๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa_17ffยชยช๐Ÿ€๐Ÿ€๐ŸŒบ๐Ÿ“Gaaffi fi Deebi๐Ÿ“
โ—ˆMusiliimoota
--------------------------------
โœYohaannis 7:16
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise:
Wanti ani
#barsiisu
kan isa na erge sanaa ti
malee kan koo miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ Gaaffiin isaanii
Kiristoos Barumsa
isaa mitii ,kani Abbaatii
Osoo kani isaa taโ€™e kiyya
Jechuu qaba turee ....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya
โœ lakki kanuma isati
๐Ÿ‘‰Ragaa kitaaba
Qulqulluu

1=โœMatewoos 7:24
Namni
#dubbii_koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,nama hubataa mana isaa
#qarsaa
irratti ijaarrate fakkaata.
_๐Ÿ“dubbii kiyya jedhe jira
Kanafuu ,kan Abbaa hin jennee ,
โ—ˆ mana kani jedhamee
#Qaama_namatii malee
Mana muka ykn,sibiilaan
Ijaaranii miti.
=1Qorontos 3:16_17
#Isin_mataan keessan #mana_Qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii fi
Afuurri Waaqayyoo akka
isin keessa jiraatu hin beektaniiโ“

Namni kam iyyuu mana Qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas
manni qulqullummaa Waaqayyoo
Qulqulluu dha, manni qulqullummaa
sunis isini.
โ—ˆ
#Qarsaa kan jedhamee
Kiristoos

1Qorontos 3:11
bu'uura isa kaaame,
jechuunis Iyyaasuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu bu'uura kan biraa kaa'uu hin dandau.

Efesoon 2:20
#bu'uura Ergamootaa fi Raajotaa irratti ijaaramtaniittu;
#dhagaan golee inni bu'uura tae immoo
Kiristoos Iyyaasusi dha.
====
2=โœ Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan koo ta'e irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
๐ŸŒนkanafuu dubbii Abbaa,hundii kan Kiristoos
Dubbi Kiristoos hundi,kan abbaatti,
----------------------------
"garuu Kiristoos osoo
Dubbii kuni kani isaa
Taโ€™e jiruu ,kan Abbaati
Jechuun ,isaa yihudoonni
Kiristoos Waaqayyo ta'u
Isaa wanii hin beekneef

โ—ˆ kanafuu jalqabaa Waaqayyo Abbaa
,yoo beekan ,akkuma salphaatti
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa beekuu jechudha

โ—yoomi iyyuu yoo,taโ€™e
Abbaa beekanii jechuun
Kiristoos beekan jechudha

1Yohaannis 2:23
Ilma(Kiristoos) kan
ganu hundi Abbaas
immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu #hundi garuu #Abbaas qaba.
=1 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 2:23
#แ‹ˆแˆแ‹ตแŠ• แ‹จแˆšแŠญแ‹ต แˆแˆ‰ แŠ แ‰ฅ แŠฅแŠ•แŠณ แ‹จแˆˆแ‹แˆแค แ‰ แ‹ˆแˆแ‹ต แ‹จแˆšแ‰ณแˆ˜แŠ• แŠ แ‰ฅ แ‹ฐแŒแˆž #แŠ แˆˆแ‹
โœ Yohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jiraโ“โ€
jedhaniin.
#Iyyaasuus, โ€œIsin #Anas ta'e #Abbaa koo hin #beektan.
๐Ÿ‘‰
#Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos nibeektu turtanโ€ jedhee deebiseef.
๐ŸŒนKiristoos beekuu
Jechuun Abbaa beekuu
Jechudha.

โœ2Yohaannis 1:9
#Namni_barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi #Waaqayyoon hin qabu.

๐Ÿ‘‰
#Namni barumsa
kanaan jiraatu,
#inni Abbaa fi #Ilma qaba

2 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:9
#แˆˆแˆšแ‹ˆแŒฃ แˆแˆ‰ แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแˆ #แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆ›แ‹ญแŠ–แˆญ แˆฐแ‹ แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹จแˆˆแ‹แˆ

๐Ÿ‘‰
#แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆšแŠ–แˆญ #แŠ แ‰ฅแŠ“_แ‹ˆแˆแ‹ต แŠ แˆ‰แ‰ต
โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—
"kanafuu dubbii Kiristoos
Hundi kan abbaatti
"dubbii Abbaa hundii
Kan Kiristoos yeroo
Jennuu Kanumaa ibsaa
=================
๐Ÿ“ragaa dabalataa
Dubbisuu yoo,
Barbaadanii
โœKutaa_12ffaa
โœKutaa_15ffaa
Dubbisa
----------------------------
๐ŸŒนlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=====
๐Ÿ…ฐ kutaa-73-ffยชยช .๐Ÿ…ฐ
     ๐Ÿ‘‰ gaaffii fi deebi
     ๐Ÿ‘‰ Musiliimota
โœ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡
1= Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ//โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenya.
๐ŸŒพ Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
โ“ตโžงYohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko,
#Waaqa koo!โ€ jedheen.
๐Ÿ‘‰Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
โ“ถโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.โ˜‘๏ธ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿงฃgara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
๐Ÿช–
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

๐Ÿ“A))๐Ÿ‘‰โผJireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
๐Ÿ‘‰ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa mooโ“Kiristoos โ“
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu
#fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ฮบฮฑฮฏ)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
โ“ทโžงYohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka
#amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
โ“ธโžงYohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€

๐ŸŒบ kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga taโ€™e ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.๐Ÿ˜

๐Ÿ“B))๐Ÿ‘‰โผ hiika bira immo โ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee โž
๐Ÿ‘‰iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuuโ“
=deebi isaa๐Ÿ‘‰ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
โ“นโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Abbaa=Waaqa jechudha

ยซ kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana ยป ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
โ“บโžงYohaannis 3:16
โ€œIsatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayสผee jaallateera.
โ“ปโžง1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
๐Ÿ‘‰ Abbaa
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ ilma
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
๐ŸŒบ nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

๐Ÿ“C))๐Ÿ‘‰โผ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafanaโ“
โผyeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
โ“ผโžงYohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen.

๐Ÿ“D))๐Ÿ‘‰โผ kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.โ“
โœSababiin isaa Abbaa fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
โ“ฝโžงYohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taสผe Anaan waan #hin_beekneefi.
โ“พโžงYohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jira?โ€ jedhaniin Iyyaasus Kiristoos โ€œIsin #Anas taสผe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taสผee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef
โœkanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
link kana xuqa hordofuu dandeessu๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