๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAti garuu ni #jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa
ni
#moofau
โœ
#แŠ แŠ•แ‰ฐ แŒแŠ• แŒธแŠ•แ‰ฐแˆ… แ‰ตแŠ–แˆซแˆˆแˆ…
แˆแˆ‰แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‰ฅแˆต แ‹ซแˆจแŒƒแˆ‰
=Ibroota 1:11
=แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 1:11
===//==//===
โ—ˆ
#Bagaa_Geessan
โœ Ibroota 1:11-12๐Ÿ‘‡
โœIsaan ni badu
ati garuu ni jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa ni moofau
๐Ÿ‘‰ati akkuma uffataas
isaan ni marmarta
isaanis ni
#jijjiiramu
#Ati garuu isuma sana #waggoonni kees
matumaa
#dhuma
hin qaban
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปwaggaa
#haaraan
Akka jiruu yeroo ibsu
Kitaabni Qulqulluun
Akkasi jedha
=Waaqayyo fuulduraatti
Bari haaraan Maali
Fakkaataโ“

โœAti ni jirta,
โœWaggoonni kee
dhumaa Hin qabni
โœakkuma uffata
Ni marata
โœAti garuu isuma
Sana

๐ŸŒนerga Phaawuloos
Kan irraa kan
Hubbaannu garuu
Waaqayyo bara haaraa
Lakkawwun akka hin
barbaachisne ibsaโ€ผ๏ธ

โ—ˆ Haataโ€™u malee
Bara lakkaawama kan
Dhufe guyyaa Waaqayyo
#Sami fi lafaa Uume
Sana irraa akka taโ€™e ifa

โ—ˆHaataโ€™u malee
bartuu namaf uumamee
Namni baraaf
hin Uumamne
โ™จ๏ธMaarqoos 2:27-28
#Sanbatatu_namaaf uumame
malee
#namni Sanbataaf hin uumamne
#Kanaaf #Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha
โ›ณ๏ธ
#แˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แˆตแˆˆ แˆฐแ‹
#แ‰ฐแˆแŒฅแˆฎแŠ แˆ แŠฅแŠ•แŒ‚
#แˆฐแ‹ แˆตแˆˆ แˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แŠ แˆแ‰ฐแˆแŒ แˆจแˆ

#แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แˆˆแˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต
แŠฅแŠ•แŠณ
#แŒŒแ‰ณแ‹‹ แŠแ‹ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
=แˆ›แˆญแ‰†แˆต 2:27-28

=Sanbata jechuun
Guyyoota jiran keessa tokko
Guyyoota tokoo(1) hanga
Guyya torba(7)
kan jiranidha
=guyyaa jiran kan
Walitti lakkoofsne
โœTorbe tokoo argana
โœtorbee afurii lakkoofsne
Ji'a tokko argana
โœ ji'a 12 lakkoofsne
Wagga tokko argana
๐ŸŒนkanafuu waggatu namaaf
Uumame male
Namni waggaaf hin
Uumamne.
Yoo,jeene sirriidha

โœyoo,akkasii taโ€™e immoo
Namni waggaa haaraa
iraatti Aangoo qaba
โ—ˆ Kanaafuu bara
Gammachu
Bara gaarii
Bara jaalala
Jeenne dubbanna
Malee,osoo nuuti
Bara irratti Aangoo
Hin qabnuu taโ€™e
Akkasi jechuu hin
Dandeenyu...

โœinni biraa Waaqayyo
Fuula duratti waggoonni.
Hundinu akkuma Uffata
Moofa ni taโ€™u jedha
โœyeroo akkasii jennu
Waggooni akkamitti
Akka uffata Moofaa
Tau danda'a.โ“โ“
=Haataโ€™u malee
Waaqayyo fulaa duratti
Bari hundinuu waliqixxeedha
Male bari kaleessa Moofaa
Tae bari itti anu haaraadha
Hin jedhamu

โ—ˆsababi Kitaabni akkasii
Jedhe immoo Waaqayyof
Bara lakkaawuun akka
Hin danda'amne ibsuuf
Akkasi jedhamee
โ—ˆyookiin waqqayyo bara
Kanas, bara biraas inni
Isuma sana wanii taโ€™ef
=far_Daawit 102:25-27

โ—ˆ"namni foonii
Waani qabuuf
Qorumsa hedduu
Keessa osoo jiraatu
Bara haaraa gochuu
Dide bara mooraa
Keesaa jira yeroo
Hunduma

โ™ˆ๏ธ fakkeenya tokko
#Dubarti yeroo dheeraadhaaf
Bara Moofaa keessa jiracha
Ture,
Bara tokko immo bara haaraa
Jirachun qaba jeette akkuma
Yaada ishee bara haaraa
Jiraate tokko,
Kitaabni Qulqulluun
Haala kanaa seenaa
Ishe nuuti hima.


โœ=kutaa 1-ffaa
๐Ÿฅ kutaa -68-ffยชยช. ๐Ÿฅ
..................................
โž› gaaffii fi Deebi
โž› Muslimoota.
โœ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf,
#akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉ gaaffii isaanii
1=Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.โ“
========= ||
๐Ÿ”ณ Deebii keenya.
๐Ÿ“Kiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ“A)).โžฉYohaannis 1:3
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
โžฉakka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga taโ€™e ,Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.

๐Ÿ“B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
โžฉhumna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa Kiristoos akka rawwatu ibsa.

๐Ÿ“C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef,
#Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
โžฉ kanafuu humna kani namaaf kennuu Kiristoos ,erga akkasii taโ€™e ni galateeffamaa.

๐Ÿ“D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti
#sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
๐Ÿ”ณ Kiristoosiin taโ€™e jedha ammasi,yeroo Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.

๐Ÿ“E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu
#Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
โž›Abbaa fi Kiristoos samii tokko qofa  Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Kiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .

๐Ÿ“F)). Ibroota 5:8-9
Inni
#ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.

๐Ÿ“G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan โ€œgooftaa kooโ€ jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.

๐Ÿ“H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.

๐Ÿ”ณ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
๐ŸŒบ link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