𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dream/Abjuu

➛Guyyaa wahii immaa ammaa abjuun kankee dhufee, fuuldura kankee gadi dhaabbatee...."Bar ati kan na argachuu dandeesseen waan obsitee, mudannoo mara baadhattee, Rabbii kankee irratti irkatteefii" siin jedha waan ta'eef, xiqqoma wahii obsi ammaa bira geessaa.
@Ibroo , obbolaa koo xiqqomaafii obsi kaa maal goota ree....👌

---------------
Follow me👇
https://t.me/tafak_or
#Dream/Abjuu....

Abjuu jechuun Isa hirriba keessatti laaltu osoo hin taane... Abjuu jechuun Isa akka hin rafne si dhorku sani....

share👇
#tafak_or