,,,,,👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#ABBUMMAA_MIRKANEESSUU
✅#Haala_Abbummaan_Daa'imaa Ittiin Beekamu:-
✔"Abbummaan Daa'imaa" karaalee sadiin beekama.Isaanis:-
#1ffaa,tilmaama seeraatiin.Abbaan Daa'ima dhalate tokko eenyu akka tilmaama seeraa fudhachuun beekuun ni danda'ama.
✔Daa'ima/mucaa fuudhaaf heeruma keessatti ulfaa'amee dhalateef abbaan dhiirsuma haadhaati.
✔Yeroo dubartiin takkaa fi dhiirri tokko fuudhaaf heerumaan waliin waliin jiraatanitti ilmi dhalate yeroo fuudhaaf heerumni cimaan jiru keessatti kan ulfaa'ame ta'uu yoo mirkanaa'e malee fuudhaa-heeruma keessatti dhalachuu qofti fayyadamaa tilmaama seeraa nama hin taasisu.
✔"Fuudhaaf heerumni erga raawwatame booda guyyoota 180 booda ykn fuudhaaf heerumni diigamee guyyoota 300 keessatti mucaan yoo dhalate mucichi fuudhaaf heeruma keessatti akka ulfaa'ametti lakkaa'ama," Seera Maatii Oromiyaa Labsii Lakkoofsa 69/1995 fi 83/1996 keewwata 145(1).
✔Osoo fuudhaaf heeruma hin raawwanne gaa'elaan alatti akka abbaa warraa fi haadha warraatti yeroo waliin jiraatanitti daa'imni ulfaa'ame yookiin dhalate kan nama haadha mucichaa waliin qunnamtii kanaan jiraatuuti.
✔Guyyaa walitti dhufeenyi,fi wajjiin jireenyi namoota akka dhirsaa fi niitiitti wajjiin jiraatan jalqabamee eegalee guyyoota 180 boodaa fi guyyoota walitti dhufeenyi isaanii addaan cite guyyoota 300 keessatti mucaan dhalate kan nama akka dhirsaatti haadha mucaa waliin jiraatu ykn jiraataa ture sanaati.
✔Namni tilmaama seeraatiin abbaa mucaa dhalateeti jedhame kun falmiin waakkachuun(daa'imni kiyya miti jechuun) kaasu haala qorannoo saayinsaawaa ta'een ragaa dhihaatuun(qorannoo dhiiga nama abbaadha jedhamee fi mucaa dhalate/DNA test) taasisuun abbaa daa'imaa miti jedhee haaluu danda'a.
#2ffaa,ilmummaa ofitti fudhachuun abbummaan Daa'imaa beekamuu danda'a.
✅"Sirnoonni ilmummaa ofitti fudhachuun ittiin raawwatamus namni fedhii isaatiin ani abbaadha jedhu:-
A.Itti Gaafatamaa Galmeessa Haala Hawaasummaa biratti dhihaachuun abbaa daa'imaa ta'uu ibsuudhaan,
B.Dhaamoo barreeffamaa kennuudhaan,
C.Sanada Abbaa Taayitaa aangoon kennameef biroo kamiinuu mirkanaa'een abbaa ta'uu ibsuudhaanidha.
✅"Nama ani abbaadha jedhee ilmummaa ofitti fudhatu haati mormuu dandeessi.Namni tokko mucaan ulfaa'ame ykn dhalate intala/ilma koodha jedhee jechi kenne bu'aa Kan argatu haati mucaa sanaa eeyyamamtuu yoo ta'eedha."SMO keewwata 153 fi 154.
✅'Mucaan ofitti fudhatames erga umriin isaa gaa'ila gahe namni jecha ofitti fudhachuu kenne kun abbaa koo miti jedhee mormii dhiheessuu danda'a."
✅"Mirgi mormii dhiheessuu kun gochi ilmummaa ofitti fudhachuu kun raawwatamuu isaa guyyaa beekamee eegalee ji'a tokko(1) keessatti kan hin dhihaanne yoo ta'e akka mormiin hin jirretti kan lakkaa'amuudha,"
✅"Namni tokko mucaan ulfaa'ame ykn dhalate kan kooti jechuun jechi kenne diigamuu hin danda'u," Seera Maatii Oromiyaa keewwata 157(1).
