𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Deebii👇
#Xalhaa (Radiyallaahu anhu)

[kurnyan Jannataan gammachiifaman keessaa isa tokko ]
➛Dubartoota 4 fuudhe, afranuu Obboleewwan ishee Ergamaa Aalamaattu uf jalaa qaba. Isaanis :

#1ffaa : Ummu Kulsuum intala Abii Bakrii (Obboleettiin ishee Aa'ishaa haadha manaa Rasuulaati).
#2ffaa : Hamnaa intala Jahshii [Obboleettii Zeynabaa binti Jajshii ] fuudhee uf jalaa qaba.
#3ffaa : Faari'aa [Obboleettii Ummu Habiibaa intala Abii Sufiyaan ] fuudhee uf jalaa qaba.
#4ffaa : Ruqayyaa intala Abii Umayyaa [ Ummu Salamaa : Hindi binti Abii Umayyaa ] fuudhee uf jalaa qaba.
Radiyallaahu anhum Ajma'iin.

➛ Namni deebii kana sirriitti argate, nama chaanaalii keenya yeroo dheeraaf hordofaa ture #Mubaarak_Zakaariyyaa jedhama, Mubee Jzk keyran, Rabbiin ilmii irraan ilmii siif haa dabalu siin jenna.

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
#Haadha_gootaa😭

➛ Meeshaan kuni, meeshaa ispeenonni waggaa 500 dura dubartoota Muslimaa irraa harma ittiin muraa turaniidha.
Muslimoonni indonesia xumura gaafa aangoo gadi lakkisanii, wantoonni isaan ummata kafaraa san waadaa seensifatan hedduudha. San keessaa ijoon dubartoota keenya nu jalaa hin tuqinaa ture.
Garuu isaan dubartoota Islaamaa irratti, osoo abbaan manaa ishee fi ijoolleen ishee dhaabattee ilaaltu meeshaa kanaan harma irraa ciraa turaniru.
#Yaa_haadha_gootaa😭

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
➛ Namni Rabbiin hin qabne, homaayyuu hin qabu.
-من فقد #الله في حياته فقد كل شيء
#Gaachana_Islaamaa [Kadiijaa]

Waa'ee ishee Ergamaan Aalmaa yeroo dubbatan akkana nuun jedhan :👇

➛ "Yeroo hawaasni guutuun natti kafare, isheen natti amante,
‏"آمنتْ بي إذْ كفرَ بي النَّاس
Wayta hawaasni guutuun na kijibsiise, isheen dhugaa dubbatte naan jette,
‏وصَدَّقتنِي إذْ كذّبني النَّاس
Yeroo hawaasni guutuun ufirraa na dabre, isheen ufitti na qabde,
‏وآوتنِي إذْ طَردَنِي النَّاس
Yeroo ilmi namaa hundi Aadmaa natti mure, isheen qabeenya isiitiin na boohatsite."
‏وواستنِي في مالها إذ حرمني النَّاس"

➛ Ajaa'iba!, yeroo dubartiin takkattiin, waraana guututti madaalamtu. Baay'ee nama ajaa'ibdi Haati mu'umintootaa Kadiijaa binti Kuweylid...[Radiyallaahu Anhaa].
‏عندما تصبحُ امرأةٌ واحدة جيشاً كاملاً
‏خديجة بنتُ خويلد

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
Maqaan fir'owna jedhu yeroo meeqa Qur’aana keessatti dubbatame___?
Anonymous Quiz
47%
A) yeroo 56
34%
B) yeroo 67
19%
C) yeroo 90
#Zikrii_ganamaa👇

أصبحنا وأصبح الملك لله رب العالمين
[Asbahnaa wa asbahalmulku lillaahi Rabbil aalamiin ]

Rabbiin oolmaa milki, tan gammachuu nuuf haa godhu.
‏أسعد الله صباحك
#Yeroo_Sahaabaan_Rasuulaa(SAW)boohu!👇

➛Yaa Abbaa Hureeyraa; Duniyaatu akkana si boochisaa jira moo waan biraati sila...
يا أبا هُريرة ؛ أتبكي على الدُّنيا !
Miti, Rabbii kiyyatti kakadhee, duniyaan teessan tuni yoomuu nan boochistu...garuu😭
لا والله ، دُنياكم هذهِ لا تُبكيني ..

Garuu wanti na boochisaa yoo jiraate :
إنَّما أبكي....

