𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
10.2K subscribers
551 photos
21 videos
21 files
1.85K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Oduu_gammachoosaa

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Aswrwb,Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota media #tafakkur hundaaf,akkuma beekkamu chaanaaliin keenya asiin duras sagantaa bareedaa kan akkaan nama dinqisiisan isiniif dhiheessaa turuun isaa beekkamaadha,ammas Kanumatti aansuudhaan sagantaa mataduree isaa"Siiraa rasuulaa"jettu/#سيرة_النبي_المأمون bifa hammayyaa’aafi kallattii salphaadhaan akka seenaa ergamaa keenyaa barachuu dandeessan isiniif gumaachuudhaaf qophii hunda xumuree jira,garuu isin maal jettu?Seenaa ergamaa Rabbii barachuudhaaf qophiidhaa?

👉Yoo jaalala dhugaa ergamaa Rabbii horachuu barbaadde seenaa isaanii baradhu.
👉Yoo dhugaadhaan karaa isaanii irra deemuu barbaaddes seenaa isaanii baradhu.
👉Iimaanni keetis akka dabalaa deemu yoo barbaadde seenaan isaanii barnoota kee haa ta'u.

Namoota ergaan kuni bira hin gahiniif akka biraan naaf geettan abdii guddaan qaba👇👇👇
KUTAA 1⃣ffaa
الحلقة 1⃣
Nu eeggadhaa....

@tafak_or
@tafak_or
#Wal_hiikuun_wal_diiguudha

🔸 قالَ رَسُولُ اللّٰهِ ﷺ :

« أَيُّمَا امْرَأَةٍ سَأَلَتْ زَوْجَهَا طَلاقًا فِي غَيْرِ مَا بَأْسٍ فَحَرَامٌ عَلَيْهَا رَائِحَةُ الْجَنَّة »

"Dubartima feete haa taatuu,tan sababa tokko malee #furiinsa(Xalaaqa) abbaa warraa ishee irra barbaadde, hafuurri Jannataa ishee irratti haraama..."
jedhaniiru ergamaan aalamaa(SAW).

📓Tirmiizitu gabaase.
📙 الترمذي•
By;#Tafakkur media.
@tafak_or
@tafak_or
#Masjida_Umaralfaaruuq(RA)
#مسجد_عمر_بن_الخطاب رضي الله عنه

Masjdidni #Umar_binu_kaxxaab kan Aanaa #Dowmatul_jandal/Dumah Al-janda(Al-jouf)jedhamtu kan kallattii kaaba dhiha #Su'uudiitti argamtu keessatti argamu kun, masjiidota umrii dheeraa lakkoofsisan keessaa isa tokko

Masjida kana #Umaralfaaruuq yeroo karaa #Beytal-maqdas(Jerusalem) deemuu akka L.H bara 16 keessa ijaare.

Rabbiin isarraa haa jaalatu.
#tafakkur

Share godhaa👇👇
@tafak_or
@tafak_or
Oduu_Gammachiisaa

#GAAFILEE_SOOMAA
Kabajamtooa maatii miidiyaa #Tafakkur warra taatan hundaaf, Gaafiilee soomaan walqabatan, ulamaa'ii gurguddoo fi garee fataawaa Islaamaa kan ta'an irraa walitti funaanuun kallattii miidiyaa Tafakkuriin isiniif dabarsuuf qophii hunda xumurree jirra. Hundi keessanuu sagantaa kana akka nu hordoftanii fi waan gaafii isinitti ta’e kallattii miidiyaa keennaatiin akka nuuf dhiheessitan kabajaadhaan isin gaafanna.
Ulamaa'iiwwan gurguddoo keessaa:

