#Subhaanallah, Namichi yahuudaa kan dhiheenya dabre #Qur'aana Rabbii gube, sun yeroo amma haala kanaan harka isaa Rabbiin gubee, azzabaa jiraa,
Subhaanallah Rabbiin waa guuddate, Zaalima hundaa nurraa haa qabu. #Share
๐๐๐๐๐
@Alrisala1

#Qurโaanaa ๐๐
โซ Ramadaana booda Qurโaanni qoma keenya keessatti kuusame, iddoo meeshaa itti kuusanitt/แฅแ แแฐแญแฐแซแซ akka nu jalaa hin deebine Amaanaa isinitti haa ta'u.
ุฅุญุฐุฑูุง ุจุนุฏ ุฑู ุถุงู
ุฃู ูุนูุฏ ุงููุฑุขู
ู ู ุงูุตุฏูุฑ ุฅูู ุงูุฑููู !
Join๐
@tafak_or

#Hoongoo_guddaadha
ู ูู ุงูุญุฑู ุงูู ุฃู ุชุณูุฑู ุงููููู ูููู ููุง ุชููุชูุฑู ููู ุจูุฑูุนุฉุ
โฌ Hoongoo irraahi!, halkan guutuu gursaa bultee, garuu raka'aa takkas osoo taatee salaata witrii malee buluun.
ูู ูู ุงูุญุฑู ุงูู ุฃู ุชูุฑุฃ ูู ูุชุงุจู ูุชูุฌุฑู ูุชุงุจู ุงูููฐููุ
โฌ Hoongoo guddaadha!, kitaabota hundaa dubbistee kitaaba Rabbii dhiisuun/ooduun!.
ูู ูู ุงูุญุฑู ุงูู ุฃู ุชุชุญุฏููุซู ูู ูููู ู ููุถูุนู ููู ูู ูุถูููุฉู ูุชุบููู ุนูู ุฐููุฑู ุงูููฐููุ
Ammas hoongoo irraahi!, mataduree hundarraa haasawaa oolte, akkasuma dhimma hunda keessa seentee!, garuu zikrii Rabbii irraa gaffaluun/ dagamuun!.
โฌ Hoongayaa namaati jechuun nama fuula Feesbuukii, fuula Telegramaa, fuula WhatsApp fi kkf yeroo dheeraaf olii gadi garagalchaa oole, garuu fuula Qurโaanaa garagalchuu hin dandeenye!
#Kuni_wallaahi_hoongoo_guddaadha!๐ญ๐ญ
#ุงูุชุญ_ู ุตุญูู ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
#Qurโaanaa_kee_bani_mee!.
Join๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Photo
#Qurโaana!
โพQurโaana kankee irra awwara yoo argite, qalbii tanteettu irra awwaraheeraa beeki.

#Qur'aan
โ Jechi Ulfaataa/ุซูููุง jedhu qur'aana keessatti bakka lama qofatti dubbatame. isaanis:
โข ููู ุฉ ยซุซูููุงูยป ู ุฑุชูู ููุท:
1) Guyyaa Ulfaata/ููู ุง ุซูููุง jedha. guyyaan suni guyyaa qiyaamaati.
โถ ๏ดฟุฅู ูุคูุงุก ูุญุจูู ุงูุนุงุฌูุฉ ููุฐุฑูู ูุฑุงุกูู ููู ุงู ุซูููุงู๏ดพ ุ ูุงูู ูุตูุฏ ุจู ููู ุงูููุงู ุฉ.
2) Jecha ulfaataa/ูููุง ุซูููุง jedha. jechi kabajaa, jechi ulfinnaa; jechi ulfaataan suni qur'aana Rabbiiti.
โท ๏ดฟุฅูุง ุณูููู ุนููู ูููุง ุซูููุงู๏ดพ ุ ูุงูู ูุตูุฏ ุจู ุงููุฑุขู.
โ Namni guyyaa ulfaataa; guyyaa cinqaa; guyyaa hammaataa; guyyaa cinqaa irraa deessuun garaa gattu sana keessa milkaa'uu barbaade, jecha kabajamaa; jecha ulfaataa; jecha kabajaa qur'aana Rabbii haa qabatuu jedhan.
โข ูู ู ุฃุฑุงุฏ ุฃู ููุฌู ู ู ุงูููู ุงูุซููู ูููุชู ุณู ุจุงูููู ุงูุซููู.
share๐

