๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
584 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Yaadachiisa
Guyyaan boruu/kiphxanni guyyaa sooma Aashuraa tahuu hin dagatinaa..hanga dandeenyuun haa irratti hirmannuu, keyrii guyyaa tanaa yaa saamannuu.
@tafak_or
#๐šˆ๐™ฐ๐™ฐ๐™ณ๐™ฐ๐™ฒ๐™ท๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™ฐ

#Ayyaamal_Biid
#ุฃูŠุงู…_ุงู„ุจูŠุถ
Namoota Ayyaamal_Biid soomuu barbaaddan hundaaf guyyaa boruu
โžพ#Harbaa (Oct 20/10/2021 yookiin 10/2/2014), โžพ#kamisa(oct21/10/2021yookiin11/2/2014),
โžพ#Jimaata (oct22/10/2021ykn 12/2/2014).
โœ”Baatii hundarraa guyyaa 3 soomuu Rasuulli keenya (SAW) nu yaadachiisaniiru.
Isaanis: Barii guyyaa 13ffaa, 14ffaa fi 15ffaati.
โœ”Sooma waggaatti namaa qixxaata.
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
#Fataawaa

#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
โž›Zakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?

โž›#Deebii :๐Ÿ‘‡
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐Ÿ‘‰#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or