➛ Ulfaatinna ba'aa kooti,
مِنْ ثِقَلِ الحِملِ ،
➛ hammeenya hiriyyaa kooti,
وسوء الرفيق ،
➛xiqqaachuu /haphachuu siinqii ykn dhalee kooti,
وَمِن قلَّةِ الزَّاد ،
➛Fageenya karaa ani deemuuti,
وُبعدِ الطَّريق ؛
➛ Guyyaa Qiyaamaa wy siraaxa gubbaa kufee, Jannata bareedduu sana dhabaa waan jedhutu na boochisa....!
أبكي خوفًا مِن أسقُط يوم القيامة مِن على الصراط ولا أدخُل الجنَّة ..
➛Osoo dhaladhee, addunyaa tana arguu baadhee jedheen baay'ee hawwaa ture....😭
وَدِدتُ أنِّي لَم أُخلق.


Aaaaaaah.....goggogiinsa qalbii koottu na yaachise wlh😭
➛Sahaabaan, hadiisa Rasuulaa odeessuun 1ffaa, sahaabaan guyyaa takka Rasuula Rabbiitiin adda bahee hin beekne yoo akkanatti boohu....nu hoo eessa jirra laata____

Maddi👇
◂ سير أعلام النبلاء (٥٢٥/٢).

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
#Anaaf_jecha_waa_meeqa_taate____!

➛ Yeroo jireenyi nama akka ati yeroo hunda gammachuu qabaaattuuf; nama gadda kee arguu hin barbaanne ooftee sitti fiddu, Rabbii kankee galatoomfadhu. Gadaa tana keessa namoonni gammachuu kee hawwan ykn ufii olitti gammachuu kee barbaadan, baay'ee xiqqqoodha waan taheef.
➛ Namoonni gammachuu koo hawwaa turtan, namoonni akka ani gammaduuf, baay'ee na waajjiin ifaajaa turtan galatoomaa isiniin jechuu barbaada.🙏🙏

Follow me👇
@tafak_or
#Keyrimaaf👇

➛ Gadda takka tan karaa Rabbii si deebistutuu..., gammachuu kuma tokko tan karaa Rabbii irraa si balleessitu irra siif caala.
@Ibroo
#Abjuu👇

➛ Akka dandeesu yoo ufitti amante, imala kankee walakkaa isaa xumurtee jirta.
Jum'aa gaarii
@tafak_or
#Hamilee

Hanguma fedhe karaan abjuu keetii ulfaataa tahus :

➛ Harka hin kennatin,
➛ Hin dhaabbatin,
➛ Abdii hin kutatin.
👉Rabbiin karaa ulfaataa uume sun, dandeettii ati karaa ulfaataa sana ittiin dabritu si keessatti uumee jira waan ta'eef.
Follow me👇
@tafak_or
➛ Duulli Sahaabaan Rasuulaa [Huffaazni Qur’aanaa ] torbaatamni keessatti ajjeefaman duula kami___?
Anonymous Quiz
19%
A) Zaatussalaasil /ذات السلاسل
36%
B) Zaaturriqaa'i / ذات الرقاع
46%
C) Yamaamaa /معركة اليمامة
#Dhugaa👌

➛ Nama yeroo boqonnaa malee si wajjiin hin haasofnetu jira,
Nama yeroo si wajjiin haasawu boqonnaa argatutu jira.
🙏🙏Hunduu galatoomaa!, ulfaadhaa!
@Ibroo
👇
@tafak_or
#Ati_dhugamaan_Rabbiin_si_jaalata!👇

Mallattoo Rabbiin si jaalachuu keessaa, qubsuma namaa si taasisuudha.
➛ ati nama idaa namarraa kafalu taanaan,
➛ ati nama yaadaan cinqame, yaada isaa irraa qoodatu taanaan,
➛ nama nama cinqame, cinqaa keessaa baasu taanaan,
➛ nama rakkataa rakkoo baasee, beelawaa nyaachisu taanaan,
➛ nama kadhataa qarqaaru taanaan,
➛ nama muddama keessa jiru baraaru taanaan... ati dhugama Rabbiin biratti jaalatamaadha.
Ati nama gahee akkanaa keessatti qooda qabu taanaan, yoomuu hin miidhamtu, hin xiqqaattu, hin rakkattus.

