๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.7K subscribers
555 photos
21 videos
21 files
1.88K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Ibnu_Abbaas:

โœNama sadi galata isaanii deebisee hin danda'u :

โžพ#1ffaan : Nama salaama dursee na gaafate.
โžพ#2ffaan : Nama iddoo teessumaa naaf baldhise/mijeesse.
โžพ#3ffaan : nama salaama na gaafachuuf osoo deemu dhukkeen miila isaatti dhahe.
โžพIsa #4ffaa immoo Rabbiin malee ani galata deebiseefii hin danda'u. Innis :
Nama rakkoon wahii isa mudattee, halkan guutuu rakkoo tiyya tana eennutti haa himadhu!?, eennutu narraa baaata!? Jedhee erga yaadaa bulee booda namni sun ana ta'uu argatee dhufee natti himate...., galata isaa Rabbiin malee ani hin danda'u jedhe #Abdillaah_binu_Abbaas.
#tafak_or
#Risaalaa

๐Ÿ‘‰Hundaa jaaladhu,
๐Ÿ‘‰Mara hin amanin,
๐Ÿ‘‰Nam tokkollee keessaa haaqaan maletti hin miidhin.
#tafak_or
#Ramadaan

ุงู„ู„ู‡ู… ุจู„ู‘ุบู†ุง ุฑู…ุถุงู† ู…ูุนุงููŠู† ุŒ ู…ู‚ุจูˆู„ูŠู† ู…ูุญุงุทูŠู† ุจุงู„ุฃู‡ู„ ูˆุงู„ุฃุญูุจู‘ุฉ ููŠ ุธู„ุงู„ ุฑุญู…ุชูƒ ูˆุนููˆูƒ ๐ŸŒ™๐Ÿค.
Oh God, we have reached Ramadan healthy, acceptable surrounded by family and loved ones in the shadows of Your mercy and forgiveness.
#tafak_or
___


ุงู„ู„ู‡ู… ุฃู‡ู„ู‡ ุนู„ูŠู†ุง ุจุงู„ุฃู…ู† ูˆ ุงู„ุฅูŠู…ุงู† ุŒ ูˆ ุงู„ุณู„ุงู…ุฉ ูˆ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุŒ ูˆ ุงู„ุฎูŠุฑ ูˆ ุงู„ูŠู…ู† ูˆ ุงู„ุจุฑูƒุงุช "ู‡ู„ุงู„ ุฑุดุฏ ูˆ ุฎูŠุฑ" ... ูƒู„ ุนุงู… ูˆ ุฃู†ุชู… ุจุฎูŠุฑ..๐Ÿ’›๐ŸŒ™

___
#tafak_or
#Jechama

โžพ"Rabbiin waan ati jaalattu wahii irra akka si tursiisu yoo kan hawwitu taate, ati jalqaba wanta Rabbiin jaalatu irra turuu qabda".
#Imaamu_Ahmed.
#tafak_or
#Jiruu

โžพ Abbaa #gamoo darbii hedduu taatee jireenyi garmalee sitti dhiphachuu danda'a..., Alwaada/kushiinaa keessa jiraatte qomti kankee baldhatuu danda'a.
โžพOsoo Obboleewwan meeqa qabdu adda kankee jiraachuu ni dandeessa...., Obboleewwan malee dhalattee, obbolaa hedduun marfamuu dandeessa.
โžพHundaafuu alhamdulillaah jechuu hin dagatin.
Join๐Ÿ‘‰#tafak_or
#Keessummaan_galaaf_kaate!