โ "Yaa Hawwii koo osoo jiruu koo guutuu qur'aanaaf kennee jiraadhee..."
"ูุง ูููุชููู ุฃูุนุทูุชู ุงููุฑุขู ุนูู ุฑูู "
@Ibnu_Teymiyaa...
-ุงุจู ุชูู ูุฉ ...
Eennu inni Kuni beektuu? meeqa kannatu @Ibnu_Teymiyaa beeka laata___!?

โAni hin beeku maaltu ta'uuf akka deemu.....yeroo ammaa kana wanni haasayamaa jiru #QURANIC_SONGS.jedhamee #qur'aanaan dance hojjatamaa jira...osoo anaa fi ati qur'aana haffaznee halkan ittiin hin dhaabatin...dancen ittiin taphatamaa jira...maaliif ta'e kun yoom dammayna nuu...yoom rabbiif jecha lubbuu teennaa fi qabeenyi keenna gubata...yoom aduwwii diin rabbii ajjeesnee rabbii fi ilma namaa waliin jaalatamaa taanee jiraanna?
โmaa jarjaran jarri sun....?!!!!!
guyyaan qur'aanni mushafarraa qullaa ta'u dhufuuf jira...maaliif jarjaranii balleessuuf?.....!
๐ซตAti hoo akkamitti laalaa jirta waan kana si dhippisaa jira moo?....xiqqo jette jara waliin dance dhahuuf deemta qur'aanaan.....
Aaaaaaaaah...islaamummaa keenna.....
Aaaaaah...bu'aa muslima ta'uu keennaa...
Aaaaaah....warri nu duraa...cinqaa fi rakkoo meeqa wajjiin walitti qabanii....tartiibeessanii....tolchanii...nuuf kaayan....garuu....garuu nuti hadha of harkatti tiisinee qabachuu dadhabne....๐ฅน
ุงูุง ูุญู ูุฒููุง ุงูุฐฺฉุฑ ูุฅูุง ูู ูุญุงูุธูู.....๐ฅน
https://t.me/tafak_or
โmaa jarjaran jarri sun....?!!!!!
guyyaan qur'aanni mushafarraa qullaa ta'u dhufuuf jira...maaliif jarjaranii balleessuuf?.....!
๐ซตAti hoo akkamitti laalaa jirta waan kana si dhippisaa jira moo?....xiqqo jette jara waliin dance dhahuuf deemta qur'aanaan.....
Aaaaaaaaah...islaamummaa keenna.....
Aaaaaah...bu'aa muslima ta'uu keennaa...
Aaaaaah....warri nu duraa...cinqaa fi rakkoo meeqa wajjiin walitti qabanii....tartiibeessanii....tolchanii...nuuf kaayan....garuu....garuu nuti hadha of harkatti tiisinee qabachuu dadhabne....๐ฅน
ุงูุง ูุญู ูุฒููุง ุงูุฐฺฉุฑ ูุฅูุง ูู ูุญุงูุธูู.....๐ฅน
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๏ทฝ
โHey!......
๐#QURA'AANAtu ma'asiyarraa si dhooggaa jira moo......?!
๐ma'asiyaa keetu #QUR'AANArraa si dhoggaa jira...?!
๐waahila singanne..kan sillee hin ganne barbaannaan #qur'aana..qabadhu
๐Dawaa barbaannan #qura'aana qabadhu.
๐karaa qajeelaa irra deemuu barbaannaan #qur'aana qabadhu.
๐gaddaa fi aarii kee qabbaneeffachuuf #qur'aana qara'i......
๐haalaa fi amala kee tolfachuuf #qur'aana qabadhu...
๐jiruu fi jireenya kee hundaaf #qur'aanuma qabadhu..
๐Milkii duniyaa fi aakiraatiif #qur'aanuma qabadhu....