuudaa kan dhiheenya dabre #Qur'aana Rabbii gube, sun yeroo amma haala kanaan harka isaa Rabbiin gubee, azzabaa jiraa,
Subhaanallah Rabbiin waa guuddate, Zaalima hundaa nurraa haa qabu. #Share
👇👇👇👇👇
@Alrisala1
@Alrisala1
TAFAKKUR/تفكر:
#IsamHabesha| «Taatee Fiilmii» amma booda hujiinkoo kan islaamummaa qofa jedhe.
Maashaa Allah...
Barreessaa Fi Taatee Beekamaa Fiilmii Biyya Itiyoophiyaa Kan Ta'e Isam Addunyaa Fiilmii 'tti Naga Dhaame

Maqaan Isaa Dhalootaa Ismaa'il Hasan Yoo Ta'u Aartii Gosa Fiilmiin Namoota Jabaa Biyyattiin Qabdu Keessaa Tokko Kan Ta'e Isam Turtii Af-Gaaffii Minbar Multimedia Waliin Taasiseen Fiilmii Hojjachuu Dhaabuu Isaafi Kana Booda Giddu-Gala Hojii Isaa Gara Amantaa Isaa Islaamummaa Gargaaruutti Akka Fuulleffatu Himee Jira

Akka Keessa Beektonni Dubbatanitti, Isaam Addunyaa Fiilmii Keessa Yeroo Turetti Hojiiwwan Amantaa Islaamaa Fayyadan Hojjachaa Kan Tureefi Nama Quuqama Amantaa Islaamaa Qabu Ta'uu Isaa Ragaa Ba'aniifii Jiru
#MaashaaAllah

Baga Rabbi Karaa Isaatti Si Deebifate

Yoo Si Gammachiise Share Godhi

Maxxansi Keenya Saffisaan Akka Isin Qaqqabuuf channal keenna #Share Godhaa
and join to 👇👇
@Alrisala1
https://t.me/tafak_or
Obboleessa/Obboleettii Yoomiifi?

🗡Nama siyaasa beeku ta'uun kee yoomiifi yoo har'a islaamummaa kee biraan hin dhaabbatin

🗡Nama barate ta'uun kee yoomiifi yoo har'a islaamumma kee irraa ittiin waa hin deebisin.

🗡Abbaa seeraa ta'uun kee yoomiifi yoo har'a haqa islaamaa bada ittiin hin deebisin.

🗡Abukaatoo seeraa ta'uun kee yoomifi yoo har'a Diin keetii xabaqaa hin ta'in

🗡Poolisummaan kee yoomiifii yoo Ulee muslimtoota rukutuuf deemi irraa hin deebisin.

🗡Dhiirummaan kee yoomiifii yoo har'a Dhiurota aduwwiitiin hin deebisin.

🗡Qabeenyi kee yoomiifi yoo islaamummaa biraan hin dhaabbatin.

🗡Beekumsi kee yoomiifi yoo har'a Haqa masjiida keeti ittiin hin baasin.

🗡Facebook fayyadamuun kee yoomiifi Yoo Ergaa Gubachuu masjiidaa ittiin share hin godhin.

🗡Facebook fayyadamuun kee yoomiifi Yoo Ergaa Gubachuu masjiidaa ittiin post hin godhin.

🗡Facebook fayyadamuun kee yoomiifi Yoo Ergaa Gubachuu masjiidaa ittiin react hin godhin.

🗡Yoomiifi marsariitii Hawaasaa fayyadamuun kee yoo Har'a Waan ittiin hojjechuu qabdu ittiin hin hojjatin.

🗡Jireenyumti kee yoomiifi yoo har'a islaamummaaf hin jiraatin.

🗡Stand up And straggle against enemy islam.
#Share and Join
👇👇👇👇👇👇👇👇

@Alrisala1
https://t.me/tafak_or
#Palestine| «Salaata Jumu'aa»

Gootonni dachii Filisxeen horteen 'Salahaddiin Al-ayyuubi' miira oonnataan salaata Jumu'aa guyyaa har'aa kumaatamootaan Masjiidal Aqsaa duratti hiriiranii salaatanii jiru.
Maashaa Allah

Inshaa Allah yeroon Masjiidal Aqsaa bilisoomtee harka muslimootaatti deebitu dhihoo dha.

Yoo jaallattan #share gochuun waliif qoodaa.
Odeyfannoo haala yeroo isiniif qoonna join godha👇👇👇👇
@Alrisala1
https://t.me/tafak_or
ISPOORTIIN HUNDAAF

Kabajamtoota jiraattota magaalaa roobee fii naannoo ishee hundaaf guyyaa borii sanbata 30/05/06 ganama sa'aa 12:00 iirraa eegalee hanga sa'aa 1:00 ttii sochiin qaamaa Addababayii G/waaqoo guutuutti waan adeemsifamuuf isinis akka irratti hirmaattan kabajaan isin affeerree jirra
Wirtuuleen leenjii maarshaal aartii fii kilabiin kubbaa miilaa hedduun miseensota isaanii waliin irrattii ni hirmaatu.

Guyyaan tiraafika irraa bilisaa Baalee roobee irratti sagantaan akkana yeroo jal qabaatiif ka qophaahe yoo tahu Finfinnee, Jijjigaa, Adaamaatti, aantee akka biyyaatti magaalaa Afraffaa isii taasisa.

Qopheessaan wirtuu leenjii maarshaal aartii Fire of Dragon

#Share #Share
@Fursaan_Media
https://t.me/tafak_or
➛Bu'aa #Share(👇👇)n qabdu beektuu laata

🖋قال الشيخ ابن عثيمين -رحمه الله-:
Ibnu_Useymiin(Rahimahullaah) akkana jedhan;

«كلما سمحت الفرصة لنشر السنة فانشرها .. يكن لك أجرها وأجر من عمل بها إلى يوم القيامة».

"Yeroo kamuu carraa sunnaa Rasuulaa(SAW) #facaasuu(Share) gochuu argannaan share gochuu irraa uf duuba hin jedhin,mindaa share gochuu fi mindaa nama itti dalagees hanga guyyaa qiyaamaatti ni argatta waan ta’eef"

Wanti kanaa olii maaltu jira?
•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Kana_beektuu_laata ?

Yeroo Qur’aana qara'uun si jibbisiisu maal yaadachuu qabda beektaa ?

➫Fuula takka yoo qaraate ajrii #kuma 5 akka argattu.
➫Yoo juz'ii tokko qaraate ajrii #100000 akka argattu.
➫Yoo Qur’aana yeroo takka buuste ajrii #miliyoona 3 ol akka argattu beekuu qabda.

Kanaan wajjiinuu Rabbiin keenna tanumaa abbaa ufii fedhee dachaa godhee herreegaaf.
واللّٰهُ تَعالى يَقول: ﴿ وَٱللَّهُ یُضَـٰعِفُ لِمَن یَشَاۤءُۚ ﴾
Erga ergaan tuni si qaqqabdee booda barbaaddu dhiisuu ni dandeessa, garuu akka hoongoo guddaa keessa jirtu hin dagatin.
#Join👇
@tafak_or
#Share👇
@tafak_or
🔰Qur’aana

Qur’aanni kalaama/ jecha Rabbiiti.
Ministeera zikiriiwwaniiti.
Beekkumsa ija keessaa namaa banutu isa keessa jira.

Naamusa gaarii irraa baratta.
Gorsa qalbii jiisu irraa fayyadamta.
Jechamoota furtuu beekkumsaa ta'an keessaa funaannatta.
Qur’aanni jecha dhugaati.
Qur’aanni murtii haqaati.
Namni qajeelluma isaan malee barbaade dhugaa ni jallata.
Namni karaa isaa malee karaa biroo seene karaa irraa mucucaata.
Namni karaa isa hordofe karaa qajeelaa irra ejjata.
By #Abulmansuur
Namni Qur’aana jaalattan #share godhaa.
Join👇
@tafak_or
#Qabaadhaa....!

➛ Guddisa gaarii /@Tarbiyaa : Yoom akka dubbattu beekuun .
التربية : أن تعرف متى تتكلم.
➛ Amala Gaarii/@Aklaaqa : Nama haasawaa jiru dhaggeeffachuun.
الأخلاق : أن تسمع لمن يتكلم.
➛ Naamusa gaarii/@Adaba : Nama haasawaa jiru addaan kutuu dhabuun.
الأدب : ألا تقاطع من يتكلم.
@Qaroomina/Collummaa : Nama haasawu hunda dhugoomsuu dhabuun.
الذكاء : ألا تصدق كل من يتكلم.


Yoo sitti tole immoo #Share godhi.
Join👉@tafak_or
Breaking...

ቀጠር ትልቁን እና ታዋቂውን የእስልምና ዳዒ ዶር ዛኪር ናይክን ጋበዘች .. ዛኪር ናይክ በአለም ዋንጫው በሙሉ በኳታር ዲናዊ ትምህርቶችን ይሰጣል 💙

Qaxar daa'ii beekamaa guddicha Addunyaa dr zaakir naayik gara biyya ofiitti afeertee hanga waancaan addunyaa xumuramutti muhaadaraa keessummootaaf iddoowwan gara garaa irra naannawaa akka kennu ibsamee jira.

