๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dhugaa_jirtu.

"Fakkeenyi dubartii gaarii dubartoota hunda keessatti akka fakkeenya harraagessa adii harraagessa kumaatama keessaati"
(ุงู„ู…ุฑุฃุฉ ุงู„ุตุงู„ุญุฉ ู…ุซู„ู‡ุง ููŠ ุงู„ู†ุณุงุก,ูƒู…ุซู„ ุงู„ุบุฑุงุจ ุงู„ุฃุจูŠุถ ููŠ ุฃู„ู ุบุฑุงุจ) .

"ุฅุนุชู„ุงู„ ุงู„ู‚ู„ูˆุจ" ู„ู„ุฎุฑุงุฆุทูŠ (ุตูุญุฉ: ูกูฃูจ)

๐™ท๐šŠ๐šข๐šข๐šž๐šž (๐š‡๐šŠ๐šŠ๐š ๐šž๐šœ) ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š–๐šŠ๐š— ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š—๐šž ๐š๐š‘๐šŠ๐šš๐šš๐šŠ๐š‹๐šŽ.


@tafak_or
@tafak_or
#Dhugaa_Dubbachuu.

๐Ÿ‘‰Qabsoon(jihaadni) guddaan jecha dhugaa mootii jallataa fuulduraatti dubbachuudha.

๐Ÿ‘‰Namni dhugaa dubbachuu sodaate dhara akka hin dubbanne.

๐Ÿ‘‰Gootummaa jechuun waan yaadde hunda dubbachuu osoo hin taane waan dubbachuu barbaaddu sana yaaduudha.

@tafak_or
@tafak_or
#Karaa_warra_haqaa
#Dhugaa

Dhugaa hanga feene jaalannus, dhugaadhaan malee tumsuufii hin dandeenyu.
#Sheek_abdurrahmaanal_yamaaanii
Warra dhugaadhaaf dhugaan dhaabbatu Rabbiin isin haa godhu.
@tafak_or
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dhugaa

โžŸDhugaan gaafa akka barabadaa ibiddaatti bobeesse...dhiira qofatu dhaqee harkaan qaba/cum'a.
ุญููŠู†ูŽ ูŠูุตุจูุญู ุงู„ู’ุญูŽู‚ู‘ู ุฌูŽู…ุฑู‹ุง ู…ูุชู‘ูŽู‚ูุฏู‹ุง ู„ุง ูŠูŽู‚ุจูุถู ุนูŽู„ูŽูŠู‡ู ุฅู„ู‘ูŽุง ุงู„ุฑู‘ูุฌูŽุงู„.
#Rabbiin_dhugaa_teenna_haa_baasu.
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
#Dhugaa

โžพDhugaadhaaf tumsuu/dhaabachuu baattus...., hadaraa kee dharaaf harka hin rukutin.
ุฅู† ู„ู… ุชู†ุตุฑ ุงู„ุญู‚
ุฅูŠุงูƒ ุฃู† ุชุตูู‚ ู„ู„ุจุงุทู„ .
@tafak_or
#Dhugaa

โžพKan ilaalamuu qabu fuuldura jiraachuu kankee osoo hin taane karaa irra jiraachuu kankeettu ilaallama.
โžพDhara keessatti mataa ta'uu mannaa..., dhugaa keessatti eegee taatee jiraachutu siif caala.
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
#Dhugaa_tolchee_beekaโ—

โž›Akka ati nan ganne ni beeka...!,
โž›hanga fedhes karaa irraa maqu akka ati karaa kankee irratti na deebistu nin beeka!,
โž› hanga fedhes sirraa fagaadhu, akka ati ufitti na deeffattu ni beeka...!,
โž› hanga ani araarama sirraan barbaannee olitti dachaa akka ati dhiifama naaf gootu nin beeka....!,
โž› hanga ani sitti hin dheessine caala..., akka ati tika kee keessa na oolfattu ni beeka...!,
โž› Hanga ani ufin eegnee olittis...akka ati na eegdu ni beeka....!
โž› ani gabricha akkanaa tahuun koo ee waa badee fokkate, ati Rabbii akkanaa tahuun kee ee waa tolee bareede...!
โž›Jabeenyi fi qarummaanis siin malee nan baastu.
#Dhiifama_naaf_godhi๐Ÿ™
โœ@Ibroo
Yoo sitti tole share ๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
#Dhugaa๐Ÿ‘Œ

โž› Nama yeroo boqonnaa malee si wajjiin hin haasofnetu jira,
Nama yeroo si wajjiin haasawu boqonnaa argatutu jira.
๐Ÿ™๐Ÿ™Hunduu galatoomaa!, ulfaadhaa!
@Ibroo
๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dhugaa_bar!

