Life Is Short🥹
5.34K subscribers
197 photos
10 videos
2 files
665 links
Channalii bareedaa waan hedduu irraa barattan gorsa hadisa seenaa jechoota dinqisiisoo fi kkf
Join hiriyyoota keessaniif Share godhaa
بارك الله فيكم
yaadaaf
@Muzaa6899...irratti nu qunnamaa
Download Telegram
🥲Gaafa dargaggeessii *Islaamaa* taphataafii weelliftoota hedduu maqaafii seenaa isaanii beekee,Seenaa  Nabiyyii SAW  Sahaabotaafii Taabi'ootaa wallaalu...!!
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa rabbi rahmata Kee!!
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
Wantoota Sheyxaanaaf Nama Saaxilan keesaa muraasa

1,I khlaasa dhabuu
2,Salaata Dhiisuu ykn laaffisuu
3,Qulqullina qaamaa Eeggachuu dhiisuu
4,Haraama Nyaachuu
5,Aarii Baayyisuu
6,Harka bitaatiin Nyaachu
Ykn dhuguu
7,Nama hunda Dura magaalaa seenuu fi ba'uu
8,Muuziqaa dhaggeeffachuu
9,Yeroo mana fin caanii seentu Zikrii jechuu dhiisu
10, Saree fi nama abaarama wajjin deemuu baayyisu
11,SOBA dubbachuu fi Dubbii bu'aa hin qabne baayyisu
Ykn kolfa baayyisuu
12,Rabbiin dhiiftee waan biraatti irkachuu.
13,Offannaa shari'aa faalleessu offachuu
14,
Kkf Sheeyxaanaaf nama saaxilu akka balaan isaa nu qaqqabu godhu
Of eeggachuun barbaachisaadha.

#Share
Waan baratte Share godhi

#JOIN
@DaarulHijraaa
@DaarulHijraaa
🧬「 ዘርህ ምንድን ነው? 」🪽
▭▬▭▬▭▬▭▬▭▬▭▬

¹៚ ፅድት ያልኩ የአማራ ልጅ ነኝ ብሎ ተኩራራ አንደኛው ~

²៚ጥርት ያልኩ የኦሮሞ ልጅ ነኝ ብሎ ፎከረ ሁለተኛው ~

³៚ ወርቅ የሆንኩ የትግሬ ልጅ ነኝ ብሎ ተመፃደቀ  ሦስተኛው ~

✒️ ሌሎችም ቀጠሉ። ፎከሩ፣አቅራሩ፣ተመፃደቁ፣ ተኮፈሱ ከኛ በላይ ሰው የለም አሉ።
.
.
.
📌:ሲታዘባቸው ቆየና የመጨረሻው ልጅ "ምርጦቹ መላእክት የሰገዱለት የምርጥ ሰው ልጅ ነኝ።" አላቸው ። "ማነው ደግሞ መላእክት የሰገዱለት?" ብለው ግራ በመጋባት ጠየቁት። "እሱማ አባቴና አባታችሁ ፤ እንዲሁም የሁሉም የሰው ልጅ አባት የሆነው አደም ነው" አላቸው።

※ ሁላችሁም የአደም ልጆች ፤ አደም ደግሞ ከአፈር ነው። 🏝
┊  ┊  ┊  ┊
┊  ┊  ┊  ✿
┊  ┊  ❀ 📕
┊  ✿ 🍃
                               
╠═══ •『 ﷽ 』• ═══╣
┣𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩•
@Muslim_group2      
┣━━━╗ 📕 ╔━━━━━⎙
┣𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥•
@Muslimchannel2
╠════•❁❀❁•════╣
#SHARE_The_خير
Ustaaz_Raayyaa_Abbaa_Macca_37ffaa(360p)
<unknown>
Manzuumaa Raayyaa Abbaa Maccaa 37ffaa

"Bakkatti Hafaan Rabbuma"

45:53/32,0 MB

Qulqullina Guutuudhaan🙏


👌Nashiidaan biraas Ni Jirti Sher godhaa Channel Al RAAYYAAN OFFICIAL Join godhaa
🙏

┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
#Telegram_Wallet maali?

👉Telegram walletin akkuma wallet kanneen biroo #cryptocurrency addaa addaa irratti daldaluuf tajaajila Telegiraamiin dhiyaatedha

👉Telegram wallet kun TON Blockchain kan fayyadamuu yoo ta'u waaleetii telegram irratti bittaa fi gurgurtaa cryptocurrency security isaa eeggate haala salphaa ta'een raawwachuuf gargaarudha

👉Akkuma platform gurguddaa akka #Binance inni kunis cryptocurrency kanneen akka Bitcoin, USDT, Toncoin,Notcoin fi kkf haala salphaan telegram irratti kuusuu, bituu fi gurguruu kan nu dandeessisudha.

👉Kana qofa oso hin taane hiriyoota keenya telegram irra jiraniif karaa #chat cryptoowwan kanneen erguuf akka mijatutti kan qophaa'edha

👉Gabaabaatti waayeen Telegram wallet kana fakkaata, haatahu malee garuu.... yeroo dhiyoo asitti

👉Telegramiin social media ta'uu irra darbee gara giddu gala biizinesiittis jijjiiramaa jira. Kanaafuu nutis duukaa jabaannee carraawwan inni qabatee dhufaa jiru irraa fayyadamuu qabna.

📌 Kutaa itti aanu irratti ammoo akkamiin telegram wallet kana banachuu akka dandeenyu waliin ilaalla.


Hiriyoota keessaniif SHARE Godhaa👌

#Link Gadii Kana Start godhaa na eegaa!

