#kana beektuu laata⁉
✴Abbeerota Rasuulaa keessaa namni dhumarra du'e Abbaas binu Abdulmuxxalib akka ta’e.
✴Ijoollee rasuulaa keessaa quxusuu kan dhalate Ibraahim akka ta’e.
✴Muhaajirtoota keessaa namni boodarra du'e Sa'ad binu abiiwaqqaas akka ta’e.
✴Suuraan Dhumarratti makkaatti buute suuratul-muxafffiin akka taate.
✴Xumurri nabiyyoota arabaa nabi muhammad(SAW) akka ta’e.
✴kaliifota keessaa namni dhumarra Qur’aana walitti qabe Usmaan Affaan akka ta’e.
✴Xumurri(guyyaan dhuma) addunyaa tanaa guyyaa Jum'aa akka ta’e.
✴Dubartoota rasuulaa keessaa tan Dhumarratti rasuulli fuudhan Meymunaa akka taate.
✴Xumurri Duula rasuulaa(SAW) yahuudota wajjiinii Lola keybar akka ta’e.
✴Ijoollee abuubakrii keessaa namni dhumarra Islaamummaa seene Abdurrahmaan akka ta’e.
✴Namni xumurarratti Rasuula harma hoosise Haliimaa akka ta’e.
✴Dubartoota rasuulaa keessaa tan dhumarra duute ummu salamaa akka taate.
✴Namoota addunyaa tanaa irraa namni dhumarra du'aa malakul-mowti akka ta’e.
✴Ijoollee rasuulaa keessaa namni xumurarra du'e faaximaa akka taate.
✴kurnyan jannataan gammachiifaman keessaa namni xumurra du'e Sa'adiin akka ta’e.
Itti fufa....
Yoo beektan nama hin beekneef nuu dabarsaa👇👇👇👇
@tafak_or

#Kana_beektuu_laata ?
Yeroo Qur’aana qara'uun si jibbisiisu maal yaadachuu qabda beektaa ?
➫Fuula takka yoo qaraate ajrii #kuma 5 akka argattu.
➫Yoo juz'ii tokko qaraate ajrii #100000 akka argattu.
➫Yoo Qur’aana yeroo takka buuste ajrii #miliyoona 3 ol akka argattu beekuu qabda.
Kanaan wajjiinuu Rabbiin keenna tanumaa abbaa ufii fedhee dachaa godhee herreegaaf.
واللّٰهُ تَعالى يَقول: ﴿ وَٱللَّهُ یُضَـٰعِفُ لِمَن یَشَاۤءُۚ ﴾
Erga ergaan tuni si qaqqabdee booda barbaaddu dhiisuu ni dandeessa, garuu akka hoongoo guddaa keessa jirtu hin dagatin.
#Join👇
@tafak_or
#Share👇

#Toorgoot_Alb
#تورغوت_ألب
➫wanti suuraadhaan muldhatu kun afaan Arabaatiin Faasii/Saaxuura jedhama. Garuu Turkiin keessatti #Balxaa jedhama.
➫Meeshaan kuni jaarraa 14ffaa irraa eegalee meeshaa waraanaa Usmaaniyyootaa ture.
➫Karaa jalaatiin Aayata Qur’aanaa akkana jettutu irra jira:
"ومن يتوكل على الله فهو حسبه إن الله بالغ أمره".
➫Kallattii gubbaatiin:
"Allaah,muhammad,ABUUBAKAR,Umar,Usmaan,Alii" kan jedhu ufirraa qaba.
" الله، محمد، أبو بكر، عمر، عثمان، علي".
➫Ammas Boqonnaa Qur’aanaa :
"في بيوت أذن الله أن ترفع ويذكر فيها اسمه يسبح له فيها بالغدو والآصال رجال لا تلهيهم تجارة ولا بيع عن ذكر الله وإقام الصلاة وإيتاء الزكاة يخافون يوما تتقلب فيه القلوب والأبصار".
jettutu irratti barreeffamee jira.
➫Ammas isaa oliin Aayata Qur’aanaa :
"إنه من سليمان وإنه بسم الله الرحمن الرحيم ألا تعلوا علي وأتوني مسلمين".
➫ Akkasuma isaa olitti Jechoota onnee namatti godhan hedduutu irratti barreeffamee jira.
➫Namni yeroo jalqabaa meeshaa waraanaa kana fayyadame, hoogganaa waraanaa maqaan isaa #Toorgoot_Alb jedhamuudha jedhan.
#Toorgoota meeshaa kana akka malee jaalata, Ammas dandeettii ittiin loluus haalaan qaba jedhan, meeshaa kanaan cuubee fi eboo irraahis durooma jedhan.
Kan Toorgootiin fakkaatu Rabbiin ammas nuuf haa fidu Isaafis Rabbiin Rahmata haa godhu.
Maddi_seenaa
-المصادر :
^ تاريخ الدولة العليّة العثمانية، تأليف: الأستاذ محمد فريد بك المحامي،
Join👇

