#Abjuu
➛Namni Aabjuu(manaama) gaarii arge waa saditu(⓷) irraa eeggama;
① أن يحمد الله عليها.
⓵~Rabbii isaa faarfachuu qaba.
② وأن يستبشر بها.
⓶~Ammas itti gammaduu qaba.
③ وأن يتحدث بها لكن لمن يحب دون من يكره.
⓷~Nama jaalatu qofatti himuu qaba.
➛Namni Abjuu badaa arge(Bursusa) garuu waa Afurtu(⓸) isarraa eeggama;
① أن يتعوذ بالله من شرها.
⓵~Hamaa isii irraa Rabbitti maganfachuu.
② ومن شر الشيطان.
⓶~Sharrii sheeyxaanaa irraahis maganfachuu.
③ وأن يتفل حين يهب من نومه عن يساره ثلاثا.
⓷~Yeroo hirribarraa dammaqu bitaa isaatti yeroo sadi tuttufuu.
④ ولا يذكرها لأحد أصلاً ".
⓸~Nama tokkottuu himuu hin qabu.
Maddi;[ #Fathulbaarii (12/370) ]
[ فتح الباري (٣٧٠/١٢) ]
@tafak_or