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771

👆👆👆👆
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
JUM'AA MUBARAK

👇
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771

Namni Haaraan Yoo jiraattaan Link olii kana start godhaa baasii tokko Malee Badhaasa Dollars Argadhaa!

Guyyaa Milkii Gammachuu naaf haa ta'u hunduma keenyaafuu🙏

┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
.
Adurreefi Sardiidaa


Adurreefi Sardiidon hiriyoota gaarii turan. Sardiidonn abshaala fi beekaa ta'uu isaattii amana. Yeroo mara akka waanta mara danda'utti amana. Yaada kanas iddoo deemu hundatti odeeffata. Adurrees   waanta kanaan gowwomsaa. Isheenis  dandeettii hedduu waanta hin qabneef ofitti amanamummaa hin qabdu. Ni sodaatti.
Gaafa tokko  lamaan isaani bosona  keessa  gaaddisa  muka guddaa tokko jala osoo boqochuu irra jiran Sardiidon akkas jedhe;
"Osoo amma diinni asitti nutti dhufee karaa meeqan miliquu dandeessa?" Jedhe.
Adurreenis; "karaan beeku tokkichuma. Kanaaf karaadhuma beeku sanan qofan miliqa ." Jetten.
"Ani garuu karaan diinota koo jalaa ittiin miliqu hedduudhan.' jedhee osoo of tuulaa jiruu qeerransoonni hamoo ta'an hedduun kallatti maraan kara isaanitti yemmuu qaxxisa adeeman argan.
Adurreen akka hoomaa qeerransaa argateen utaaltee muka gubbaa baatee teesse. Sardiidonn osoo mala ittiin miliqu tokko illee itti hin fayyadamin osoo dhaabbatee yaadaa jiru hoomaa Qeerransaatiin marfame. Waaqa ilaallaan hedduu isa irraa fagaate. Lafa ilaallaan ni jabaate.

*Dandeettii guddaa qabaachuun keenya ofitti Amanamummaa keenya guddisa. Itti fayyadamuu wallaalaan  garuu  miidhaa qaba.


https://t.me/ija_milkii
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
Jaak Maa
Nama addunyaa keenya irratti seenaa isaa fi kan namoota hedduu jijjiire Barsiisaa Afaan Ingiliffaa ture. Maatii hiyyeessa keessatti nama dhalatedha.

Firoota qabeenya qabanis hin qabu. Garuu akka of jijjiiruu danda’u yeroo umuriin isaa ganna 33 ta’u murteesse. Jaak Maa jedhama. Nama lammii chaayinaati. Guyyaa tokko jireenyi ani akka kanatti jiraadhu kun na ga’e jechuudhaan “LAKKI” jedhe. Gara hojii kompuuteraatti seenuu yaade. Bara sana waan nama ajaa’ibu interneetiin warra chaayinaaf haaraya. Inni garuu humnuma hin jirre kanaan kompputera barachuudhaaf bara 1995 A.L.A tti gara Amerikaa imale.

Shaakala kompuuteraa ga’aas erga argatee booda gara biyya isaatti deebi’uudhaan bara 1999 A.L.A tti dhaabbatta Alibaabaa giruup(Alibaba Group) jedhamu hundeesse. Hojiin dhaabbata kanaa namni kamuu meeshaa bitachuu barbaadu karaa weebsaayitii www.alibaba.com jedhamu kanaa seenuudhaan bitachuu akka danda’uuf haala aanjessa. Kunis e-commerce jedhamuun beekama. Addunyaa guutuutu gabaa interneetii kanatti hirmaata. Galiin Alibaba giruup yeroo har’aa kana ji’aan osoo hin taane seconkiidhaani jechuu dha.

Uummanni chaayinaa carraa kanatti fayyadamee mana isaa taa’ee meeshaa barbaadu manuma isaa taa’ee akka bitatu namni haala mijeesse nama kana. Jaak Maa dha. Egaa har’a Jaak Maan nama duureyyii addunyaa kana irra jiran keessa tokko ta’ee argamuu nama danda’e dha. Kana qofa miti of irra darbeeyyuu namoota hedduudhaaf carraa hojii bal’aa uumee jira. Kun abjuu osoo hin taane dhugaadha. Walumaa gala kaappitaalli alibaabaa giruup 165USD Bln(doolaara Amerikaa biliyoona dhibba tokkoo fi jahatamii shanidha). Amanuuf illee kan nama rakkisu dha jechuu dha. Sababni isaa baay’een namootaa sadarkaa baay’ee gadi aanaa ta’e irrraa ka’ee hanga kana deemu lakkoobsaan xiqqoo waan ta’eef.

Milkaa’inni hanga kana ga’u guyyaa tokkotti kana dhufe miti. Rakkoo walxataa, dukkana gadi fagoo fi abdii kutannaa hedduu booda bu’aa argamedha. Mee yaadaa sammuun dhala namaa hamma kana guddaadha jechuudha. Kanafuu osoo sirnaan itti gargaaramnee hamman akka nu fayyadu beekuu dandeenya. Jaak Maan kaayyoo fi mula’ta isaaf jedhee fira isaa irraa, nama baay’ee jaallatuu fi kabaju irraa fagaachuu hin hafne. Ati har’a yoon akkas godhe namni maal naan jedha jettaa? Yookaan ammo yaada kee kana namatti yemmuu ibsattu namni si harkatti kuffisaa? Mee takkaa dhaabadhuu itti yaadi! Erga yaaddee booda hojjechuu akka dandeessu sammuu kee amansiisi! Jaak Maa fakkeenya gaarii

#Share gochuu hin dagatinaa

@segnigudeta @WABIISG