๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Barnoota 40 jireenya Kee keessatti (Dhaamaa manguddoon waggaa 80 naaf dhaaman wahiiti). 1) Hiriyyaa keetiiif mallaqa liqeessuun duratti uf eeggannoo cimsi, maaltu beeka Sababa mallaqaaf jecha Jara lamaanuu dhabuu dandeessaa. 2) Sammuu keetitti baay'ee hinโฆ
#Jireenya_kee
4) Nama dalagaa wahii mindaadhaan siif dalage tokko, hanga inni dalagaa isaa xumurutti dursitee mindaa Akka hin kafalleef...
5) Fuudha Kee duratti Haadha manaa kankee seeraan filadhu, gadda keetis ta'ee gammachuu kankee %90 ol isheetu itti gaafatama waan ta'eef naan jedhe... ๐
6) Guyyaa kankee seeraan itti fayyadamuu barbaadda taanaan, yeroo hirriba keetii uf jala hin dabarsin... ykn irraa hin barfatin naan jedhe.
(dhaamsa 40 olmanguddoon waggaa 80 naaf dhaaman).
#ittuma_fufa....
share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โ#Jaartii_Ajaa'ibaa
(waggaa 50 gammachuun dabarsite)...
#Kutaa__3ffaa
โ Ani yeroo abbaan manaa kiyya dallanee lafaa utaalu, ani sagalee kankoo dhokfadha. Yoo inni dubbatu caldhiinsa kabajaa, caldhiinsa sodaa isaa ibsu, mataa koo gadi qabadhee caldhisee eega hanga xumuratuuf. Obboleettii tiyya caldhiinsi kunuu gosa lamatu jira:
tokko kabajaa fi sodaa ibsa, tokko immoo tuffii fi qoosaa ibsa. Natti hin beeku Jettee tuffiidhaaf jalaa caldhisnaan....dhiirti qaroodhaa uf eeggadhu.
A)@Gaazexeessituu... "Yeroo inni akkasitti siin lolu San maaltu mana si teessise, maaf jalaa hin baane?" jettee gaafatte.
B) @Manguddittii... Ooooh waan akkasii tasumallee hin yaadin. waan akkasii yaadda taanaan, waan ati haasawa isaatii gatii hin kennine itti fakkaata waan ta'eef. hanga inni tasgabbaayuuf waan inni jedhe tole jetteetumaan fudhachuu qabda.
erga sanii amma geeffattanii Abbaa ebaluu?! jedhee gaafadha.
Erga inni aarii isaa geeffatee hubadhee, Iyyaansa isaa sana booda boqonnaa akka inni barbaadu waan beekuuf, manaa bahee hujimanee kiyya kan na eeggatu xumuradha.
A)@Gaazexeessituu... "Achi booda hoo maal goota mee ? Torbaan tokkoo fi sana ol ittiin oodda moo ? Mee maaluma goota naaf himi" jettee gaafatte.
โ@Ibroo
#Ittuma_fufa...๐