✅"Hambifannoon ykn haalota addaatiin jechi ilmummaa ofitti fudhachuun kenname ittiin diigamu danda'u:-
#A.Nama Daa'ima argachuu hin dandeenye:namni jecha ilmummaa ofitti fudhachuu kenne tokko uumamaan yookiin rakkina booda irra isa qunnameen Daa'ima #ulfeessuu kan hin dandeenye jiraachuun yoo mirkanaa'e jechi inni abbaadha jedhee kenne diigamuu danda'a.
#B.Namni jecha ilmummaa ofitti fudhachuu fedhiisaatiin ala dirqisiifamee/humnaan akka kennu taasifame jechi isaa diigamuu danda'a.
#C.Namni umriin isaa gaa'ela hin geenye(waggaa 18 hin guunne) tokko jecha isaan ilmummaa kan ofitti fudhate jecha isaa diiguu danda'a.
#3ffaa,abbummaa murtii Mana Murtiitiin himamu:-
☑"Osoo fuudhaa-heerumni hin jiraanne akka abbaa warraa fi haadha warraatti warra wajjiin jiraatan jidduutti ykn fuudhaa heeruma keessatti ykn walitti dhufeenya namoota dhiiraa fi dubartii tokkoon guyyoota 180(ji'a jaha) booda ykn diigamuu gaa'elaa,addaan citiinsa akka gaa'ilaan alatti akka abbaa warraa fi haadha warraatti waliin jiraachuu kaasee guyyoota 300(dhibba sadi) keessatti osoo hin taane kanaan alatti daa'ima/mucaa dhalate namni ani abbaadha jedhee ofitti fudhatu yoo hin jiraanne himata Mana Murtii idileetti dhiheessuun Murtii Mana Murtiin abbummaan beekamuu

😁1
#Mirga_Wabii_fi_Hamma_Wabii:
I.☔#Mirga_Wabii:-
✔Mirgi wabii mirga bu'uuraa dhala namaa seerota idil Addunyaa,heeraa fi seera Biyyattiitiin beekamtii kan argateedha.
♠️Karaan gaaffii mirga wabii shakkamaa eegamuu danda'u afuriidha.Isaanis:-
#1ffaa,xalayaa ajaja qabiinsaa irratti mirga wabii eeguun,mirga wabii shakkamaa eeguun ni danda'ama.Seera deemsa falmii yakkaa keewwata 29,53 fi 65;
#2ffaa,shakkamaan Waajjira/Qajeelcha Poolisiitti wabii waamee yookiin wabummaa mataa ofiitiin bahuu,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 28;
#3ffaa,Poolisiin shakkamaa Mana Murtiitti dhiheessuun,Manni Murtii yeroo beellamaa poolisiin gaafatu dhorkuun(eeyyamuu dhiisuun) mirga wabii shakkamaa eeguu ni danda'a,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 29,59 fi 63;
#4ffaa,shakkamaan iyyata mirga wabii Mana Murtiitti dhiheeffachuun,Manni Murtii iyyata gaaffii mirga wabii dhiyaate Abbaa Alangaa yookiin qorataa poolisii deebii/yaada irratti kennisiisuun mirga wabii himatamaa eeguu ni danda'a,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 64.
✔Namni(shakkamaan) kamiyyuu too'annaa jala jiru tokko sa'aatii 48 keessatti Mana Murtii dhihoo jirutti mirgi wabii akka eegamuuf gaafachuuf mirga qaba.Manni Murtiis haqaaf jecha shakkamaa/nama too'annaa jala tursuun yoo barbaachise malee yookiin yakka ittiin shakkameef seerri mirga wabii kan dhoorku yoo jiraate malee mirga wabii eeguu qaba,Heera Mootummaa keewwata 19(3)(4)(6) fi seera deemsa falmii yakkaa keewwata 29(1) fi 64.
✔Mirga wabiitiin gadhiifamuun qajeeltoo yoo ta'u,yeroo muraasaaf too'annoo jala turuun haala addaati yookiin hambifannoodha.Haalli addaa kun dhiphatee hiikamuu qaba.
