#Oduu_gammachuu jiraattota magaalaa Shaashamanneetiif. Dargaggootaa fi Namoota Hubannoo Diinal Islaam cimsatuu barbaadan Hundaaf. Sanbata Borii irraa eegalee Namoonni dhuftan,yeroo jalqabaaf kitaabota armaan gadii qopheeffadhaa koottaa...:
Aqiidaa keessatti :
ูุงู ูุฉ ูุงุจู ุชูู ูุฉ...ูุญุงุฆูุฉ ูุงุจู ุฃุจู ุฏุงูุฏ.
Qawaa'ida keessatti :
ุงูููุงุนุฏ ุงูููููุฉ....ููุดูุฎ ูุงุตุฑ ุงูุณุนุฏู.
Usuulal fiqhii keessatti :
ุงูุฑุณุงูุฉ ุงููุทููุฉ
Damee barnoota barbaaddan irratti haala mijaawaa taโeen guyyaa Sanbataa lamaan qofa fayyadamuu dandeessu.
Iddoon M/B Al Iimaan keessa...
Odeeffannoo dabalataaf
#0937073695 Kun Carraa Guddaadha.
#Koottaa_fayyadamaa

#Isin_mudatee_beekaa!
โ Namoota garii akka malee jaalannaan. Jaalalli isaanii garuu gidduu keenyaa fi nama sanii qofatti kan inni beekkamu.
โ Jaalala sana ol baasuu dhabuun keenya akka nu laalessu, osoma beeknu caldhisna, caldhisutu caala waan taheef...
โInumaa hanga isaaniin baatuttuu jaalala keenya baasnee itti himachuu hin dandeenye, duubni isaa nama sodaachisa waan ta'eef, haalli isaa gaara caala namatti guddata waan ta'eef, booddeen isaa garmalee nama sodaachisa waan ta'eef.
โhundaa ol kan caalu!, afaanuma keenya walitti qabannee, dubbii gidduu keenyaa fi nama sanaatti balbala itti cufannee du'aa'ii godhuu qofa.๐
Follow me๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Haati teenya Aayyoon Aa'ishaan (Radiyallaahu anhaa), jaartiin Rasuulaa (SAW), waggaa meeqaffaa isheetti duute_____?
Anonymous Quiz
13%
A) waggaa 85
14%
B) waggaa 80
73%
C) waggaa 66
#Akkanatti_Rabbiin_banne๐ค
โ Jaartii takkatu mobaayila sirreeffachuuf, suphaa mobaayila itti sirreessan seente.
(ุฏุฎูุช ุนุฌูุฒ ู ุญู ููุงุชู ูุชุตูุญ ูุงุชููุง .)
โ Achumaa Abbaan suphadhaa akkana jedheen ;
(ููุงู ููุง ุตุงุญุจ ุงูู ุญู :)
"Aayyoo!, bilbilli keessan nagaha, homa takka rakkoon qabu."
(ูุงุชูู ุณููู ูุงููุฌุฏ ุจู ุฃู ุถุฑุฑ .)
โ Jaartii : "Ishii ijoolleen kankoo maaliif hanga ammaa naaf bilbiluu dhaban ree!.๐ญ
(ููุงูุช ุงูุนุฌูุฒ :
ุฅุฐุงู ูู ุงุฐุง ุฃููุงุฏู ูุงูุชุตููู ุจู .)
๐๐น๐
Harmee too!, bilbiluma keettu rakkoo qaba moo, ijoollema teeti laata!๐ค
โJara teenna dubbiin tuni qoosaadhaaf osoo hin taane, haaluma nuti keessa jirruudha.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โ Jaartii takkatu mobaayila sirreeffachuuf, suphaa mobaayila itti sirreessan seente.
(ุฏุฎูุช ุนุฌูุฒ ู ุญู ููุงุชู ูุชุตูุญ ูุงุชููุง .)
โ Achumaa Abbaan suphadhaa akkana jedheen ;
(ููุงู ููุง ุตุงุญุจ ุงูู ุญู :)
"Aayyoo!, bilbilli keessan nagaha, homa takka rakkoon qabu."
(ูุงุชูู ุณููู ูุงููุฌุฏ ุจู ุฃู ุถุฑุฑ .)
โ Jaartii : "Ishii ijoolleen kankoo maaliif hanga ammaa naaf bilbiluu dhaban ree!.๐ญ
(ููุงูุช ุงูุนุฌูุฒ :
ุฅุฐุงู ูู ุงุฐุง ุฃููุงุฏู ูุงูุชุตููู ุจู .)
๐๐น๐
Harmee too!, bilbiluma keettu rakkoo qaba moo, ijoollema teeti laata!๐ค
โJara teenna dubbiin tuni qoosaadhaaf osoo hin taane, haaluma nuti keessa jirruudha.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Allah
โ Yaa Rabbi karaan koo baay'ee dheeraadha. Namuu na wajjiin hin jiru lubbuu tiyya malee, bakka hundatti tumsaa fi tika keetiin na wajjiin jiraadhu yaa Rabbi.๐คฒ
Ogummaa kiyyaan osoo hin taane, ogummaa kankeetiin karaa keetirra na kaahi yaa Rabbi.๐คฒ
โ Waan ani filadhe, waan ani fedhe osoo hin taane, waan feetee fi waan filatte irra na dhaabi yaa Allah๐คฒ..

