𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
12K subscribers
586 photos
23 videos
32 files
2.07K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dhugaa_jirtu.

"Fakkeenyi dubartii gaarii dubartoota hunda keessatti akka fakkeenya harraagessa adii harraagessa kumaatama keessaati"
(المرأة الصالحة مثلها في النساء,كمثل الغراب الأبيض في ألف غراب) .

"إعتلال القلوب" للخرائطي (صفحة: ١٣٨)

𝙷𝚊𝚢𝚢𝚞𝚞 (𝚇𝚊𝚊𝚠𝚞𝚜) 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚗𝚞 𝚍𝚑𝚊𝚚𝚚𝚊𝚋𝚎.


@tafak_or
@tafak_or
#Dhugaa_jirtu
➛ Namoota garii kan maalummaan isaanii adda siif hin baane heddutu jira...
Sila isaan obbolaa keeti moo hiriyyaa keeti!, maatii kankeeti moo Jaalallee kankeetii!, iddoo qubsuma onnee keetiiti moo, onnee keeti!.... Hanga deemanii shakki keessa si galchan takka namoota gahan hedduu garre.
➛ Jaalalli isaan siif qaban, akkaataan isaan siif cinqaman, qulqullinni garaa isaanii, gaarummaan dubbii isaanii baay'ee si dinqisiisaa.
➛ Namoonni akkasii baay’ee xiqqaatanis jiraachuun isaanii baay’ee na gammachiisee jira, Rabbiin isin haa tiksu.

Follow me👇
@@tafak_or