🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹🌼 kutaa-16ffΒͺΒͺ=hordofa🌼
β—ˆGaafi fi Deebi
β—ˆβŒMusiliimootaβŒβ—ˆ

✍Yohaannis 6:57πŸ‘‡
#Akkuma Abbaan
inni
#jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬.
🌼 Musiliimoonni akkasii
jedhuu
Abbaan jirta,yoo,
ta’e Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu
....❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=Deebi keenya.πŸ‘‡

πŸ…Ύ jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu

✍Mul’ata Yohaannis 22:13πŸ‘‡
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

✍Raaji isayaas 44:6πŸ‘‡
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani isa
#jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee
#Waaqni kan
biraan hin jiru.

✍Raaji_isayaas 48:12-13πŸ‘‡
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.

Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka
#mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu

✍-Ibroota 13:8πŸ‘‡
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis
#isuma sana

✍Qabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu
✍✍✍✍✍✍✍✍
Erga akkasii ta’e Kiristoos
Sababa maalif
Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..❓

πŸ…Ύ Kiristoos fi
Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo,
Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,

πŸ…ΎKiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif
Abbaan yoo
Jirata,ta’e ilmis jirata
Wani ta’efi

✍ 1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu
#Abbaas qaba

β—ˆyeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi
Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…° inni biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu isa
ofii isa Raga kana
Nuuti himme

✍ namoonni tokko tokko Kiristoos
#ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…Ύ innii biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa ta’e Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....β“β“βŒ

🌼 lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo,
#Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha

🌼nuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu
#Du'a booda
jireenya isa dhufuu
sana ibsuf Male,,

Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male

✍Matewoos 22:30-32πŸ‘‡
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.

Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta
#Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee❓

inni, β€˜
#Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobi’ jedheera
Inni Waaqa warra
#jiranii ti
malee, Waaqa
warra
#du'anii miti.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Haaluma kana amma
Kiristoos
#Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee

Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
✍Yohaannis 6:54πŸ‘‡
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.

✍Yohaannis 6:46-47πŸ‘‡
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee Abbaa hin argine
#Abbaa kan arge isa #qofa dha.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
✍Yohaannis 6:39-40πŸ‘‡
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.

Sababiin isaas fedhiin
#Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa isa nan kaasa.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 11:23-27
#Kiristoos β€œ #Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.

#Maartaanis, β€œ #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beeka” jetteen.

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…ΎLink kan xuqaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====🌹===πŸ‘†πŸ‘†=====
πŸ₯ kutaa -68-ffΒͺΒͺ. πŸ₯
..................................
βž› gaaffii fi Deebi
βž› Muslimoota.
✍ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf,
#akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩ gaaffii isaanii
1=Kiristoos
akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.❓
========= ||
πŸ”³ Deebii keenya.
πŸ“Kiristoos illee ni hojjataa,
akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
πŸ“A)).➩Yohaannis 1:3
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
➩akka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga ta’e ,Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.

πŸ“B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
➩humna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa Kiristoos akka rawwatu ibsa.

πŸ“C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef,
#Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
➩ kanafuu humna kani namaaf kennuu Kiristoos ,erga akkasii ta’e ni galateeffamaa.

πŸ“D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti
#sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
πŸ”³ Kiristoosiin ta’e jedha ammasi,yeroo Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.

πŸ“E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu
#Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
βž›Abbaa fi Kiristoos samii tokko qofa  Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .
Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰Kiristoos maalif akka
Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .

πŸ“F)). Ibroota 5:8-9
Inni
#ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.

πŸ“G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan β€œgooftaa koo” jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.

πŸ“H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.

πŸ”³ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
🌺 link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️