#Sheekh_Abdurrahmaanas_sadii
#Sheekh_Abdulaziiz_ibnu_Baaz
#Sheekh_Saalih_binu_Fowzaanalfowzaan.
#Sheekh_Abdurrazzaaqal_Afiifii.
#Sheekh_Abdallaah_Gadyaan.
#Sheekh_Abdallaah_Qu'uud.
#Sheek_Abdulaziiz_binu_Abdallaah_Alasheek.
#Sheekh_Bakri_binu_Abdallaah_binu_Zeydi.
#Sheekh_Abdussalaam_Xaahir.
#Doktor_Jeylaan_Kadiir
Yaadaa fi qeeqa yoo qabaattan
Keessaan nu dubbisuu ni dandeessu.
T.me/Ibrahim_92taf
Barannee_wal_haa barsiisnuun dhaamsa keenya yeroo hundaati.
Share👇
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
GAAFII HIRMAACHISAA ➫ Nabiyyoota keessaa kan seenaan isaa Qur’aana keessatti hin dubbatamin nabiyyi kam ? A_Nabiyyallaahi #Iisaa (AS). B_Nabiyyallaahi #Suleeymaan (AS). C_Nabiyyallaahi #Idriis (AS). D_Deebii hin qabu. #Badhaasa_qaba
Kabajamtoota hordoftoota chaanaalii #TAFAKKUR hirmaannaan hanga ammaa isin godhaa turtan baay’ee nu gammachiisee jira, hedduu galatoomaa isiniin jechaa, hirmaattota gaafii keenyaa keessaa harki caalu deebii akka argatan abdii qaba.
#Deebii
➫Nabiyyoota keessaa nabiyyiin maqaa isaa malee seenaan isaa Qur’aana keessatti hin dubbatamin Nabiyyallaahi #Idriis Aleyhissalaam(C).
Join👇
@tafak_or
#Tafakkur

Nuti Obboleewwan Islaamaa allaattima tanallee hanqannee, mee akka isheen gadoo obboleettii isheetiif baatu kana ilaalaa !!?
Join👇
@tafak_or
#Raajiidhuma

➾Dureessa hatu, Hiyyeessa sadaqatu.
#Tafakkur
Silence is wisdom, when speaking is folly
السكوت حكمة عندما یكون الكلام غباء 🌿🖤.
#Tafakkur
#Hin_dagamin!

➾Ka'umsi kee akka sin dagne....Ibliisuu bar yeroo jalqabaatiif mu'umina turee, garuu amma eessa jira?
Join👉#Tafakkur
🪡𝙸𝚗𝚗𝚒𝚗𝚞𝚞 𝚗𝚊𝚗 𝚐𝚊𝚊𝚏𝚊𝚗𝚗𝚎𝚎 𝚊𝚗𝚒 𝚚𝚘𝚏𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒𝚏 𝚒𝚜𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚏𝚊𝚍𝚑𝚊 ?

➾Jechi tun jireenya nama hedduu diigdee jirti.
➾Jechi tun hiriyyaa gaarii addaan fageessitee jirti.
➾Jechi tun jaalala dhugaa balleessitee jirti.
➾Jechi tuni walitti dhufeenya nama hedduu gabaabsitee jirti.
➾Jechi tun sehaa badaa gidduu keenyatti uumtee jirti.
➾Jechi tun hedduu keenyatti balbala keeyrii cuftee jirti.
➾jechi tun wal hamachutti nu geessitee jirti.
➾Jechi tun wal komachutti nu geessitee jirti.
Wal bararraaquu dhiisnee wal haa barbaannuu.
Jechamoota gaggaarii argachuu feenaan chaanaalii #Tafakkur kana👉Join👇https://t.me/tafak_or godhaa
#Tafakkur(Qur’aana )

➫Baay'inni qubee Qur’aanaa #323671 geessi. Namni qubee takka dubbise toltuu 10 argat. ( Namni Alif/أ jedhe 10 argata )
➫Kanaafuu 10×323671 meeqa ta'a_?

➬10×323671 = 3236710 ta'a
Waan nama ajaa'ibsiisaa namni Qur’aana yeroo takka qofa kattame ajrii miliyoona 3f kuma dhibba 2 ol yoo argata jechuudha.
والله يضاعف لمن يشاء والله واسع عليم.

@Ibroo🌹🌹
Join👉https://t.me/tafak_or
➛Dalaggaa_gaggaarii 173 ol kurnyan Zulhijjaa keessa dalaguudhaaf qophiidhaa___!?