#Bareedumni_keessa!
โ Namoota garii irruma/ gubbama isaanii ilaaltee akka malee isaan jaalatta. Erga hariiroo isaan wajjiin eegaltee immoo, maaliif ummatni sun gubbaa qofaan fudhatama argatan, maalumaaf fuula isaanii qofaan akka jaalataman Rabbiin isaan godhe..siif gala๐ค
โ ahaaa!, bareeduma keessa isaaniittu daangaa dabree hanga gubbaa irraan bahee muldhatu gahe!
Rabbiin keessa nu haa bareechu anba teenna๐คฒ
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โ Namoota garii irruma/ gubbama isaanii ilaaltee akka malee isaan jaalatta. Erga hariiroo isaan wajjiin eegaltee immoo, maaliif ummatni sun gubbaa qofaan fudhatama argatan, maalumaaf fuula isaanii qofaan akka jaalataman Rabbiin isaan godhe..siif gala๐ค
โ ahaaa!, bareeduma keessa isaaniittu daangaa dabree hanga gubbaa irraan bahee muldhatu gahe!
Rabbiin keessa nu haa bareechu anba teenna๐คฒ
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Ulfaataa
โJechi ulfaataa/ Saqiil jedhu Qurโaana keessatti bakka 2 qofatti dubbatame. Isaanis:
[ูุฑุฏุช ููู ุฉ (ุซูููุงู) ูู ุงููุฑุขู ู ุฑูุชูู ููุท:]
โโโโ
1) (Guyyaa ulfaataa) bakka kanatti guyyaa qiyaamaa sana itti baaname.
๐ด(ููู ุงู ุซูููุงู) ุงูู ูุตูุฏ ุจู ููู ุงูููุงู ุฉ.
2) (Jecha ulfaataa ) bakka kanatti immoo Qurโaana kabajamaa itti baaname.
๐ด(ูููุงู ุซูููุงู) ุงูู ูุตูุฏ ุจู ุงููุฑุขู ุงููุฑูู .
๐บ#Yaadachiisa : Namni guyyaa ulfaataa kana jalaa naga bahuu barbaade, Qurโaana ulfaataa/ kabajamaa kana jabeeffatee haa qabatuu.
๐บู ู ุฃุฑุงุฏ ุงููุฌุงุฉ ู ู ุงูููู ุงูุซูููุ ูููุชู ุณูู ุจุงูููู ุงูุซููู.๐๐ธ
Share๐