โž› Addunyaa tanarratti wanti hanga ilma namaa nama dinqisiisaa inuma hin jirre.๐Ÿค”
โœ” Ilmi namaa kuni jalqaba mallaqa argachuudhaaf jecha fayyaa itti dhaba, ergasii fayyaa jalaa badde sana deeffachuufis deebisee mallaquma sana dhaba.
โœ” jiruu harkaa qabu tanattuu kan seeraan itti fayyadamuu hin dandeenye, waa'ee fuuldura isaatiif dhiphata.
โœ” jiruu tanarra akka waan nama yoomuu hin duunee jiraata, garuu gaafa asirraa godaanus, akka waan nama guyyaa takkaa as gubbaa hin buliniitti asirraa godaana๐Ÿค”!
(D.Raatibannablusii)
Ajiib๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Dhugaa_jirtu
โž› Namoota garii kan maalummaan isaanii adda siif hin baane heddutu jira...
Sila isaan obbolaa keeti moo hiriyyaa keeti!, maatii kankeeti moo Jaalallee kankeetii!, iddoo qubsuma onnee keetiiti moo, onnee keeti!.... Hanga deemanii shakki keessa si galchan takka namoota gahan hedduu garre.
โž› Jaalalli isaan siif qaban, akkaataan isaan siif cinqaman, qulqullinni garaa isaanii, gaarummaan dubbii isaanii baay'ee si dinqisiisaa.
โž› Namoonni akkasii baayโ€™ee xiqqaatanis jiraachuun isaanii baayโ€™ee na gammachiisee jira, Rabbiin isin haa tiksu.

Follow me๐Ÿ‘‡
@@tafak_or
#Dhugaa......

๐Ÿ’ซ Hayyuun guddaan tokko (Rahimahullaah) akkana jedhe:
ู‚ุงู„ ุฃุญุฏ ุงู„ุตุงู„ุญูŠู† ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ :
โœ Waa saddeet, ilma namaa hunduu keessa dabra. Nama ta'ee namni waa saddeet kana keessa hin dabre ni xiqqaat/hin jiru. Isaanis:
ุซู…ุงู†ูŠุฉ ุชุฌุฑูŠ ุนู„ู‰  ุงู„ู†ุงุณ ูƒู„ู‡ู…ุŒ ูˆู„ุง ุจุฏ ู„ู„ุฅู†ุณุงู† ุฃู† ูŠู„ู‚ู‰ ู‡ุฐู‡ ุงู„ุซู…ุงู†ูŠุฉ :

๐Ÿซ‚ Jaalalaan nama wajjiin jiraachuu,
-ุงุฌุชู…ุงุน
๐Ÿ‘คNama jaalattee wajjiin jiraataa turte sanas dhabdee, adda kee jiraachuu.
-ูˆููุฑู‚ุฉ
๐Ÿ‘คJiruu baldhaa argattee, baldhinna keessa jiraachuu,
-ูˆูŠูุณุฑ
๐Ÿ‘คGuyyaa baldhoon sunuu sitti dhiphattee cinqaa keessa jiraattus ni jira.
-ูˆุนูุณุฑ
๐Ÿ‘คYeroo muraasa gammachuun dabarsuun ni jira,
-ูˆุณุฑูˆุฑ
๐Ÿ‘คYeroo dheeraa gaddaa fi gadadoodhaan jireenya keessa dabruu,
-ูˆุญุฒู†
๐Ÿ‘ค Fayyaan si qabdee, dhibamtee algaa irra ciisuu,
-ูˆู…ุฑุถ
๐Ÿ‘ค Fayyaa gaarii qabaattee, bashannanaa jiraachuu.
-ูˆุนุงููŠุฉ

Eennutu saddeettan kana keessa hin dabrin laata___!

Follow๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Dhugaa....

โœ Addunyaa tana gubbaa gammachuun zalaalam ykn addaan hin cinne hin jirtu. Sadarkaan, qabeenyi, bareedumni, jabeenyaa fi durummaan waan yeroo murtaa'e qofa nu bira turaati.
โœAddunyaa tana gubbatti hanga feete nuuf guutamtus, wanti Qadara jalaa nu oolchaa inuma hin jirre.


share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dhugaa๐Ÿ‘‡

โœ Hanga feetes gaarii taatu, hanga feetes gaarummaan himamtu, addunyaa tana gubbatti nama si jibbu hin dhabduu beeki... Osoo kan namni hundi nama jaalatu taatee silaa Anbiyootaa fi Ergamtoota Rabbiittu jaalatama. jaraa namni hundi hin jaalannee..jaalala namaatti hin dhiphatin.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dhugaa....๐Ÿ‘Œ

โœ Wallaahi osoo university akka addunyaatti sadarkaa qabu keessattis barattee... sa'aatiin ati achitti dabarsite sa'aatii ati daqiiqaa lamaaf mana qur'aanaa teessee qaraate hin gahu...
Universitiin ati itti barattese mooraa qur'aanaa ati keessa turte sana inuma hin geenne...

โœ@tafak_or
#Dhugaa...

โœ Osoo akka mobile/telephone keenya laallu Sanatti qur'aana lallee... silaa baatii keessatti yeroo hedduu irra deddeebinee buufna ture...!

@tafak_or