#𝙺𝙰𝙽𝙰_𝙱𝙴𝙴𝙺𝚃𝚄𝚄_𝙻𝙰𝙰𝚃𝙰
༄Namni yeroo duraatiif saamunaa dalage/uume#"Nabiyyallaahi_Suleeyman".
༄Namni yeroo duraatiif ciftii/tuqaa 𝚀𝚞𝚋𝚎𝚎 hijaa'aa/𝙰𝚛𝚊𝚋𝚊𝚊 irra kaahe "#Abul-AswadAl-ddualii"
༄Namni yeroo jalqabaaf أمابعدjedhe,"#Nabiyyallaahi_Daawud."
༆Namni yeroo duraatiif qura'aana walitti qabe"#Abuu_bakri."
༆Durri wanni rabbiin keenna uumee"#Qalama."
༆Namni barnoota chemistry yeroo jalqabaatiif argate"#Jaabir_binu_Hayyaan".
༆Foormulaa algebra namni yeroo jalqabaatiif fide #Al-kawaarizimii/الخوارزمي.
༆Dubartiin islaamummaa keessatti yeroo jalqabaaf shahiiddee, Sumayyaa haadha #Ammaar_binu_Yaasir.
༆Awwalli ilmaan Aadam"#Qaabil"
༆Namni yeroo duraatiif Afaan Arabaa dubbate"#Ismaa'il."
༆Namni yeroo duraatiif Islaamummaa keessatti Azaane"#BilaalAl-habashii."
༆Namni yeroo duraatiif Ka'aabaa keessatti dhalate"#Aliyyi_binu_Abii-xaalib."
Itti fufa....@tafak_or

#Kana_beektuu_laata?
➾Nabiyyoota/Ergamoota shan (Aleyhimussalaam) warroota Rabbiin osoo isaan hin dhalatin dura maqaa isaaniif moggaase. Isaanis:
1ffaa : Muhammadiin Ahmed jedhee maqaa isaa Qur’aana keessatti Rabbiin dhahe :
وَمُبَشِّرًا بِرَسُولٍ يَأْتِي مِنْ بَعْدِي اسْمُهُ #أَحْمَدُ ۖ فَلَمَّا جَاءَهُمْ بِالْبَيِّنَاتِ قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُبِينٌ.
2ffaa : Nabiyyallaahi #Yahyaa ilma Zakariyyaa (Aleyhissalaam) :
يَا زَكَرِيَّا إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ اسْمُهُ يَحْيَىٰ لَمْ نَجْعَلْ لَهُ مِنْ قَبْلُ سَمِيًّا.
3ffaa :Nabiyyallaahi Iisaa ibnu Maryam (Aleyhissalaam) ;
إِذْ قَالَتِ الْمَلَائِكَةُ يَا مَرْيَمُ إِنَّ اللَّهَ يُبَشِّرُكِ بِكَلِمَةٍ مِنْهُ اسْمُهُ الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ وَجِيهًا فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ وَمِنَ الْمُقَرَّبِينَ
4ffaa : Nabiyyallaahi #Ishaaq (Aleyhissalaam ) :
وَامْرَأَتُهُ قَائِمَةٌ فَضَحِكَتْ فَبَشَّرْنَاهَا بِإِسْحَاقَ وَمِنْ وَرَاءِ إِسْحَاقَ يَعْقُوبَ.
5fffaa : Ilma Nabiyyallaahi Ishaaq kan ta’e, Nabiyyallaahi #Yaaquub (Aleyhissalaam) :