#Tafakkur irratti nu eegaa
Anonymous Poll
99%
Eeeeyyan👍
5%
Miti👎
#Fataawaa
➛Uqqubiin haraama moo Halaala_?
deebii kan wajjin laallu tahaa nu hordofaa

Egaa Kabajamtoota hordoftoota maatii #Tafakkur sheeka keenya kan armaan dura miidiyaa Nuralhudaa fataawaa irratti hordofaa turtan amma karaa toora kenyaatiin gaafii barbaaddan gaafattanii argachuu dandeessu.
Carraa kanatti fayyadamaa!, gaafii isin dhibe kamuu gaafadhaa. Isaan deebii isiniif laachuudhaaf yeroo kamuu qophiidha jedhan.
Sheeka keenya sheek #AbdusslaamXaahir Rabbiin umrii isaanii nuuf haa dheeressu.
Gaafii gaafachuuf👇
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf 👇
https://t.me/tafak_or
#Yaadachiisa

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
➛Kabajamtoota hordoftoota chaanaalii #Tafakkur, akkuma beekkamu guyyaan lameen kunniin guyyaa gaafii fi deebii/Fatwaawaa haala yeroo irratti hundaa'eedha. Kanaafuu warroonni gaafii qabdan gaafii keessan gaafataa, kan gaafattan immoo deebii keessan laallataa akka nu hordoftan kabajaadhaan isin beeksifna.
Gaafii yoo qabaattan👇
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf👇
https://t.me/tafak_or
#Tumsa_Rasuulaa
➛ Dhufaa jirra warri #Tafakkur inshallah.....kitaabaa xiiqiidhaan, xiqqiidhaaf, nama xiiqa'ee beekuuf barraahe.
Barreessaan 👇
abbaa chaanaalii #Tafakkur, abbaa kitaaba #Iccitii_dhaloota_qubee
🫵#Tafakkur

{ Qabeenyi kootis waa narraa deebisuu hin dandeenye....}
‏ ‏‌‌‌‏ ‌‌‏‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‏﴿مَا أَغْنَى عَنّي مَالِيَهْ﴾

Namni dondha/Bakila caalaa waan hore keessaa deege inuma hin jirre.
لم أر أشقى بماله من البخيل!

Duniyaa gubbatti qabeenya kana walitti qabuuf dhakaa fi mukatti bu'ee; boolla namni hin seene seenee; dhiphatee; dafqee walitti qaba.
‏لأنه في الدنيا مهتمٌ بجمعه
Aakiratti immoo qabeenya kana eessaa walitti qabde ? Maaliif walitti qabde ? Eessatti balleessite ? Maaf haqa koo dhoorgatte ? Maa miskiina bira dabrite? Maaf ollaa kee dagatte ? Maaf haraama keessatti baaste ? Maaf haraamarraa walitti qabde ? Jedhamee....waggaa dheeraa irratti qormaatama.
وفي الآخرة محاسبٌ على منعه
Duniyaatti boqonnaa hin arganne; yaada keessaa bahee gammachuu hin arganne. Aakirattis qormaata jala taruu hin dandeenye....!
غير آمن في الدنيا من همه
ولا ناج في الآخرة من إثمه

Duniyaa gubbatti osoo qabuu, akka nama hin qabneetti jireenya hiyyeessaa jiraataa ture...!. Qormaanni isa eeggatu kan qiyaamaa garuu qormaata warra sooreyyiiti......!
#Maali_hoongoon_akkanaa....!
عيشه في الدنيا عيش الفقراء
وحسابه في الآخرة حساب الأغنياء

@Hasanalbasrii irraa....
‏الحسن البصري

Share👇
https://t.me/tafak_or
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Chaanaalli #Tafakkur miseensota 4700 ol qaba. miseensonni keenna hunduu osoo nama 1 qofa add godhanii ykn nama tokko affeeranii namoonni keeyrii tana saamatan meeqa tahu....!?
Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....

https://t.me/tafak_or
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh Maatii #Tafakkur hundaaf... galgala hardhaa Kitaaba #Laamiyaa kan sheeka beekkamaa ifaa addunyaa kanaa tahe, hayyuu hayyummaa isaa addunyaan ragdeef Kitaaba sheekul Islaam #Ibnu_Teymiyaa waan goolabnuuf irratti akka argamtan kabajaadhaan isin gaafadha....
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....

Share👇
https://t.me/tafak_or