๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Abjuu

โž›Namni Aabjuu(manaama) gaarii arge waa saditu(โ“ท) irraa eeggama;


โ‘  ุฃู† ูŠุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ุง.
โ“ต~Rabbii isaa faarfachuu qaba.
โ‘ก ูˆุฃู† ูŠุณุชุจุดุฑ ุจู‡ุง.

โ“ถ~Ammas itti gammaduu qaba.
โ‘ข ูˆุฃู† ูŠุชุญุฏุซ ุจู‡ุง ู„ูƒู† ู„ู…ู† ูŠุญุจ ุฏูˆู† ู…ู† ูŠูƒุฑู‡.
โ“ท~Nama jaalatu qofatti himuu qaba.

โž›Namni Abjuu badaa arge(Bursusa) garuu waa Afurtu(โ“ธ) isarraa eeggama;

โ‘  ุฃู† ูŠุชุนูˆุฐ ุจุงู„ู„ู‡ ู…ู† ุดุฑู‡ุง.
โ“ต~Hamaa isii irraa Rabbitti maganfachuu.
โ‘ก ูˆู…ู† ุดุฑ ุงู„ุดูŠุทุงู†.
โ“ถ~Sharrii sheeyxaanaa irraahis maganfachuu.
โ‘ข ูˆุฃู† ูŠุชูู„ ุญูŠู† ูŠู‡ุจ ู…ู† ู†ูˆู…ู‡ ุนู† ูŠุณุงุฑู‡ ุซู„ุงุซุง.
โ“ท~Yeroo hirribarraa dammaqu bitaa isaatti yeroo sadi tuttufuu.
โ‘ฃ ูˆู„ุง ูŠุฐูƒุฑู‡ุง ู„ุฃุญุฏ ุฃุตู„ุงู‹ ".
โ“ธ~Nama tokkottuu himuu hin qabu.


Maddi;[ #Fathulbaarii (12/370) ]
[ ูุชุญ ุงู„ุจุงุฑูŠ (ูฃูงู /ูกูข) ]

@tafak_or
@tafak_or
#Abjuu(Dream )
ุงู„ุญู„ู… ุณูŠุฏ ุงู„ู†ุฌุงุญ.
The dream is the master of success.
Hangafni milkaaโ€™innaa Abjuu gaariidhaa.
@tafak_or
#Abjuu

โžพRabbiin mucuca uume erga mucucaattee deebitee ka'uus isumatu uume.
โžพMucucaatanii kufuun salphinnaa miti, garuu erga kufanii booda bakka kufanitti hafutuu salphinna.
@tafak_or
#Abjuu๐Ÿ‘‡

โž› Akka dandeesu yoo ufitti amante, imala kankee walakkaa isaa xumurtee jirta.
Jum'aa gaarii
@tafak_or
#Abjuu

โœ Deemsa kee addaan hin kutin, waan gufuu sitti tahaa hunda uf jalaa qabaa; irrumaa goraa; irra utaalaa deemi. Bakka amma jirtuu olis deemuu haqa qabda waan ta'eef.
@tafak_or
#Abjuu...

โœ Waan qabdutti gammadii jiraadhu. Dabalii Abjuu horadhu... garuu waan hin qabne irratti sheenawuudhaan gammachuu amma harkaa qabdu uf jalaa hin balleessin.

๐Ÿ‘‰ Yaadattaa...!, wantoonni hedduun ati hardha harkaa qabdu kuni, yeroo wahii keessa abjuu kankee dheeraa turee...

@tafak_or
#Abjuu_tantee_sanโ€ฆ!

๐Ÿƒ Wallaahi Rabbiin itti si geessaโ€ฆshakkii gootaaโ€ฆ!!
Rabbiin yeroo hundaa akkuma nuti barbaannutti itti nu geessaโ€ฆ!
๐Ÿƒ Inumaa hanga nuti barbaannu caalatti bareechee waliin nu gahaa barโ€ฆ!
๐Ÿƒ Sababa ati hin beekne kan Rabbiin qofti beekuuf barfatullee Rabbiin ammaa itti nu geessaโ€ฆ.!
๐Ÿƒ Rabbiin yeroo isaan madaalutti abjuu keenyatti nu geessaa barโ€ฆ
๐Ÿƒ Yeroo nuti filanne osoo hin taane..yeroo ufii filatettii fi karaa ufii nuuf filateenโ€ฆkaraa takkaa sammuun keeny yaaddee hin beekneen itti nu geessa wlhโ€ฆ

๐Ÿƒ Rabbiin gaafa nuu kennee barreโ€ฆgaafa hamilee teenyatti geenyeโ€ฆammaa jaalannee gammannaa barโ€ฆ!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://t.me/tafak_or