๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Keennumatu_walfixe

โžฌNabi yuusuf (AS) eelatti/boollatti gatamuun isatti hin dhagaโ€™amne ture,...garuu wanti Dhugamatti isa quuqe yoo jiraate namni boollatti isa gate sun obboloota isaa ta'uudha.
ู„ูŽู…ู‘ ูŠูุคู„ูู… ูŠูˆุณู ุงู†ู‡ู ู‚ุฏ ุฑูู…ูŠู‘ูŽ ููŠ ุงู„ุจูุฆุฑ
ุจู„ ู…ุง ุขู„ู…ู‡ู ุจูุญู‚ุŒุฃู†ู‘ ู…ู† ุฑูŽู…ุงู‡ ูƒุงู†ูŽ ุฅุฎูˆูŽุชู‡.
#Halkan_gaarii.
Join๐Ÿ‘‰ @tafak_or
#Jireenya

โžฌJireenyi tuni seera ittiin bulmaataa lama qabdi;
โ€œุงู„ุญูŠุงุฉ ู„ู‡ุง ู‚ุงุนุฏุชุงู† :
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†

#1ffaan; Yoomuu harka hin kennatin jedha.
ุงู„ุฃูˆู„ู‰ ู„ุง ุชุณุชุณู„ู… ุฃุจุฏู‹ุงุŒ
#2ffaan; Seera tokkoffaa sana yoomuu hin dagatin jedha.
ูˆุงู„ุซุงู†ูŠุฉ ุชุฐูƒุฑูˆุง ุฏุงุฆู…ู‹ุง ุงู„ู‚ุงุนุฏุฉ ุงู„ุฃูˆู„ู‰โ€.๐ŸŒผ

#Halkan_Gaarii.
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or/@tafak_or
#Harree_badde
Guyyaa tokko namticha tokko jalaa osoo inni quba hin qabne harreen jalaa badde. Achumaa hiriyyaan isaa itti dhufee "bada abbaa ebaluu kiyyaa bar harreen tee sun baddee maal teetta" jedheen.
Achumaa namtichi harreen jalaa badde kun dafee Sujuuda shukrii bu'e.
Hiriyyaan isaa kuni "Bada gowwaa kiyya silaa harreen badde teetumaa, gammachuu maaltu sujuuda si buuse?" Jedhee gaafate.
Abbaa Harree "Alhamdulillaahi kama ani harree san irra hin jiraatin, silaa anillee waliin badee na soqaa jiranii"๐Ÿ˜ jedhe jedhama.
#Halkan_Gaarii
Join godhaa๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
๐Ÿ˜
Namtichatu intala takka ta maqaan ishee #Fitnaa jedhamtu fuudhe. Namtichi kuni mucayyoon tuni akkuma maqaa kana bareedinni ishee nama fattanuu hin oolu jechaa fuudhe. Yoo fuudhee manaan gahatu fokkinna Rabbiin malee namni tokko hin beekne kana qabdi mucayyoon. Achumaa aaree takka kabalaasee jennaan rifattee rafte.
Achumaa gurbaan meeshaa ufii walitti qabatee jalaa sokkuuf/imaluuf manaa bahe.
๐Ÿง•Haaadha : Ilma koo eessaaf ganamaan baate sila hardha__?
๐Ÿ‘ณIlma ; Ummaa hardhaan tana biyya gadi dhiisuu barbaadeeti.
๐Ÿง•Haadha : Fitnaa hoo eessa goote___?
๐Ÿ‘ณIlma : fitnaan Rafutti jirtii, nama fitnaa dammaqse Rabbiin abaaree jiraa, sanumaaf hirribarraan kaasu jedhee dhiise...๐Ÿ˜๐Ÿ˜
ุงู„ูุชู†ุฉ ู†ุงุฆู…ุฉ ู„ุนู† ุงู„ู„ู‡ ู…ู† ุฃูŠู‚ุธู‡ุง.....๐Ÿ˜
#Halkan_gaarii

Follow me ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or