✔Nama yakkaa raawwachuutiin shakkamee too'annaa jala oolfame tokkoof mirgi isaa yookaan ishee jalqaba karaa Waajjira/Qajeelcha Poolisiitiin eegamuu danda'a,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 28.
✔Bu'uura seera deemsa falmii yakkaa keewwata 28 tiin poolisiin wabiidhaan yoo gadi lakkisuu baate;Mana Murtiitti gaaffii mirga wabii barreeffamaan dhiheeffachuun ni danda'ama,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 64.
✔Shakkamaan yookiin iyyataan Mana Murtii sadarkaa kamittuu mirgi wabii akka eegamuuf gaafachuu akka danda'u,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 64(3) ifa taasiseera.
✔Shakkamaan mirga wabii Mana Murtii Aanaatti gaafatee,gaaffiin isaa kufaa yoo ta'e yookiin mirgi wabii kan dhorkame yoo ta'e;Mana Murtii sadarkaa itti aanutti ol'iyyannoo gaafachuuf mirga qaba,Heera Mootummaa keewwata 20(6).
✔Shakkamaan too'annaa jalaa akka gadi lakkifamuuf ajaja kenname irratti qaamni komii qabu Mana Murtii sadarkaa itti aanutti ol'iyyannoo gaafachuu ni danda'a.Hanga ol'iyyannoo gaafatutti ajaja Mana Murtii jalaa raawwachuuf/kabajuuf dirqama qaba.
👉#Mirgi_wabii_kan_gaafatamu:
#1ffaa,nama yookiin namoota ajaja Mana Murtii malee too'atamee/too'atamanii osoo Mana Murtii hin dhihaatin jiran bu'uura seera deemsa falmii yakkaa keewwata 64 tiin mirgi wabii akka eegamuuf gaafachuuniidha.
🖋Namoonni adabbii Mana Murtii malee too'annaa jala jiran mirga bilisummaa qaamaa(Habeas Corpus) gaafachuu ni danda'u,Heera Mootummaa keewwata 19(4),fi seera deemsa falmii hariiroo hawaasaa keewwata 177.
🖋Mirga bilisummaa qaamaa irratti aangoo Mana Murtii ilaalchisee seerri deemsa falmii yakkaa keewwatni 15(2)(i) aangoo Mana Murtii Ol'aanaatti kan kenne yoo ta'u;Labsii Lakkoofsa 216/2011 immoo iyyata qaama bilisa baasuuf dhihaatu ilaaluuf aangoo abbaa seerummaa Mana Murtii Aanaa aangeessee jira.
#2ffaa,namoonni/namni yakkaan shakkamanii too'annoo jala jiran akkaataa seera deemsa falmii yakkaa keewwata 59(2) tiin yeroo beellamaa hanga guyyoota 14 gaafatame irratti yeroon beellamaa jalqabaas ta'e dabalataan kennamuun barbaachisaa miti,mirgi wabii akka naaf eegamu jechuun gaafachuu ni danda'u.
#3ffaa,namni yookiin shakkamaan/himatamaan Abbaan Alangaa himannaa irratti dhiheesse,dhaddacha yookiin shanacha irratti dhihaatee mirgi wabii akka eegamuuf gaafachuu ni danda'a.
https://t.me/Ijooseera

👍2
Forwarded from Bikila Law Office (Bikila Birhanu Geremu)
211518.pdf
917.1 KB
Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakkoofsa Galmee 211518 ta'e irratti "ragaan abbaa alangaa dhagahamee Galmeen jala murtii kennuuf qorannoof bule irratti himatamaan beellama irraa yoo bade,Galmeen cufamuu akka hin qabnee fi dhimmichi itti fufamee murtiin kennamuu akka qabu" hiikoo dirqisiisaa kenneerra.Sababni isaas:-#1ffaa,himatamaan kun mirga ragaa abbaa alangaa gaaffii qaxxaamuraa gaafachuu heera Mootummaa keewwata 20(4) jalatti tumame fayyadamee waan badeef,#2ffaa,mirga haqa argachuu miidhamaa heera Mootummaa keewwata 37 fi dirqama Mana Murtii mirga namaa kabachiisuu heera Mootummaa keewwata 13 waliin bal'ifamee ilaalamuu waan qabuufidha.
👍4