#Dhugaa_bar!
โ Addunyaa tanarratti wanti hanga ilma namaa nama dinqisiisaa inuma hin jirre.๐ค
โ Ilmi namaa kuni jalqaba mallaqa argachuudhaaf jecha fayyaa itti dhaba, ergasii fayyaa jalaa badde sana deeffachuufis deebisee mallaquma sana dhaba.
โ jiruu harkaa qabu tanattuu kan seeraan itti fayyadamuu hin dandeenye, waa'ee fuuldura isaatiif dhiphata.
โ jiruu tanarra akka waan nama yoomuu hin duunee jiraata, garuu gaafa asirraa godaanus, akka waan nama guyyaa takkaa as gubbaa hin buliniitti asirraa godaana๐ค!
(D.Raatibannablusii)
Ajiib๐
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or
โ Addunyaa tanarratti wanti hanga ilma namaa nama dinqisiisaa inuma hin jirre.๐ค
โ Ilmi namaa kuni jalqaba mallaqa argachuudhaaf jecha fayyaa itti dhaba, ergasii fayyaa jalaa badde sana deeffachuufis deebisee mallaquma sana dhaba.
โ jiruu harkaa qabu tanattuu kan seeraan itti fayyadamuu hin dandeenye, waa'ee fuuldura isaatiif dhiphata.
โ jiruu tanarra akka waan nama yoomuu hin duunee jiraata, garuu gaafa asirraa godaanus, akka waan nama guyyaa takkaa as gubbaa hin buliniitti asirraa godaana๐ค!
(D.Raatibannablusii)
Ajiib๐
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Dubartoota armaan gadii keessaa tan gadaa Rasuulaa (SAW) janaaza dubartoota Islaamaa dhiqaa turte eennu_______?
Anonymous Quiz
27%
A) Ummu Eyman
33%
B) Ummu Axiyyaa
39%
C) Ummu Salamaa
#Galgala_milkii
โ Hardha sitti dhiphateef, boru sitti baldhatuu hin dhiisu. Hardha kasaaraa argattus, boru maaltu beeka bu'aa argachuu dandeessa.
โ Hardha kufteef waan achitti haftu sitti hin fakkaatin, boru Rabbiin si kaasuu danda'a [akka durii fi harka xuriitti hin hafan].
โ seera "Rabbiin bakka namaaf buusa" jedhu sana hin irraaffatin. Rabbiin gabricha isaa irra hamtuu jireenyaa keessatti gatee, isa hin dhiisu. Keeyrimaaf isa qormaata maalee.
โ sitti hammaatus gaafa tokko inuma siif salphata, sitti cufamus gaafa wahii Rabbiin sirraa bana, sitti dukkanaahus, guyyaa tokko bari'uun isaa waan hin oolle.

โ Hiyyeeyyii wajjiin teessuma heddummaata. Rasuulli keenya (SAW) yeroo isaa harka caalu hiyyeessa wajjiin dabarsa.
kitaaba #Tumsa_Rasuulaa irraa
Salawaata buusaa๐
ุตููุง ุนูู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู .
Follow me๐
@tafak_or
kitaaba #Tumsa_Rasuulaa irraa
Salawaata buusaa๐
ุตููุง ุนูู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู .
Follow me๐
@tafak_or
#Ilma_namaa_kana!
โNamni ani ilma namaa irraa dheessee nagahaan jiraadha jedhee uf yaadu maraattuu qofa. Ilmi namaa osoo irraa hanga feete fagaattellee waan maqaa kankee siin xureessu, waan ittiin si xiqqeessu yoomuu hin dhabu.
โ Namni Rabbii guddateen shariika qabda jechuu hin saalfatin, namni Ergamaa Aalamaatiin (SAW) maraataadha, magic /falfala dalaga jechuu hin sodaatin, sihii miskiina kana dhiisaa๐ค
โ Kanaafuu carraan jiru ilma namaa akkuma inni jirutti wajjiin jiraachuudha.
Ee miskiina wlh๐
Share๐
https://t.me/tafak_or
โNamni ani ilma namaa irraa dheessee nagahaan jiraadha jedhee uf yaadu maraattuu qofa. Ilmi namaa osoo irraa hanga feete fagaattellee waan maqaa kankee siin xureessu, waan ittiin si xiqqeessu yoomuu hin dhabu.
โ Namni Rabbii guddateen shariika qabda jechuu hin saalfatin, namni Ergamaa Aalamaatiin (SAW) maraataadha, magic /falfala dalaga jechuu hin sodaatin, sihii miskiina kana dhiisaa๐ค
โ Kanaafuu carraan jiru ilma namaa akkuma inni jirutti wajjiin jiraachuudha.
Ee miskiina wlh๐
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Namni hin dogoggorre, nama hin sochoone/homaan dalagne qofa.
#Yaa_Rabbi :๐คฒ
โ Nama waljaalannuun adda nun baasin,
โ fayyaa nuuf kennite nurraan deemsisin,
โ tola nutti oolte hunda nun dagachiisin,
โ waan nu qabnu, ijatti nun xiqqeessin, ykn nun dagachiisin,
โ waan nu dhabne, ijatti nun guddisin.
Aaaaaamiin.

#kanuma_dubbiin
โ Waa'een dhaabata keetii, maatii keetii, qabeenyaa fi sadarkaa keetii nan ilaallatu...
Namummaa kee, sammuu tantee, amala kee fi keessa keettu na ilaallata. Hundee kanarratti dhaabadhee sin kabaja.

#Obsi_dhiiratu_obsaa!๐
โ Tooftaa diinni kee sitti baasu irratti obsuu qabda. Obsi kee diina keetiif akka summii qaama keessa nyaataa bula.... Ibiddi waan gubu ykn waan nyaatu yoo dhabe ufumaa wal guba waan taโeef.