Life Is ShortπŸ₯Ή
3.89K subscribers
49 photos
1 video
2 files
323 links
Channalii bareedaa waan hedduu irraa barattan gorsa hadisa seenaa jechoota dinqisiisoo fi kkf
Join hiriyyoota keessaniif Share godhaa
Ψ¨Ψ§Ψ±Ωƒ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΩΩŠΩƒΩ…
yaadaaf
@Muzaa6899...irratti nu qunnamaa
Download Telegram
#Telegram_Wallet maali?

πŸ‘‰Telegram walletin akkuma wallet kanneen biroo #cryptocurrency addaa addaa irratti daldaluuf tajaajila Telegiraamiin dhiyaatedha

πŸ‘‰Telegram wallet kun TON Blockchain kan fayyadamuu yoo ta'u waaleetii telegram irratti bittaa fi gurgurtaa cryptocurrency security isaa eeggate haala salphaa ta'een raawwachuuf gargaarudha

πŸ‘‰Akkuma platform gurguddaa akka #Binance inni kunis cryptocurrency kanneen akka Bitcoin, USDT, Toncoin,Notcoin fi kkf haala salphaan telegram irratti kuusuu, bituu fi gurguruu kan nu dandeessisudha.

πŸ‘‰Kana qofa oso hin taane hiriyoota keenya telegram irra jiraniif karaa #chat cryptoowwan kanneen erguuf akka mijatutti kan qophaa'edha

πŸ‘‰Gabaabaatti waayeen Telegram wallet kana fakkaata, haatahu malee garuu.... yeroo dhiyoo asitti

πŸ‘‰Telegramiin social media ta'uu irra darbee gara giddu gala biizinesiittis jijjiiramaa jira. Kanaafuu nutis duukaa jabaannee carraawwan inni qabatee dhufaa jiru irraa fayyadamuu qabna.

πŸ“Œ Kutaa itti aanu irratti ammoo akkamiin telegram wallet kana banachuu akka dandeenyu waliin ilaalla.


Hiriyoota keessaniif SHARE GodhaaπŸ‘Œ

#Link Gadii Kana Start godhaa na eegaa!

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771

πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➑️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

Jβ€ŒOβ€ŒIβ€ŒNβ€Œβ˜ŸοΈŽοΈŽοΈŽβ‚βœͺ❂βœͺ❂βœͺ❂βœͺ
❂βœͺ @ija_milkii
❂βœͺ @ija_milkii
❂βœͺ @ija_milkii