🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…° kutaa-73-ffΒͺΒͺ .πŸ…°
     πŸ‘‰ gaaffii
fi deebi
     πŸ‘‰ Musiliimota
✍ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaΚΌaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
gaaffii isaanii πŸ‘‡
1= Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.❓
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼//⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
βš› Deebii keenya.
🌾 Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
β“΅βž§Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, β€œGooftaa ko,
#Waaqa koo!” jedheen.
πŸ‘‰Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
β“Άβž§Yohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
🌺 Kanaafuu Abbaa
fi ilmi Waaqa =ok.β˜‘οΈ
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
🧣gara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
πŸͺ–
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

πŸ“A))πŸ‘‰βΌJireenya bara baraa argachuu akka dandaΚΌaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
πŸ‘‰ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa moo❓Kiristoos ❓
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa
fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu #fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ΞΊΞ±Ξ―)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
β“·βž§Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii
fi Ilma Waaqayyoo taΚΌuu isaa akka #amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
β“Έβž§Yohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duΚΌaa isa nan kaasa.”

🌺 kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa
fi ilma,erga ta’e ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.😁

πŸ“B))πŸ‘‰βΌ hiika bira immo ❝ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee ❞
πŸ‘‰iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuu❓
=deebi isaaπŸ‘‰ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
β“Ήβž§Yohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
🌺 Abbaa=Waaqa jechudha

Β« kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana Β» ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
β“Ίβž§Yohaannis 3:16
β€œIsatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayΚΌee jaallateera.
β“»βž§1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
πŸ‘‰ Abbaa
#Tokkicha qofaa
πŸ‘‰ ilma
#Tokkicha qofaa
πŸ‘‰ Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
🌺 nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

πŸ“C))πŸ‘‰βΌ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafana❓
⁼yeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
β“Όβž§Yohaannis 11:27
Ishiinis, β€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.

πŸ“D))πŸ‘‰βΌ kiristoos maalif abbaa tokkicha
fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.❓
✍Sababiin isaa Abbaa
fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
β“½βž§Yohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taΚΌe Anaan waan #hin_beekneefi.
β“Ύβž§Yohaannis 8:19
Isaanis, β€œ
#Abbaan kee eessa jira?” jedhaniin Iyyaasus Kiristoos β€œIsin #Anas taΚΌe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taΚΌee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef
✍kanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa
fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
link kana xuqa hordofuu dandeessuπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