๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.83K subscribers
550 photos
20 videos
21 files
1.82K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Jireenya

โžฌJireenyi tuni seera ittiin bulmaataa lama qabdi;
โ€œุงู„ุญูŠุงุฉ ู„ู‡ุง ู‚ุงุนุฏุชุงู† :
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†

#1ffaan; Yoomuu harka hin kennatin jedha.
ุงู„ุฃูˆู„ู‰ ู„ุง ุชุณุชุณู„ู… ุฃุจุฏู‹ุงุŒ
#2ffaan; Seera tokkoffaa sana yoomuu hin dagatin jedha.
ูˆุงู„ุซุงู†ูŠุฉ ุชุฐูƒุฑูˆุง ุฏุงุฆู…ู‹ุง ุงู„ู‚ุงุนุฏุฉ ุงู„ุฃูˆู„ู‰โ€.๐ŸŒผ

#Halkan_Gaarii.
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or/@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Barnoota 40 jireenya Kee keessatti (Dhaamaa manguddoon waggaa 80 naaf dhaaman wahiiti). 1) Hiriyyaa keetiiif mallaqa liqeessuun duratti uf eeggannoo cimsi, maaltu beeka Sababa mallaqaaf jecha Jara lamaanuu dhabuu dandeessaa. 2) Sammuu keetitti baay'ee hinโ€ฆ
#Jireenya_kee

4) Nama dalagaa wahii mindaadhaan siif dalage tokko, hanga inni dalagaa isaa xumurutti dursitee mindaa Akka hin kafalleef...
5) Fuudha Kee duratti Haadha manaa kankee seeraan filadhu, gadda keetis ta'ee gammachuu kankee %90 ol isheetu itti gaafatama waan ta'eef naan jedhe... ๐Ÿ‘
6) Guyyaa kankee seeraan itti fayyadamuu barbaadda taanaan, yeroo hirriba keetii uf jala hin dabarsin... ykn irraa hin barfatin naan jedhe.
(dhaamsa 40 olmanguddoon waggaa 80 naaf dhaaman).
#ittuma_fufa....

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Jireenya

โœ Namni hunduu jireenya amma jiraatu kana malee, jireenya addaa; jiruu bareedduu takka karoorfatee, qopheeffatee sammuu isaa keessaa qaba. Garuu waan nama gaddisiisaa karooratu sammuu keessa jira malee... karaa jireenya sanitti isa geessu beekuu hin danda'u...!

share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Jireenya_gaarii

โœ Bareedinni jireenya keetii... hanga hariiroon ati Rabbiin wajjiin qabdu ittiin bareedduun.
๐Ÿ‘‰ Jireenya bareedaa jiraachuu yoo barbaadde, akka ufii barbaaddutti osoo hin taane akka Rabbiin sirraa barbaadutti jiraadhu.


@tafak_or