Guyyaa kaleessaa dr kiyar sheek hajjii Ibraahim isa wojjiin kan ka'an..
اللهم انصر هذه البلدة الصغيرة في إيصال دعوتك للبشرية جمعاء..

Qatar brings Zakir Naik, the largest and most famous Islamic preacher in the largest gathering .. Zakir Naik will give religious lectures in Qatar throughout the World Cup moments 💙

#share
https://t.me/tafak_or
#Dhiibbaa_ijji_qabu_beektuu_laata_?
#Share👇
👁1ffaa : Irra hedduun keenya sababa ijaa mana yaalaa fi boolla keessas ciisaa jira.
👁2ffaa : ijji tuni namaa fi beeyladoota irrattis dhiibaa guddaa...hanga du'atti qixxaahu takka irra geessuu dandeessi.
👁3faa : Gaara gubbaa nama gatti jedhan...kunis Hadiisa Rasuulaa irraa (SAW) kan fudhatameedha
👁4ffaa : Ijji dhugaadha!, Osoo wanni Qadara dursee nama tuqu jiraatee, silaa ijatu nama tuqa jedhan.
👁5ffaa : Daftee lubbuu namaa baasuu hunda dandeessi [hanga dhukkuba biraatiif abdii qabdu, ijarra abdii hin eeggatin]
👁6ffaa : Qaama daa'immanii keessa dandeettii daftee seenuu qabdi.
👁7ffaa : Nabiyyallaahi Yaaquub (AS), ijoollee isaatiif ija sodaatee.."Yeroo misra seentan balbala takkaan hin seeninaa!"..jedheenii ture.
➛ Isaan ijoollee 11 abbaa tokkorraa daraaran waan taheef ijaaf sodaateen.
👁8ffaa : "Ijji /budaan dhugaadha...." Rasuula keenyarraa (SAW).
👁9ffaa : " ija irraa mangafadhaa...ijji dhugaadhaa..." jedhan Rasuulli keenya (SAW).
👁10ffaa : Ijji dhibee...dawaan isaa mana yaalaatti baay'ee hin argamneedha.

#Itti_fufa👇
https://t.me/tafak_or
#Akkamitti_gaddita!🤔

➛Osoo Rabbiin Islaamummaa bareedduu tana si badhaasee haarkaa qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu Rabbiin dhiisee mukaaf sujuudaa jira!.
➛ Rabbii badii tantee hunda siif dhokse osoo qabdu akkamitti gaddita, nama meeqa Rabbiin ganda isaa keessatti isa saaxile!.
➛ Rabbiin qananii guddaa sitti oolee, waan nyaattuu fi waan dhugdu, akkasuma iddoo diriirfattee gadi ciistu qabaachuu kee wajjiin akkamitti gaddita!,....nama meeqatu waan garaan jiifatu dhabeera, nama meeqatu qorraa fi aduun gogaa irraa quuncisaa jira!.
➛ harkaa fi miilli kee, ijaa fi gurri kee, Walumaa galatti qaamoleen miiraa kankee guutuun fayyaa qabaachuu wajjiin akkamitti dhiphatta!...nama meeqa Rabbiin qaama kenneef irraa fudhate!.
➛Diriirfattee cinaacha guutuudhaan, galgala hanga ganamaa hirriba gaarii rafaa akkamitti gaddita!...., nama meeqatu dhibee fi yaada irraa kan ka'e halkan guutuu gursaa bulee jira!.
➛Haadha manaa fi ijoollee gaarii Rabbiin siif kennee osoo qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu tanaa dhabee yaadaan cinqamaa jira!.

#Yaadachiisa: ani maal dhabe? Jettee waan hin qabne barbaaduun duratti, "ani maal qaba" jedhii waan qabdu hunda toohadhu!.
Warra Rabbiin akkana jedheen saan keessa akka hin oolle :
[وقليل من عبادي الشكور]
#Share godhaa Obboleewwan keessaniifis
Follow me👇
https://t.me/tafak_or
#Ramadaanni_20