โž›Balbala banaa osoo teessee sitti toltu wahii cufuun garmalee namatti ulfaata...!, garuu dirqamatu nu godhee maal goona ree๐Ÿ˜ญ
โœ@Ibroo


#tafak_or
@https://t.me/tafak_or
#Qalbii_Qulqulluu โค

โž›Qulqullinni qalbiidhaa qananii guddoodha...."! Alhamdulillaah
‏"ู†ูŽู‚ูŽุงุกู ุงู„ู‚ู„ุจู ู†ุนู…ุฉูŒ ุนุธูŠู…ุฉูŒ" โค๏ธโ€Œโ€Œ
"Purity of the heart is a great blessing" โค๏ธโ€Œโ€Œ
Kanaafuu ati.namaaf yeroo kamuu qalbii Qulqulluu qabaadhu.
Join๐Ÿ‘‰#tafak_or
Aswrwb
Hordoftoonni keenna yeroodhaaf isin jalaa dhaabachuu keennaaf dhiifama nuuf godhaa.
Inshallaah sagantaa dhaabbataa qabannee hanga walitti deebinuuf nagahaan turaa.
#tafak_or
#Dadhabaan_Namaa

โž›"Irra dondhi namaa nama salaama nama hin gaafanne/salaama doyndhoome. Irra dadhabaan namaa immoo nama du'aa'ii kadhachuu dadhabe...."
Follow us๐Ÿ‘‡
#tafak_or
#Dhagahaa!

โž› Nama natti dhihaachuu isaa bu'aadha jedhee uf hin ilaalle, anis isarraa fagaachuu kankoo kasaaraadha jedhee hin ilaalu.
Follow me๐Ÿ‘‡
#tafak_or
#Sooma_Musaafiraa

๐Ÿ’ซ Namni imala deemu tokko Sooma isaa furuuf;

1)Imalli isaa imala jedhamuu qaba. fageenyaanis, akka hawaasni beekuttis...(80km)
2) Biyyaa fi naannoo jireenya isaa keessaa bahuu qaba.
3) Imalli isaa imala haraamaa tahuu dhabuu,
4) Imalli isaa tooftaa Sooma ittiin furuuf baafate tahuu dhabuudhaan...

follow ๐Ÿ‘‡
#tafak_or
โœ Irra hedduun keenya sababa abaarsa haadhaa fi abbaa keenyaa milkii hedduu dhabaa jirra.
Du'aa'iin haadhaa fi abbaa furtuu gammachuu jireenya ilmaaniiti.

๐Ÿ‘‡
#tafak_or
Ajaa'iba

โœ Ummata Islaamaa foon booyyee nyaachisan moo sila...ka hinaaffaa diinii Rabbiin Qalbii keessaa fuudheef...ajiib.

share ๐Ÿ‘‡
#tafak_or
#Hin_fayyadaminaa๐Ÿšซ

๐Ÿ™...โŽ Mallattoo kana hinduuttu kadhannaadhaaf fayyadama. isaan dugda duuba harkaatiin waaqa isaanii yaamatu.
๐Ÿคฒโœ…...kun karaa kadhannaa ummata Islaamaati...ganaa isaanii Rabbitti ol deebisanii yaamatu. kanaafuu mallattoo kana haa addaan baafannuu....

share ๐Ÿ‘‡
#tafak_or
#Dream/Abjuu....

โœ Abjuu jechuun Isa hirriba keessatti laaltu osoo hin taane... Abjuu jechuun Isa akka hin rafne si dhorku sani....

share๐Ÿ‘‡
#tafak_or
#Seequun_sunnaadha...

โœ Always smile and never be sad.
- ุฅุจุชุณู…ู ุฏุงุฆู…ุงู‹ ูˆุฅูŠุงูƒู ุฃู† ุชุญุฒู†ู....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!

share๐Ÿ‘‡
#tafak_or
#Ogummaa...

โœ Waa hunda keessatti ilma namaa jaalachiisuu fi gammachiisuun baay'ee ulfaataadha... kanaafuu carraan nuti qabnu keessa keenna jaalachiisuudhaan dhumata...!!

#tafak_or
#Gorsaaf....!

โœ Yoo akka tasaa baabura dogoggoraa yaabbatte, station ๐Ÿš‰ jalqabaatti bu'uuf yaali... maaliif beektaa____?
hammuma fagaataa deemtuun, gatiin deebiif kafaltus guddataa deema waan ta'eef...!

#tafak_or