Join👉 https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Busy_Neny🤭
➡ Dhugamatti busy jedhan san taatee guyyaatti Aayata 3 qomatti haffazuu dadhabdaa..?!
#Kana_beektuu_laata❓
Namni Qur’aana kana guyyaatti Aayata 3 qofa haffaze waggoota 6 booda Qur’aana guutuu haffazuu akka danda'u..!
➛ Dhugamatti hanga feetes busy jedhamtu, waan hanganaa tana tan daqiiqaa 5 sitti hun fudhanne tanaaf yeroo hin qabu yoo jettu kijiba Rabbiin jibbe.
▫▫▫▫▫▫▫
➛Namoonni hedduun kan yeroo baay'ee busydha ufiin jedhan, yeroo isaanii harka caalu, kama mobaayila irratti guban isaan argita.., sanuu waan duniyaa fi Aakirattis isaan hin fayyanneen yeroo issaanii ufirraa guban.
❇❇❇❇❇
➛Hirriba itti jirtu kanarraa dammaqi obbolaa!, gandi ati jirtu kun ganda gammachuu, ganda taphaa, ganda teessumaa fi bashannanaa osoo hin taane, ganda imalaati.
Jiruun dhugaa tan ati jiraachuu barbaaddu, jiruun dhuma hin qabne sun ganda kana keessaa miti...!
➛Nama sammuu qabu jechuun, nama ganda guyyaa boruu saniif waa facaafate, Qur’aana qaraatee, dandeessu haffazdee, dandeettu keeyrii biraatuu saamattee..., ati jiruma tantee waan bu'aa siif hin qabneen ufirraa hin gubin qofa.
----------------
#Aaamiin_jedhaa🤲
Rabbiin qalbii teenna nu haa tolchu, jaalala Iimaanaa Rabbiin nuuf haa kennuu, warra qajeelluma Rabbii argate san keessa Rabbiin nu haa ooochuu, nama dalagaa gaarii dalagee waa siinqeffatee deemu Rabbiin nu haa taasisu...
Aaamiin...
✍Anaa keessan@Ibroo
Follow me👇
https://t.me/tafak_or

#Kana_beektuu_laata_?
➛ Biyya Hindiitti Hayyama mootummaan alatti hantuuta ajjeessun dhoorkaadha.
➛Amantanii amanuu baattanii gosoonni allaattii tokko tokko kan walfuudhan cidha godhachuudhaan. Cidha irrattis misirroo fii gaggeessitoonnillee ni argaman jechuun qorattoonni damee kanaa ni himu.
Maddi kitaaba 👉#Hambaa_Beekkumsaa jedhu irraahi.
Barreessaan Fu'aad Sulxaan.
Yeroo muraasa booda ni eebbifama👇

#Kana_beektuu_laata...!
1) Rabbiin Ramadana qur'aana keessatti yeroo takka qofa dubbate, garuu kurnyan Zul-Hijjaa tana yeroo afurii ol dubbate....
A) Suuraa fajrii jalqabarratti,
B) Suuraa A'araaf... keeyyata 142,
C) Suuraa Hajjii keeyyata 28,
D) Suuraa Buruuj....
2) Rabbiin waa'ee Ramadaanaa irraa osoo hin dubbatin dura waggaa 13/14n dursee waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa dubbateera.
Aayanni waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa haasoftu aayatoota yeroo jalqabaa buufaman keessaa tokko.
Rabbiin sahaabaa Rasuulaa osoo Randaanaan hin laanjisin kurnyan Zul-Hijjaa tanaan leenjise....!
3) Kurnyan Zul-Hijjaa jechuun guyyoota ka'abaan 🕋 keessa ijaaramte....
4) kurnyan Zul-Hijjaa Guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Ismaa'iliin lubbuu isaa keessa baraare....
5) Guyyoota Rabbiin lowhii Nabiyyallaahi Muusaadhaaf keessa barreesse...!
6) Guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Muusaa keessa dubbiseen....!
7) Guyyoonni kunneen guyyoota Nabiyyallaahi Muusaan Aleyhissalaam Nyaataa fi dhugaati tokko malee halkaniif guyyaa walitti dhaabee ibaadaa keessa dalagaa tureedha.
8) Guyyaa Aayanni Islaamummaan guuttamuu ilaalchisee dubbattu keessa buufamteedha...
اليوم أكملت لكم دينكم........!
9) Inumaa Hadiisa garii keessatti akka dubbatametti guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Daawudiif Aleyhissalaam keessa araaramedha....
فغفرنا له......!
Guyyoota salphaa nutti fakkaata... Irra hedduun keenya hanga yeroo Ramadaanaa zahmaa goonu guyyoota kana quba hin qabnu..
akkamitti Irra caaltuu guyyoota addunyaa tanaa taate jettee uf gaafattee beektaa... !?
Dhugaa hin fakkaatu mitii... !!