#Waan_dagate_seetaa!👇
➛Keeyrii ati dalagatte Rabbiin kee yoomuu hin dagatu,
➛ Rakkoo ati furte sana Rabbiin yoomuu hin irraanfatu,
➛ Ija imimmaaniin guutamte tan ati gammachiiste sana waan irraanfatu seetaa, hin iirraanfatu,
➛ Nama dhaaba dhabe kan ati utubaa taateef sana Rabbiin hin dagatu.
➛ Sadrkaan jireenya keetii jijjiiramus, ati yeroo kamuu namaaf gaarii dalaguu irraa uf hin qusatin....!
Follow me👇
https://t.me/tafak_or
#Nan_hawwe👇

➛ Ani ballaas miti, maraattus miti....garuu biyya keenya keessatti jireenyi qaalawe kuni yoomuma rakasee, buddeena nagahaa nyaannu arguu fi lubbuun ilma namaa garmalee rakaste tun qaalii taatee...gatii argatti...! Arguun baay'ee na hawwisiise.
@tafak_or
➛ Namoonni dhiirummaa himatan /dhiirummaan uf dhaadan hedduudha,...garuu namoonni akka dhiiraa hojjatan baay'ee xiqqoodha.
- كثيرون حول التفاخر بالرجولة.. قليلون حول التصرف كرجال!
Follow me👇
@tafak_or
Ilmi namaa gaafa waa barachuu dhaabe dullooma. Umriin lakkoofsa qofa, 20 keessa jiraattee dulloomuu dandeessa. 80 keessa jiraattee dargaggeessa jedhamuu dandeessa.
🏆
Yeroo taphni addunyaa ture san, namoonni hedduun hardha garee kamtu taphate ? Kamtu injifate laata ? Jechaa walgaafataa turan.
Anis akki jechuu barbaadu👇

Dhugaa guyyaan hoongahuu fi milkaayuu keessatti guyyaa kana fakkaatu ni dhufa. Guyyaa namni kasaaree fi namni mikkaa'e wal bira qabanii madaalan ni dhufa!.
➛ Eennutu injifannoon gala beektaa guyyaa sana?!

كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ ۗ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۖ فَمَن زُحْزِحَ عَنِ النَّارِ وَأُدْخِلَ الْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ ۗ وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا إِلَّا مَتَاعُ الْغُرُورِ (١٨٥)
➛Nama injifannoon gale jechuun nama jannata seene, nama injifannoon gale jechuun nama ibidda jalaa bahe.
👉kanaafuu injifannoon dhugaa, isa guyyaa Qiyaamaa sana,...hanga dandeenyeen haa siinqeffannuu!.

Follow me👇
@tafak_or
"Nama gaarummaa amalaatiin Rasuula Rabbii caalu an takkaa
jiruu kiyya keessatti hin argine". Haadha manaa Rasuulaa
Safiyyaa intala Huyayyi irraa (Radiyallaahu Anhaa).
صلى الله عليه وسلم
#Info.....Turk Visa

Namoonni carraa Turkii Apply gochuu barbaaddan...isiniif qopheessuu dandeenya.
➛ Karaa lamaan yaaluu dandeessu carraa keessan.
1)#Medical_Visa
➛Kafaltiin walii galaa qarshii 200000 [Total price for medical visa will be 200000 birr ]
➛kafaltiin ati osoo ashaaraa hatkaa hin kennin dura kafaltu immoo qarshii 50000. Kafaltii hafe immoo erga Visaan siif dhahamee kafalta.
➛Turtiin viisaan isiniif dhahamu guyyaa 15 hanga 30 keessatti.
➛Hubachiisa ; akka tasaa Visan kankee rejected godha taanaan qarshiin kankee guutuu siif deebi'a.
2) Education Visa...
1) Acceptance qarshii kuma 25
2) Embasii qarshii kuma 30
Qarshii kuma 35 qofaan turkiin deemuu dandeessa.
Ulaagaa achi booda jiru hundaa ufii keetiif giuttatta.
Hubachiisa ; Education visa keessatti tasa rejected si jalaa godha taanaan....kifiyyaan ati galmeef kafalte siif hin deebi'u, garuu waraqichi hanga waggaa tokkoof waan si fayyaduuf...carraa irra deddeebitee yaaluu ni qabda.
Odeeffannoo dabalataaf👇
+251937073695...ykn
T.me/Ibrahim_92taf