#Abjuu_tantee_sanโฆ!
๐ Wallaahi Rabbiin itti si geessaโฆshakkii gootaaโฆ!!
Rabbiin yeroo hundaa akkuma nuti barbaannutti itti nu geessaโฆ!
๐ Inumaa hanga nuti barbaannu caalatti bareechee waliin nu gahaa barโฆ!
๐ Sababa ati hin beekne kan Rabbiin qofti beekuuf barfatullee Rabbiin ammaa itti nu geessaโฆ.!
๐ Rabbiin yeroo isaan madaalutti abjuu keenyatti nu geessaa barโฆ
๐ Yeroo nuti filanne osoo hin taane..yeroo ufii filatettii fi karaa ufii nuuf filateenโฆkaraa takkaa sammuun keeny yaaddee hin beekneen itti nu geessa wlhโฆ
๐ Rabbiin gaafa nuu kennee barreโฆgaafa hamilee teenyatti geenyeโฆammaa jaalannee gammannaa barโฆ!!
Share๐๐ป
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf