🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ₯ kutaa -68-ffΒͺΒͺ. πŸ₯
..................................
βž› gaaffii fi Deebi
βž› Muslimoota.
✍ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf,
#akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩ gaaffii isaanii
1=Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.❓
========= ||
πŸ”³ Deebii keenya.
πŸ“Kiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
πŸ“A)).➩Yohaannis 1:3
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
➩akka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga ta’e ,Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.

πŸ“B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
➩humna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa Kiristoos akka rawwatu ibsa.

πŸ“C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef,
#Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
➩ kanafuu humna kani namaaf kennuu Kiristoos ,erga akkasii ta’e ni galateeffamaa.

πŸ“D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti
#sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
πŸ”³ Kiristoosiin ta’e jedha ammasi,yeroo Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.

πŸ“E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu
#Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
βž›Abbaa fi Kiristoos samii tokko qofa  Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰Kiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .

πŸ“F)). Ibroota 5:8-9
Inni
#ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.

πŸ“G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan β€œgooftaa koo” jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.

πŸ“H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.

πŸ”³ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
🌺 link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️