💫Obboleessoo kurnayn boodaa eegaltee jirti!....yaa Allaah
Yaa Rabbi warra hoongoon keessaa galuu mitii warra milkaayee keessaa galu nu taasisi.....🤲
Yaa Rabbi nama Rahmataa fi araarama kankee argatee ibiddarraa baraaramu nu taasisi....🤲
Yaa Rabbi ati irra namaaf dabarta, irras namaaf dabruu jaalatta...yaa Rabbi guddinna keetii jedhii badii teenya hundaa irra nuuf dabri....🤲
Yaa Rabbi akkuma Ramadaanaan nu geesse, halkan leeylatulqadrii sanaanis yaa Rabbi nu gahi...🤲
Yaa Rabbi nama waan qalbiin isaa hawwite sanaa olitti argatu nu taasisi....🤲
Yaa Rabbi warra osoo araarama kee hin argatin baatii tanaan adda galu san keessa nun oolchin...🤲
Yaa Rabbi halkan galmeen namaa Itti jijjiiramtu sana ni beektaa...galmee teenna gara irra gaariitti nuuf jijjiiri....🤲
Yaa Rabbi kan dabre nurraa jaaladhu, kan hafe keessa barakaa nuuf kaahi...waan nuti keessaa hirdhisnes Itti nuuf guuti....Yaa Allaah🤲
Yaa Rabbi warra kadhaan isaa awwaatamte sana keessa nu oolchi...aamiin Yaa arhamarraahimiin....

#Share godhaa obboloota keessaniif👇
https://t.me/tafak_or
#Share

Hadiisa tokko #share gochuudhaaf carraa argatte taanaan, #share godhi ofitti hin jallatinii.... Gaafa waan gaarii tokko namaaf #share goote, Ajrii share gootee fi Ajrii nama waan San irraa fayyadamees hanga guyyaa qiyaamaa siif herreegama.
«كلما سمحت الفرصة لنشر السنة
👈🏻فانشرها .. يكن لك أجرها
👈🏻وأجر من عمل بها
إلى يوم القيامة».
⠀Maddi isaa👇

📕[ شرح رياض الصالحين/٢١٥/٤]

ـــــــــــــــــــ 🍃🌹
Share👇
https://t.me/tafak_or
#Share.....

Maanaajarri Baankii Abisiiniyaa Alam Ganaa,jibbba Amantii islaamaatiif qabu ifatti argisiisee jira,Baankiin tarkaanfii hatattamaa fudhatuu dhabe taanaan,wanti Akkawuntiin muslimaa jara bira taa’uuf tokkolleen hinjiru.
Nama karaa irra dhaabbatee da’waa godhu,karaa irra dhaabbatee daangessuuf mirgi isaa laatame hinjiru.
የአለም ገና የአብሲንያ ባንክ ቅርጫፍ በግልፅ ሙስሊሙን ማህበረሰብ ይቅርታ ሊጠይቅ ይገባል፡ባንኩ የወሰደውን ርምጃም ሊያሳውቅ ይገደዳል፡አለበለዝያ መነገጃ ልንሆን አይከጀልም።

https://t.me/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#Zul-Hijjaa keessa keeyrii armaan gadii saamachuu dandeessu. Keeyrii 50 ol dalagachu ni dandeessa:👇 1) Salaata fardii irratti jajjabaachuu, 2) Soomana Sunnaa fi gaafa guyyaa Arafaa soomuu, 3) Laa ilaaha illalllaah, Subhaanallaah, walhamdulillaah, Wallaahu…
Yeroo jalqabaatiif Chanala kanarratti barreeffama dheeraa qubbeen kootiin isiniif barreesse... hanganaa ol ture garuu akka isin hin nuffisiisneefan uf qusadhe.

Irra hedduun keessan Akka hin jaalanne ni beeka... garuu dirqama waan taheef.... maaltu beeka nama tokkos yoon fayyade jedheeti....
yoon balleesse dhiifama...

ykn #share godhaa isinis keeyrii tana na wajjiin saamadhaa
من دل على خير فله مثل أجر فاعله.
👇
Waan asirratti barraahuu fi barsiifamu kamuu #share gochuun kankee, diinaa Rabbii facaasaa jirta jechuudha... kallattii tokkoon warroota karaa Rabbii keessatti jihaadan keessaa atis nama tokko... kanaafuu keeyriin xiqqoo hin qabduu hin tuffatin... waan gaarii yoo argite share gochuun saamadhu...!

Rabbiin anaaf isiniinis... anaaf taatan nuun haa jedhu.... dalagaa Ikhlaasa nuuf haa taasisu...
نسأل الله -عزّ وجلّ- أن يُوفقنا للعمل بِما عَلِمنا و أن يكتبه جميعًا في ميزان حسناتنا و أن يجعله خالصًا لوجهه الكريم.

Share👇
https://t.me/tafak_or
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Keeyrii Zul-Hijjaa 130 ol.pdf
Yoo kana #share gootan waa'ee Udhiyyaas qabxiilee 60 ol barreessee isiniif gadi lakkisa....



Dafaa kaa maatii jaalalaa